Telegram Web Link
Roobart Lewaandowiskin midhama isa mudateen tapha geba Awurooppaa jalqabaa Poolaand Nezerland waliin taasistu iratti hin hirmaatu. Tapha lammaffaa iratti akka hiriruu gareen fayyaa tumsa taasisaa akka jiranis gabaafameera.

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Tapha michooma

11'
Porchugaal 0-0 Ayerlaand

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Tapha michooma

23'
Porchugaal 1-0 Ayerlaand
⚽️J. Fleeks 18'

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Tapha michooma

Boqonnaa
Porchugaal 1-0 Ayerlaand
⚽️J. Fleeks 18'

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Tapha michooma

53'
Porchugaal 2-0 Ayerlaand
⚽️J. Fleeks 18'
⚽️K. Ronaaldoo 50'

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Gooooooooooooooolll
Burqaa Ispoortii
Gooooooooooooooolll
Ronaldooooooooooo
Tapha michooma

61'
Porchugaal 3-0 Ayerlaand
⚽️J. Fleeks 18'
⚽️K. Ronaaldoo 50'
⚽️K. Ronaaldoo 60'

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Tapha michooma

Xumurame
Porchugaal 3-0 Ayerlaand
⚽️J. Fleeks 18'
⚽️K. Ronaaldoo 50'
⚽️K. Ronaaldoo 60'

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Kiristiyaanoo Roonaldoon goolii garee biyyaalessaa Porchugaaliif lakkoofsise 130n gaheera.


Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
ODUU AMMEE

Eriik Teenhaag bara dorgommii dhufu Maanchister Yunaayitid keessa akka turan gabaafameera.

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Cheelsiin Benjamin Seeskoo dhabuu isaaniin fuula isaanii gara taphata sarara fulduraa Astonvilaa John Duran godhataniiru.

Chelsiin foddaa jijjiirraa Amajjii darberrattiis taphataa kana fudhachuuf hojechaa ture.

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
✅️Taphattoota qaalii kubbaa miilaa addunyaa yeroo ammaa.

💥Riyaal Maadriid 🤝Maanchister Siitii💥

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Lester Siitiin Grhaam Poter bakka bu'aa Enzoo Maareskaa buusuuf haasaa eegalaniiru.

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Paawuloo Fonsekaan leenjisaa haaraa AC Milaan ta'uf dhiyaateera.

Fonsekaan kontiraata hanga 2026 isa tursiisus ni mallateessa jedhamee eeggama.

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Kileement Tarpiin tapha baniinsaa geeba Awurooppaa Jarmanii fi Skootlaand gidduutti gaggeefamu akka dursan ifoomera.

             Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Taphatan sarara gidduu garee biyyaalessaa Jarman Alekzander Pablovich midhaman tapha geba Awurooppaa 2024in ala ta'u isaan iddoo isaa taphatan sarara gidduu Doortumand Emerichaanif waamichi taasifameera.

             Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Keliyaan Mibapeef simannaan akka lakkoofsa Awurooppaa Adolessa 16 dirree Santiyagoo Bernaboo iratti akka taasifamuuf ifoomera.

Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Arsenaal Bireentiford irraa Deevid Raayaa dhaabbiidhan fudhachuuf sanada xumuraa jiru.

- Faabriiziyoo Roomaanoo

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
2024/10/01 22:03:47
Back to Top
HTML Embed Code: