Telegram Web Link
Goooooooooooooool Galatasaray
Galatasaray 3-1 PAOฤถ
Tapha waancaa Kaaraabaa Ingilaandi

โฐ Xumurameera

Liivarpuul 5-1 Weestihaam

โšฝ๏ธJootaa [2] โšฝ๏ธQuansaa [OG].
โšฝ๏ธSaalaa
โšฝ๏ธGakpoo [2] .

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡บTaphoota Liigii Awurooppaa yeroo ammaa taphatamaanii kahan.

โฑXumurameera

Maan Yunaayitid 1-1 Tiweentee
#Erikson 34' #Lammers 68'

Daynamoo Keev 0-3 Laaziyoo 
#Boulaye 4',35'
#Bashiruu 33'

Galatasaray 3-1 PAOK
#Baba (OG)48' #Konstantelias 67'
#Akgun 75'
#Ikaardii 95

Niis 1-1 Riyaal Soosiyaadaad
#Rosario 45 ' #Baarrenetiskaa 18'

๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžฒ@BurqaaIspoortii
๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžฒ@BurqaaIspoortii
๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ Tapha Laaligaa Ispeen torbee 7ffaa

โฐ Xumuramee

Baarseloonaa 1-0 Geetafee
โšฝ๏ธLewaandooskiin 19'.

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
โšฝ๏ธMorkattoota dorgommii Karaba'oo marsaa 4ffaa.

๐Ÿ‘‰Tootenham Maanchister Siitii waliin
๐Ÿ‘‰Niwkastil/Wembilden Cheelsii waliin
๐Ÿ‘‰Biraayteen Livarpuul waliin
๐Ÿ‘‰Maan Yunaayitid Leester Siitii waliin
๐Ÿ‘‰Pristeen Arsenaal waliin
๐Ÿ‘‰Astonvilaa Paalaas waliin
๐Ÿ‘‰Saawuzampiten Stook Siitii waliin
๐Ÿ‘‰Bireentfoord Sheefild Wenisday waliin

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Kilabni warra katalaan Barseenoolaan bara kana Laligaan

Tapha 7 taphaatani
Tapha 7 injifatani
Goolii 23 galchani
Goolii 5 keessumessuun
Goolii qulqulluu liigichaa+18'n walitti qabachuun Laligaa dursa jiru.

Hansii Filiik jalqaba gaarii isaa itti fufee jira ๐Ÿ‘

๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธ@BurqaaIspoortii
๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธ@BurqaaIspoortii
Taphattoota saraara fuulduraa Liivarpuul

Mo.Saalaan biyya isaafi kilabii isaaf goolii 350 galchuu danda'eera

The Egyptian King ๐Ÿคด
____
Koodii Gaakpoon immoo kilabii fi biyyaaf goolii 110 galchee.


๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธ@BurqaaIspoortii
๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธ@BurqaaIspoortii
๐Ÿ—ฃ๏ธ Miikel Arteeta: โ€œTaphattoonni tapha edaan Arsenaal bakka bu'aan muraasni ganama kana mana barumsaa kan qaban jiru!โ€

โ€œFuula isaanii arguu dandeessa... โ€ ๐Ÿ‘ถ

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
โ˜‘๏ธOdeeffannoo crypto haraa bahani fi maloota qarshii ittiin hojjettan baruuf filannoo keessan @BurqaCrypto360
taasisaa.


@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โšฝ๏ธKaadhimamtoota taphataa cimaa Laaliigaa Ispeen baatii Fulbaana.

๐Ÿ‘‰Keliyaan Mibaapee
๐Ÿ‘‰Inaaki Wiliyaams
๐Ÿ‘‰Laamin Yaamaal
๐Ÿ‘‰Lo Selsiyoo
๐Ÿ‘‰Kaarlos Viseente

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โšฝ๏ธKaadhimamtoota Leenjisaa cimaa laaliigaa Ispeen baatii Fulbaana.
๐Ÿ‘‰Valverdee
๐Ÿ‘‰Ancholoti
๐Ÿ‘‰Hansi Fleek

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โœ…๏ธEduwaardoo Kaamaaviingaan miidhama isa mudatee ture dandamachuun guyyaa har'aa gara shaakalaatti deebiheera.๐Ÿ’ฅ

๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžฒ@BurqaaIspoortii
๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžฒ@BurqaaIspoortii
OPTAn sadarkaan Piriimiyerliigii Ingiliiz bara kanaa akkasitti akka xumuramu tilmaameera.

Walii galtu โ“

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
"Bu'aa kana akka mo'amuutti lakkaa'a"- Kiristaan Eriksan

Taphataan sarara gidduu Maanchistar Yuunaayitid, Kiristaan Eriksan galgala edaa dirree Old Traafoord irratti bu'aa garee isaannii irratti mufannaa akka qabu ibseera.

''Bu'aa kana akka mo'amuutti lakkaa'a'' kan jedhe Kiristaan Eriksan dirree isaanii irratti Tweentee waliin qabxii akkasii argachuu akka hin qabne dubbateera.

Tapha jalqabaa dorgommii Awurooppaa liigii Maanchistar Yuunyaayitid goolii Kiristaan Eriksan lakkoofsiseen 1fi1 Tweentee waliin taphicha akka xumuran ni yaadatama.

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Jijjiirraa ganna kanaan Woolvis gadhiisee gara kilabii Landan dhihaa Cheelsii kan deeme, Peedroo Neettoon yeroo ammaa kana ga'umsa sirrii irra akka hin jirre ibseera.

Peedroo ๐ŸŽ™"Yeroo ammaa kana ga'umsa sirrii irra hin jiru, garuu gara dandeettii koo isa duraatti deebi'uuf hojjechaa jira, kana akkan godhus guutummaatti ofitti amanamummaa qaba."

Itti dabaluun "Leenjisaan keenya taphataan kamiyyuu tapha hunda akka hin taphanne nu beeksiseera. Kana nan hubadha. Taphoota irra caalaan irratti hirmaachuuf ga'umsa gaarii qabaachuu qaba, kana gochuufis nan yaala." Jechuun dubateera.

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
"Gaaffii Yunaayitid irraa yoo naaf dhiyaate nan fudhadha"- Soolshaayer

Leenjisaan Maanchistar Yunaayitid duraanii, Olee Gunaar Soolshaayer carraan gara Seexana Diiddiimootti deebi'uu yoo kennameef akka fudhatu ibseera.

Soolshaayer yeroo kanatti waa'ee kilaboota biroo fi leenjistoota biroo dubbachuu akka hin barbaanne, garuu Yunaayitid carraa gara kilabichaatti akka deebi'u yoo naaf kenne gaaffii kana fudhachuu irraa duubatti akka hin jenne dubbateera.

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Erik Teen Haag ๐ŸŽ™"Goolii dabalataa galchuu qabna. Rakkoon keenya goolii galchuu qofadha. Garee hunda keessatti taphattoota goolii galchuu danda'an qabna, garuu dadhabbiin keenya xumuruu irrattidha."

Rakkoon Maanchistar Yuunaayitid goolii galchuu qofa isinitti fakkaataa ?

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Burqaa Ispoortii
Erik Teen Haag ๐ŸŽ™"Goolii dabalataa galchuu qabna. Rakkoon keenya goolii galchuu qofadha. Garee hunda keessatti taphattoota goolii galchuu danda'an qabna, garuu dadhabbiin keenya xumuruu irrattidha." Rakkoon Maanchistar Yuunaayitid goolii galchuu qofa isinittiโ€ฆ
Erik Ten Haag๐ŸŽ™"Akkaataa geeba itti injifadhu sirriitti beeka; bara kana geeba dabalataa fi sadarkaa fooyya'aa argachuu barbaada."

Ten Haag ๐Ÿค ๐Ÿ†

Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โžก๏ธ @BurqaaIspoortii
2024/09/27 00:13:08
Back to Top
HTML Embed Code: