Telegram Web Link
Arsenaal gara taphaatti deebi'aniiru
Kubbaan Siitii jala ture Raayaan qabateera
Saaaakaaaaaaa
Burqaa Ispoortii
Saaaakaaaaaaa
Jalaa bahee Rukuttaa rogaa Arsenaalif
Gooooooooooooool
Arsenaaaaaaaaaaaaaaaal
Maaagaaaaaaaleeeeeeeeeeeesh
Taphataa akkamiitii dhugaaa👏👏👏🔥🔥🔥 Pa Pa
Rukuttaa rogaa 🤝 Maagaaleesh
Taphni itti fufeera

Arsenaal dursuu eegalaniiru
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Tapha eegama Pirimer Liigii Ingilaand torbee 5ffaa.

45+4'

Maan Siitii 1-2 Arsenaal
Haalaand 8' Kaalaafiyoorii 22'
Maagaaleesh 45'

🏟 Dirree Itihaad

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Viidiyoo goolii ilaaluuf 👇

https://www.tg-me.com/BurqaaVidiyoo
Daqiiqaan 6 dabalamee daqiiqaaan 4 taphatameera
Siitiin dhiibbaa uuma jiru
Arsenaal moo'achuuf fedhii isaan qaban adda👏🔥🔥
Kaardii akeekkachisaa Paarteef
Burqaa Ispoortii
Kaardii akeekkachisaa Paarteef
Balleessaa Saaviniyoo irratti raawwateen
Tiroosaaaaaard
Burqaa Ispoortii
Tiroosaaaaaard
Kaardii diimaaaaaa
Balleessaa yeroo lama rawwateeen kaardii keelloo lammaffaa
2024/09/28 09:27:15
Back to Top
HTML Embed Code: