Burqaa Ispoortii
Rodriin balleessaa raawateera
VAR eeggamaa jira
Burqaa Ispoortii
Goolichi haqameera
Taphattonni Kiroshiyaa Kubban penality osoo hin rukutamin gara saanduqa Penality seenaniiru jechuun
Burqaa Ispoortii
Lamin Yamal fi Roodrin bahan
Feran Tores fi Zubimendin seeneen
β
Tapha geeba Awurooppaa 2024 ramaddii B.
β±Xumurame
Ispeen 3-0 Kirooshiyaa
β½οΈMoraata 29'
β½οΈRuwiz 32'
β½οΈKarvahaal 45+3'
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β±Xumurame
Ispeen 3-0 Kirooshiyaa
β½οΈMoraata 29'
β½οΈRuwiz 32'
β½οΈKarvahaal 45+3'
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
OFFICIAL
Dargaggeessi ganna 31 Faabiyaan Hurziler leenjisaa olaanaa haaraa Biraayitan ta'uun kontiraata waggaa sadii mallatteesseera. π΅

Hiriira garee lamaanii
04:00 π° Xaaliyaan Albaaniyaa waliin
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
04:00 π° Xaaliyaan Albaaniyaa waliin
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
πHordoftoota Amantii Islaama marti baga ayyaana Arafaan isin gaβe.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π¨ RECORD:
Laamin Yamaal taphataa dargaggeessaa seenaa keessatti tapha Yuuro irratti kubbaa gooliif taatu mijeesse kenne ta'eera.
Waggaa 16 fi guyyaa 338 umuriin Laamin Yamaal. π₯

Faabiyaan Ruwiz taphataa cimaa tapha Ispeen fi Kirooshiyaa ta'un filatameera.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π Riikoordii gama Ispeen galma'ee
πSeenaa geeba Awurooppaa kessatti yeroo lammaffaaf taphatan Baarseloona taphata Riyaal Maadriidif kubbaa goolii ta'e mijessuun kenneera.
(Kan jalqabaa bara 1964 ture)
πDaanii Kaarval taphataa umurii guddaan goolii geeba Awurooppaa iratti Ispeeniif lakkoofsise ta'eera.
πLaamiin Yamaal taphataa umrii xiqqan dorgommii geeba Awurooppaa iratti kubbaa goolii ta'e mijessuun kenne ta'eera.

β±01'
Xaaliyaan 0-0 Albaaniyaa
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β±01'
Xaaliyaan 0-0 Albaaniyaa
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii