Telegram Web Link
5-1
Taphni Maanchister Yunaayitid fi Tiweentee xumurameera


Maan Yunaayitid 1-1 Tiweentee
#Erikson 34'               #Lammers 68'
Taphni Liivarpuul fi Westhaam xumurameera
Goooooooooooooool Galatasaray
Galatasaray 3-1 PAOĶ
Tapha waancaa Kaaraabaa Ingilaandi

Xumurameera

Liivarpuul 5-1 Weestihaam

⚽️Jootaa [2] ⚽️Quansaa [OG].
⚽️Saalaa
⚽️Gakpoo [2] .

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
🇪🇺Taphoota Liigii Awurooppaa yeroo ammaa taphatamaanii kahan.

Xumurameera

Maan Yunaayitid 1-1 Tiweentee
#Erikson 34' #Lammers 68'

Daynamoo Keev 0-3 Laaziyoo 
#Boulaye 4',35'
#Bashiruu 33'

Galatasaray 3-1 PAOK
#Baba (OG)48' #Konstantelias 67'
#Akgun 75'
#Ikaardii 95

Niis 1-1 Riyaal Soosiyaadaad
#Rosario 45 ' #Baarrenetiskaa 18'

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
🇪🇸 Tapha Laaligaa Ispeen torbee 7ffaa

Xumuramee

Baarseloonaa 1-0 Geetafee
⚽️Lewaandooskiin 19'.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
⚽️Morkattoota dorgommii Karaba'oo marsaa 4ffaa.

👉Tootenham Maanchister Siitii waliin
👉Niwkastil/Wembilden Cheelsii waliin
👉Biraayteen Livarpuul waliin
👉Maan Yunaayitid Leester Siitii waliin
👉Pristeen Arsenaal waliin
👉Astonvilaa Paalaas waliin
👉Saawuzampiten Stook Siitii waliin
👉Bireentfoord Sheefild Wenisday waliin

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Kilabni warra katalaan Barseenoolaan bara kana Laligaan

Tapha 7 taphaatani
Tapha 7 injifatani
Goolii 23 galchani
Goolii 5 keessumessuun
Goolii qulqulluu liigichaa+18'n walitti qabachuun Laligaa dursa jiru.

Hansii Filiik jalqaba gaarii isaa itti fufee jira 👏

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Taphattoota saraara fuulduraa Liivarpuul

Mo.Saalaan biyya isaafi kilabii isaaf goolii 350 galchuu danda'eera

The Egyptian King 🤴
____
Koodii Gaakpoon immoo kilabii fi biyyaaf goolii 110 galchee.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
🗣️ Miikel Arteeta: “Taphattoonni tapha edaan Arsenaal bakka bu'aan muraasni ganama kana mana barumsaa kan qaban jiru!”

“Fuula isaanii arguu dandeessa... ” 👶

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
⚽️Kaadhimamtoota taphataa cimaa Laaliigaa Ispeen baatii Fulbaana.

👉Keliyaan Mibaapee
👉Inaaki Wiliyaams
👉Laamin Yaamaal
👉Lo Selsiyoo
👉Kaarlos Viseente

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Kaadhimamtoota Leenjisaa cimaa laaliigaa Ispeen baatii Fulbaana.
👉Valverdee
👉Ancholoti
👉Hansi Fleek

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
✅️Eduwaardoo Kaamaaviingaan miidhama isa mudatee ture dandamachuun guyyaa har'aa gara shaakalaatti deebiheera.💥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
OPTAn sadarkaan Piriimiyerliigii Ingiliiz bara kanaa akkasitti akka xumuramu tilmaameera.

Walii galtu

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
"Bu'aa kana akka mo'amuutti lakkaa'a"- Kiristaan Eriksan

Taphataan sarara gidduu Maanchistar Yuunaayitid, Kiristaan Eriksan galgala edaa dirree Old Traafoord irratti bu'aa garee isaannii irratti mufannaa akka qabu ibseera.

''Bu'aa kana akka mo'amuutti lakkaa'a'' kan jedhe Kiristaan Eriksan dirree isaanii irratti Tweentee waliin qabxii akkasii argachuu akka hin qabne dubbateera.

Tapha jalqabaa dorgommii Awurooppaa liigii Maanchistar Yuunyaayitid goolii Kiristaan Eriksan lakkoofsiseen 1fi1 Tweentee waliin taphicha akka xumuran ni yaadatama.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Jijjiirraa ganna kanaan Woolvis gadhiisee gara kilabii Landan dhihaa Cheelsii kan deeme, Peedroo Neettoon yeroo ammaa kana ga'umsa sirrii irra akka hin jirre ibseera.

Peedroo 🎙"Yeroo ammaa kana ga'umsa sirrii irra hin jiru, garuu gara dandeettii koo isa duraatti deebi'uuf hojjechaa jira, kana akkan godhus guutummaatti ofitti amanamummaa qaba."

Itti dabaluun "Leenjisaan keenya taphataan kamiyyuu tapha hunda akka hin taphanne nu beeksiseera. Kana nan hubadha. Taphoota irra caalaan irratti hirmaachuuf ga'umsa gaarii qabaachuu qaba, kana gochuufis nan yaala." Jechuun dubateera.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
"Gaaffii Yunaayitid irraa yoo naaf dhiyaate nan fudhadha"- Soolshaayer

Leenjisaan Maanchistar Yunaayitid duraanii, Olee Gunaar Soolshaayer carraan gara Seexana Diiddiimootti deebi'uu yoo kennameef akka fudhatu ibseera.

Soolshaayer yeroo kanatti waa'ee kilaboota biroo fi leenjistoota biroo dubbachuu akka hin barbaanne, garuu Yunaayitid carraa gara kilabichaatti akka deebi'u yoo naaf kenne gaaffii kana fudhachuu irraa duubatti akka hin jenne dubbateera.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
2024/09/28 21:24:38
Back to Top
HTML Embed Code: