π¨#OFFICIAL
Foddaan jijjiirraa ganna kanaa ifatti banameera.
#HERE_WE_GO π
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Foddaan jijjiirraa ganna kanaa ifatti banameera.
#HERE_WE_GO π
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
πTapha baniinsaa geeba Awuroppaa 2024.
04:00 π° π©πͺ Jarman Iskootilaandπ΄σ §σ ’σ ³σ £σ ΄σ Ώ waliin
#EURO2024π₯
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
04:00 π° π©πͺ Jarman Iskootilaandπ΄σ §σ ’σ ³σ £σ ΄σ Ώ waliin
#EURO2024π₯
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Taphatan sarara ittisa Doortumand Maat Haamels ganna kana bilisaan Dortumand akka gadhiisu himeera.
Hameels kilaboota Liigii Saawudii Proo fi MLS irraa gaafiin dhiyaatufis oso hin fudhatin hafeera. Taphatichi Awurooppaa keessa turuu barbaada.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Hameels kilaboota Liigii Saawudii Proo fi MLS irraa gaafiin dhiyaatufis oso hin fudhatin hafeera. Taphatichi Awurooppaa keessa turuu barbaada.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Geebni Awurooppaa 2024 Jarmaan qopheessitu har'a galgala kan eegalu ta'a.
π Ramaddii A
πJaarmaan
πSkootlaand
πHaangaarii
πSiwzeerlaand
π Ramaddii B
πIspeen
πKirooshiyaa
πItaalii
πAlbaaniyaa
π Ramaddii C
πSloveeniyaa
πDeenmaark
πSarbiyaa
πInglaand
π Ramaddii D
πPoolaand
πNeezarlaandi
πAwustiriyaa
πFaransaay
π Ramaddii E
πBeeljeem
πSlovaakiyaa
πRoomaaniyaa
πYukireen
π Ramaddii F
πTuurk
πJoorjiyaa
πCheek
πPorchugaal
Ramaddii kamtu ulfaatadha?
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π Ramaddii A
πJaarmaan
πSkootlaand
πHaangaarii
πSiwzeerlaand
π Ramaddii B
πIspeen
πKirooshiyaa
πItaalii
πAlbaaniyaa
π Ramaddii C
πSloveeniyaa
πDeenmaark
πSarbiyaa
πInglaand
π Ramaddii D
πPoolaand
πNeezarlaandi
πAwustiriyaa
πFaransaay
π Ramaddii E
πBeeljeem
πSlovaakiyaa
πRoomaaniyaa
πYukireen
π Ramaddii F
πTuurk
πJoorjiyaa
πCheek
πPorchugaal
Ramaddii kamtu ulfaatadha?
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Gatiin gaariin yoo dhiyaateef Aroon Waan Bisaakan Manchister Yunaayitid gadhiisuuf qophiidha.
Bisaakan waligaltee waggaa tokkoof Yunaayitid keessa isa tursiisu kan qabu yoo ta'u jijjiirraa ganna kanaan Yunaayitid akka gadhiisu nii eeggama.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Bisaakan waligaltee waggaa tokkoof Yunaayitid keessa isa tursiisu kan qabu yoo ta'u jijjiirraa ganna kanaan Yunaayitid akka gadhiisu nii eeggama.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Kiristaal Paalaas taphataa Riyaal Beetis Chaad Reedi yuroo miliyoona 15nitti siiquun kan dhuunfaa isaanii taasisaniiru.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Niwkastil Yunaayitid taphataa sarara fuundura harka mirgaa Cheelsii Noonii Maadukee iddoo Miguwel Almiroon buusuuf yaadaa jiru.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Kilabiin Saawudii Arabiyaa Al Naasir taphataa sarara ittisa Livarpuul Varjil Vaandayik fudhachuufi mindaa guddaa sarara ittisaa adunyaa isaaf kaffaluuf karoorsaniiru.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Manchister Yunaayitid sarara fuundura isaanii cimsachuuf taphatoota garaa gara waliin maqaan isaa walqabachaa jira.
Isaaniis taphataa umurii 23 Bolonyaa Joshuwaa Zirikzii, taphataa umurii 24 lammii Kanadaa Liil keesatti taphachaa jiru Jonaatan Daaviid, fi taphataa Bireentfoord Ivaan Toonii akka ta'an gabaafameera.

Leenjisaan haaraa Juveentus Tiyaagoo Mootaan taphataa sarara ittisa Arsenaal Jaakub Kiwyoor fudhachuuf fedhii qaba.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Maanchister Yunaayitid dhimma dhuunfaan Jarrad Brantweeyit waliin waliigalteerra gaheera.
Haa ta'u malee hanga amma Everteen waliin gatii taphatichaa iratti waliigalteerra hin geenye. Everteen jijjiirraa taphatichaa irraa Paawondii miliyoona 70 barbaadu.
Taphataan sarara ittisa kun Manchister Yunaayitid keessatti torbeen Β£150,000 hanga Β£160,000 argachuu danda'a jedhameera.

π DEAL DONE: Kiristaal Paalaas taphataa sarara ittisaa Riyaal Beets Chaad Riyaad kontiraata yeroo dheeraa hanga June 2029tti kilabicha keessa isa tursiisun mallatteessisaniiru. Kaffaltiin taphaticha naannoo Yuuroo miiliyoona β¬15m ta'a.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Emeriik Laapoort midhaman tapha boru Ispeen Kirooshiyaa waliin taasiftu iratti akka hin hirmaanne gabaafameera.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Waancaa Awurooppa (EURO 2024) Jarmaniin keessummeessiturrati taphoota 51tu taphatama.
Tapha guyyaa baniinsaa gaggeeffamuun Iskootlaandifi Jarman istaadiyeemii Baayr Muniik Aliyaanz Areenaa irratti taphatama.
Gareen bakka jaβatti ramadaman harβa irraa kaasanii guyyaa guyyaan taphoota garee lamaa hanga afuriitti gaggeessu.
Taphoonni kunneen waaree booda saβaatii 10:00 irratti halkan ammoo saβaatii 1:00 fi 4:00 irratti istaadiyeemota magaalota Jarmanii kudhan keessatti argamanitti gaggeeffamu.

π¨ Maanchistar Yunaayitid Jaarod Bireezwetif gaaffii baniinsaa naannoo paawundii miiliyoona Β£45m akka dhiheessan gabaafameera.
π° Mail Sport
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π° Mail Sport
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Borushiyaa Dortimand walii galtee hanga bara 2027'n Nuuri Εaahin leenjisaa haaraa isaanii taasisuun muudaniiru.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π΅ Fabian Hurzeler gara Biraayitan
Here We Go!
Leenjisaan ganna 31 kun waliigaltee hanga bara 2027tti kilabicha keessa isa tursiisu ni mallatteessa.
Seenaa Pirimer Ligii Ingilaand keessattis leenjisaa dargagggessa ni taha.
Fabrizio Romanoπ

Tilmaama 90 min tapha EURO marsaa jalqabaaf kenne.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Maatvey Saafonoov Kiraasnoodaar irraa gatii Yuuroo miiliyoona β¬20'n PSG itti makameera.
Goolii eegan lammii Raashiyaa kun Kontiraata hanga June bara 2029tti kilabicha keessa isa tursiisu mallatteesssera.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Goolii eegan lammii Raashiyaa kun Kontiraata hanga June bara 2029tti kilabicha keessa isa tursiisu mallatteesssera.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π¨ Arsenaal, Baayer Muunik, Niiwukaastil, Maan Yunaayitid fi Maan Siitiin Maayikeel Oliisee mallatteessifachuuf fedhii qabaatanus garuu taphatichi gara Cheelsiitti makamuuf car'aa bal'aa akka qabu gabaafamera.
(Madda: guardian_sport)
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
(Madda: guardian_sport)
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii