Telegram Web Link
Daqiiqaan 2 ida’ame
Goliin booda kiroshiyaan yaalii cicimaa taasisaa jiru
Gooooooooooooooooooool
Burqaa Ispoortii
Gooooooooooooooooooool
Kaaaarvaaaaaaaaaaaal
Burqaa Ispoortii
Kaaaarvaaaaaaaaaaaal
Lamin Yamaal mijessuun kenneera
Tapha geeba Awurooppaa 2024 ramaddii B.

Boqonnaa
Ispeen 3-0 Kirooshiyaa
⚽️Moraata 29'
⚽️Ruwiz 32'
⚽️Karvahaal 45+3'

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Taphni boqonnaa booda eegaleera
Tapha geeba Awurooppaa 2024 ramaddii B.

50'
Ispeen 3-0 Kirooshiyaa
⚽️Moraata 29'
⚽️Ruwiz 32'
⚽️Karvahaal 45+3'

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Lamin Ymal mucaa akkamitti 👏
Burqaa Ispoortii
Lamin Ymal mucaa akkamitti 👏
Mucaan ganna 16qofa😳
Oooooooooooooo
Burqaa Ispoortii
Oooooooooooooo
Kiroshiyaan yaalii dinqisiisaa taasisanii turan yaalii sadi al tokko
Pedrin bahe Olomon seene
Kovachich fi Modrich bahan
Burqaa Ispoortii
Kovachich fi Modrich bahan
Pasalich fi Susich seenaan
Tapha geeba Awurooppaa 2024 ramaddii B.

70'
Ispeen 3-0 Kirooshiyaa
⚽️Moraata 29'
⚽️Ruwiz 32'
⚽️Karvahaal 45+3'

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Penality
Burqaa Ispoortii
Penality
Kiroshiyaaf
Rodriin balleessaa raawateera
2024/06/28 10:28:15
Back to Top
HTML Embed Code: