Telegram Web Link
Too'annoo kubbaa

Maan Siitii 74%
Arsenaal 26%
Kaardii akeekkachisaa Tiroosaardif
Burqaa Ispoortii
Kaardii akeekkachisaa Tiroosaardif
Balleessaa Saaviniyoo irratti raawwateen
Siitiin dhiibbaa uuma jiru
Dooookuuuuuuuuuuuu
Burqaa Ispoortii
Dooookuuuuuuuuuuuu
Jalaa bahee
Rukuttaa rogaa Siitiif
Itti hin fayyadamne
Haavertz baasera
Kubbaan Arsenaal jala
Rukuttaa rogaa Arsenaalif
Burqaa Ispoortii
Rukuttaa rogaa Arsenaalif
Gaaaabri'eeeeeeeeeeel
Burqaa Ispoortii
Gaaaabri'eeeeeeeeeeel
Oooo carraa gaarii argatee ture itti hin fayyadamne
Xiqqooof lakkofsisee ture
Kubbaan Siitii jala
Daqiiqaa 40 geenyerra
Kubbaan Arsenaal jala
Arsenaal dhiibbaa uuma jiru
Tiroooosaaaaaaaaard
Burqaa Ispoortii
Tiroooosaaaaaaaaard
Bira gahu hin dandeenye Maartineeliin kubbaa bareeda kenneefi ture
2024/09/28 07:22:41
Back to Top
HTML Embed Code: