π¨ Maanchistar Yunaayitid haala Maatiyaas De Laayit itti dhiyeenyaan hordofaa jiru, ganna kana Baayer Muuniik gaaffiin gaarii yoo dhihaatef taphaticha gadhiisuf hayyamamoodha.
Erik Ten Hag deeggaraa guddaa taphataa sarara ittisaa kanaati.
(Madda: Plettigoal)
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Erik Ten Hag deeggaraa guddaa taphataa sarara ittisaa kanaati.
(Madda: Plettigoal)
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π¨Leenjisaan Borushiyaa Dortumand Eden Terziich fedhii ofii isaatiin kilabicha waliin gargar baheera.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π¨Kilabiin Faransaay Olompiik Marseen yaada kontiraataa Roobartoo di Zerbiif erganiiru.
Marseen leenjisaa kanaaf Kontiraata waggaa 3 kan dhiheessaniif yoo ta'u, mariin waliigaltee irra gahuuf taasifamaa jira, amma wanti raawwatame hin jiru garuu mariin adeemsifamaa jira.
Fabrizio Romanoπ
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Marseen leenjisaa kanaaf Kontiraata waggaa 3 kan dhiheessaniif yoo ta'u, mariin waliigaltee irra gahuuf taasifamaa jira, amma wanti raawwatame hin jiru garuu mariin adeemsifamaa jira.
Fabrizio Romanoπ
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π¨Juuveentus taphataa sarara fulduraa Maanchistar Yunaayitid Maason Giriinwuud fudhachuuf maallaqa gara paawundii miiliyoona 40tti tilmaamamu dhiyeessanii jiru. Mariin kilaboota gidduutti taasifamaa jiru sadarkaa olaanaarra jira.
[Simon Jones, Mail Sport]
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
[Simon Jones, Mail Sport]
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
OFFICIAL
Westahaam taphataa sarara fulduraa Paalmeraas Luwiz Guilherme mallatteessifachuu isaanii ifoomsaniiru.
Westahaam jijjirraa taphataa kanaaf Yuuroo miiliyoona β¬23m dabalataan gahumsa Isaa ilaalanii Yuuroo miliyoona β¬7m kan kaffalan tahu.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Westahaam taphataa sarara fulduraa Paalmeraas Luwiz Guilherme mallatteessifachuu isaanii ifoomsaniiru.
Westahaam jijjirraa taphataa kanaaf Yuuroo miiliyoona β¬23m dabalataan gahumsa Isaa ilaalanii Yuuroo miliyoona β¬7m kan kaffalan tahu.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π¨ Roomaan Ganna kana kilaboonni Pirimer Liigii Ingilaand Taamii Abrahaam fudhachuuf fedhii qaban waan jiraniif taphataa kana irraa yoo xiqqaate Paawundii miliyoona Β£20M barbaadu.
Westehaam, Toteneham fi Aston Viilaan taphataa sarara fuulduraa kana mallatteessifachuuf fedhii qabu.
(Madda: Matt_Law_DT)
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Westehaam, Toteneham fi Aston Viilaan taphataa sarara fuulduraa kana mallatteessifachuuf fedhii qabu.
(Madda: Matt_Law_DT)
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π¨ Roobartoo Di Zerbiin leenjisaa olaanaa Maarsee ta'uuf itti dhihaatera.
Kilabiin Faransaay kun kaffaltii Yuuroo miliyoona β¬6M Biraayitanif kaffaluu qofatu hafa.
(Madda: FabrizioRomano)
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Kilabiin Faransaay kun kaffaltii Yuuroo miliyoona β¬6M Biraayitanif kaffaluu qofatu hafa.
(Madda: FabrizioRomano)
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Cheelsiin dhimma Maaykil Olisee iratti Kiristaal Paalas waliin dubbii eegalaniiru.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Andrees Hereraan waligaltee haaraa hanga 2026 Atleetik Kilab keesa isa tursiisuu mallateessee jira.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Nuurii Saahin leenjisaa Borshiyaa Dortumand ta'uf carraa guddaa akka qabu Fabrizion gabaaseera.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Gareewwan biyyaalessaa dorgommii geba Awurooppaa iratti tapha hedduu injifatan.
πIspeen 118
πNeezarlaandi 103
πJarmaan 103
πCheek 100
πItaalii 99
πFaransaay 95
πPorchugaal 95
πInglaand 94
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
πIspeen 118
πNeezarlaandi 103
πJarmaan 103
πCheek 100
πItaalii 99
πFaransaay 95
πPorchugaal 95
πInglaand 94
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
β
Garee biyyaalessaa geeba Awurooppaa yeroo hedduu fudhatan.
πJarman yeroo 3
πIspeen yeroo 3
πItaalii yeroo 2
πFaransaay yeroo 2
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
πJarman yeroo 3
πIspeen yeroo 3
πItaalii yeroo 2
πFaransaay yeroo 2
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Taphni geeba Awurooppaa boru galgala sa'aatii 4:00 iratti kan eegalu ta'a.
πEURO 2024
πEURO 2024
Burqaa Ispoortii pinned Β«Taphni geeba Awurooppaa boru galgala sa'aatii 4:00 iratti kan eegalu ta'a. πEURO 2024Β»
βοΈ Cheelsii fi Maanchistar Yunaayitid kilaboota lamaan taphataa sarara fulduraa Kiristal Paalaas Maayikel Ooliise mallatteessifachuuf dhiibaa jiranidha.
Fabrizio Romanoπ₯
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Fabrizio Romanoπ₯
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π¨Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisaa gidduu Evertan Jarod Branthwaite fudhachuuf gaaffii dhiyeessuuf jiru. Evertan taphataa kana irraa paawundii miiliyoona Β£70m barbaada.
[Simon Jones, Mail Sport]
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
[Simon Jones, Mail Sport]
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
βͺοΈβ«οΈ Fuuldurri Miigu'eel Almiroon jijjiirraa ganna kanaan dura banaa ta'ee jira. Ji'a Amajjii keessa jijjiirraan Piroo Liigii Sa'udii erga kufee booda kilaboonni hedduun taphataa sarara gidduu kanaaf fedhii agarsiisaa jiru.
Niwukaastil, haala Faayinaansii Fair Play irraa kan ka'e yoo gaaffiin gaariin dhiyaatef Almiron gurguruuf banaadha.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Niwukaastil, haala Faayinaansii Fair Play irraa kan ka'e yoo gaaffiin gaariin dhiyaatef Almiron gurguruuf banaadha.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π¨Liivarpuul fi Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisa gidduu Liil Leenii Yooroo mallatteessisuuf dammaqinaan hordofaa jiru. haa ta'u malee Riyaal Maadriid taphataa kana akka fudhatan ofitti amanamummaa qabu, taphatichis dursa Riyaal Maadridif kenna.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
π¨Kilabiin Saβuudii Al-Itihaad Riyaal Maadrid irraa Naachoo mallatteessisuuf akka dhihaatan gaazexaan amanamaa Faransaay Lequipen gabaasera.
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
Taphataan sarara fuulduraa Juventus lammii Xaaliyaan ganna 26 Firdeerikoo Kiyeesaan Yuuroo 2024 booda egeree isaa ni murteessa.
[Faabriiziyoo Roomaanoo]
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii
[Faabriiziyoo Roomaanoo]
ββββ‘β
@BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii