✅ Gaaffii Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisaa Evartan Jaaraad Biraantwaayit fudhachuuf taasisan kufaa tahera, Yunaayitid Paawundii miiliyoona £35m dabalataan bonasii £8m dhiheessanii turan.
[Madda: Time Sport]
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
[Madda: Time Sport]
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisaa gidduu Liil Leenii Yooroo fudhachuuf dammaqinaan hordofaa jiru.
-David Ornstein🥇
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
-David Ornstein🥇
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
✅ Kilabiin Seents bara kana gara Pirimer Ligii Ingilaanditti ol guddatan Saawuzampitan taphataa sarara gidduu duraanii Liivarpuul fi Biraayitan Adam Laalaanaa kontiraata waggaa tokkootiin mallatteessisuu isaanii beeksisaniiru.
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
✅Hiriira garee biyyaalessaa Jarmaan
Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024
04:00 🔰 Jarmaan Iskootlaand waliin
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024
04:00 🔰 Jarmaan Iskootlaand waliin
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
✅Hiriira garee biyyaalessaa Iskootlaand
Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024
04:00 🔰 Jarmaan Iskootlaand waliin
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024
04:00 🔰 Jarmaan Iskootlaand waliin
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
✅Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024
⏱01'
Jarmaan 0-0 Iskootlaand
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
⏱01'
Jarmaan 0-0 Iskootlaand
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Burqaa Ispoortii
Gooooooooooooooooooooooooool
Flooooreeeeeeeen Wiiiirtz
✅Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024
⏱17'
Jarmaan 1-0 Iskootlaand
⚽️F. Wirtz 10'
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
⏱17'
Jarmaan 1-0 Iskootlaand
⚽️F. Wirtz 10'
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Burqaa Ispoortii
Gooooooooooooooooooooooool
Muzeeeeeeeeeeylaaaaaaaa
Burqaa Ispoortii
Muzeeeeeeeeeeylaaaaaaaa
Kaayi Havartez kubbaa bareeda laatef
✅Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024
⏱25'
Jarmaan 2-0 Iskootlaand
⚽️F. Wirtz 10'
⚽️J. Muzeylaa 19'
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
⏱25'
Jarmaan 2-0 Iskootlaand
⚽️F. Wirtz 10'
⚽️J. Muzeylaa 19'
Ⓢⓗⓐⓡⓔ
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Burqaa Ispoortii
Balleessaa Muzeylaa iratti raawateen
Riyaan Kristitu balleessaa raawate