Telegram Web Link
Forwarded from β™‘ Abduljalil Redwan β™‘ (Abdul-Ibnul-Ghazi) via @toolkitbot
" When Ramadan begins, the gates of Heaven are opened, the gates of Hell are closed and the devils are chained. "

(Bukhari)

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
ERGAA HATATTAMAA
β—‡β—‡β—‡β—‡β—‡β—‡β—‡β—‡β—‡β—‡β—‡

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota Obboloota koo kan Dhiiraa fi Dubartootaa!

Jiini Ramadaana imala isaa saffisiisuun warroota dammaqanii itti fayyadamaniif kheeyrii isaa qoodaa, warra ammas rafaa jiraniif immoo abaarsa raabsaa kunoo harra halkan 27ffaa dhaqqabee jira. Anaa fi ati hoo warra Kam keessatti argamnaa!!??

Bultii 26n darban keessatti hammam fayyadamneerra?, Qur'aana si meeqa buufneerra, hammam sadaqanneerra, hamma harka keenya Rabbi jala qabnee kadhanneerra?. Halkan meeqa otoo mirqaana qabduu nashaaxaan taraawiya imaama wajjiin jalqabdee wajjiin xumurte?..........?????????????????????!!!

Halkan harraa kun halkan hundumaa caalaa #Leeylatul_Qadriin keessatti shakkamudha. Ibaadaan ati halkan tokkittii kana keessatti hojjettu qofti akka waan waggaa 83 ol ibaadaa gooteetti siif lakkaa'ama. Bajaanni waggaa guutuu halkan kana keessa raabsama. Halkan kun halkan Qur'aanni keessa buufamedha.

Obboleessa koo =Obboleettii too
Ati nama muslimaa Allaah gabbarudha. Allaah n immoo waan hundumaa danda'aadha, dhagahaadha, argaadha, .....!!!

Karoora hangam karoorfattee siif milkaa'uu didee? , Rakkoo sii fi maatii kee mudate jiraa? , Ati otuu nama akkamii taatee jaalatta, maatii fi firri akkasumas hiriyyootni kee hoo???

Biyyi keenya yeroo ammaa haala hammaataa keessa jirti, keessummaa muslimoonni immoo irra caalatti sababoota siyaasaa-dinagdee Guyyaa guyyaan uumamaniin miidhamaa jiru.
Dhiigni obboloota keenya dantaa siyaasaatiif dhangala'aa jira. Namoonni kumaatamaan lakkaa'aman kanneen eenyuyyuu isaan quba hin qabne mana hidhaa keessatti dararamaa jiru, haala isaan keessa jiran Rabbi qofaatu beeka.

Maarree Yaa obboloota koo!!!
Maaltu beeka tarii rakkoon dhunfaa keetii fi maatii keetii, ganda keetii fi naannoo keetii, biyya keenyaa fi amantii teenyaa, rakkoon addunyaa tana maraa #Sababuma_anaa_fi_ati_halkan_harraa_kana_Rabbii_keenyatti_harka_ol_qabnee_kadhanneef_furmaata_argachuutu_mala_taha!!

Kanaafuu yaa nama barreeffama kana dubbifte mee halkan harraa kana niyyaa tolfannee , qalbii qulqulluu fi murattuu taateen Rabbii keenyatti imimmaan haa buufnuu!!. Karoora qabnu hunda Rabbitti haa himannuu, waan sodaanne hunda isatti haa dhiyeeffannuu, Dhugumatti Rabbiin keenya argaa fi dhagahaadha!!!!

πŸ™Yeroo kadhaaf harka ol kaafte immoo sekondii 5fis ta'u anaafis du'aa'ii godhi!!!

Rabbiin ibaadaa hunda nurraa haa qeebalu, kadhaa teenyas nuuf haa owwaatu, rakkoo keenyaafis nuuf haa birmatu,
Allaahumma Aamiin Summa Aamiin
🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲🀲

Namni barreeffama kana argite hundi nama beektu hundaaf share godhi
@kennaapost @kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from β™‘ Abduljalil Redwan β™‘ (Abdul-Ibnul-Ghazi) via @toolkitbot
❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀
YAADNI KHEE JABAATE
------------- -------- --------------

Khan halaalaa dhufee
Booyee sirraa gala...
Si ziyaarraan booyuun
Namayyuuf amala...
Yaadni nama oofa
Ganamaaf galgalaa...
Silaan carraa arkadhee
Si birattiin gala...
Yaa habiiballaahi
Yaa Caalaa mursalaa...
Yaadni khee jabaatee
An maaltu naaf mala...

Jettee qalbiin gaaf gaaf namatti hasaasti...

Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…
Ψ§Ω„Ω„Ω‡Ω… Ψ΅Ω„ ΩˆΨ³Ω„Ω… ΨΉΩ„Ω‰ Ω…Ψ­Ω…Ψ― ΩˆΨΉΩ„Ω‰ Ψ’Ω„Ω‡ ΩˆΨ΅Ψ­Ψ¨Ω‡ Ψ£Ψ¬Ω…ΨΉΩŠΩ†...

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from β™‘ Abduljalil Redwan β™‘ (Abdul-Ibnul-Ghazi) via @toolkitbot
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‡΅πŸ‡Έ Free_palestine πŸ‡΅πŸ‡Έ

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from β™‘ Abduljalil Redwan β™‘ (Abdul-Ibnul-Ghazi) via @toolkitbot
πŸŒ›πŸŒ›πŸŒ›πŸŒ›πŸŒ›
🌴
🌴
πŸŒ΄πŸŒ™πŸŒ™πŸŒ™πŸŒ™
🌴
🌴 EID
πŸŒ›πŸŒ›πŸŒ›πŸŒ›πŸŒ›

@AbduljalilRedwan

πŸŒΏπŸ’« πŸ’« 🌿
🌿 πŸ’« πŸ’« 🌿
🌿 πŸ’« πŸ’« 🌿
🌿 πŸŒ™ 🌿 🌿 🌿
🌿 MUBAREK 🌿 🌿 🌿

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from Obsa Sule
Khan barana khan baraa heduu
❀ Eid Mubarak😍 jalawaan kiyaa qa'qalii
@obsasule
@obsasule
@obsasule
Baga gammaddan chanaloota haraya qabanne dhufne jirra. Wantoota adda adda irra arkachu ni dandeeysan..
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
BIQILTUU KUNUUNSI TOLE
√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√
Asoosama gabaabaa #Kutaa_6ffaa!!
✍Abdul Aziz Ahmeddiin
♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀

Kutaawwan 1,2,3,4,fi 5 @Kennaapost jalal dubbisaa !!
Caaltuun hatattamaan gara kutaa isheetti erga seentee booda waraqaticha hatattamaan bantee dubbisuu eegalte. Caaltuun jarjera irraa kan ka'e otoo eenyummaa nama ergeetuu hin dubbisin kallattiidhumaan ergaa isii dubbisuu jalqabde. Jechoota baayyee garaa nama nyaataniin barreeffamte. "Caaltuu! Ergaa kana yeroo dubbiftu yaadaa kee hin faffacaasin, hamma siif danda'ameen tasgabbaayii xiyyeeffannoodhaan dubbisi, " yaadni jedhu jalqaba irratti barreeffameera. Caaltuu! Caaltuu! Caaltuu! Maalii ookoo jettee najalaa hin #owwaattuu? , Dhiisi sagalee olkaastee deebisuu baattus onnee tee keessatti akka naaf deebistu abdii guutuun sirraa qaba. Caaltuu ! An akkuma beektu firri, ollaanii fi hiriyyaan ani qabu sumaa fi sumadha. An kanan sidhalcheef , Abbaan Caaltuu intala bareedduu qaba, heerumteetti, deesseetti...fi kkf akka naan jedhaniif miti. Sababni Isaa dubartiin hundinuu erga dhalattee Rabbiin fayyaa fi Umrii yoo kenneef kun hunduu waan oolu miti,seera uumamaa waan ta'eefi. Ani kanan barbaadu intala seeraa fi heera shari'aatiin qaramtee fi Aadaa fi safuu Oromootiin faayamtee, akkasumas barnoota shari'aa fi barnoota idileetiinis kunuunfamtee bor na boonsitun barbaada. Kana hunda galmaan ga'uuf immoo jalqaba eenyummaa kee durii kaastee beekuun dirqama ta'a, kanaafan kitaaba kana siif kenne, kana qofas osoo hin taane kitaabota baayyee kunoo asirratti maqaa siif dhaheen jira, , egaa atis wantoota gaarii kitaabota kanneen irraa ergite hojii irra oolchuu, wantoota dogoggora yoo argite immoo warra dohoggoran abaaraa ooluu osoo hin taane, wanti akkasanaa deebi'ee akka hin dhufne maaltu ta'amuu akka qabu itti yaadi, sababni Isaa ta'iiwwan baayyeen qalbii nama cabsu waanta'eef, kana qofayyuu miti, yoo falli cimaan itti hin falamin deebi'anii akka hin dhufne wanti wabii nuuf ta'u waan hin jirreef. Wantoota gaarii dubbiftu hundayyuu akkamiin harra deebisuu akka dandeenyuu fi itti fufsiisuu akka qabnu xiinxali. Jabaadhu intalatoo! "" jedhee dhumarratti, ergaa armaan gadii kaa'eef!!
Caaltuu!! Hoji-maneen an sitti kenne baayyee cimaa akka ta'e nan beeka, keessumaa umrii ati amma keessa jirtu kanaaf, qormaanni baayyeen dargaggoota irra si mudachuun waan hin hafnedha. Dhiironni baayyeen arraba bareechatanii ,sobaan si amansiisanii, kaayyoo fi karaa keetirraa sigufachiisu!, kanaaf of eeggadhu, onnee kaayyoo fi xiiqiin guutameen dura dhaabbadhu, tasa dogoggortee yoo harka jaraatti kufte, ka'uu wanti jedhamu lammata hin jiru, kanaaf.......jedhe yaada furmaataa kaa'ee xumure. Caaltuun yaada abbaa ishee yoo dubbiftu gootummaan itti dhagahame, Abbaa akka kana haala yeroo hubatee , abdii namatti horuu, fi nama nama godhuuf tattaafatu argachuun kennaa Rabbiiti. Meeqaa fi meeqatu ilmoo dhalee ,otoo haala guddinaatiif hin dhippatin gaafuma heeruma geesse qofa Abbaa fakkaatee as bahee heerumsiisa, meeqatu otoo waan fuuldura mudatu osoo hin hubachiisin gaafuma isaan dogoggoran qofa abaarsaan lafa balleessaa?, jettee yaadaan badde. Abbaan Caaltuu dhukkuba Garaa Isaa Isiitti waan bulgaafateef xiqqoo gammachuun itti dhagahamee jira. Garuu akka ishiin humnaa ol yaaddoftee hin miidhamneef jedhee addee Aziizaatti imaanaa dhaame, akka ishiin yeroo mara haasofsiiftu, jajjabeessitu, abdii itti hortu, walumaa galatti akka irra caalatti gootomsituuf, . Caaltuun bakkuma teessutti galaanaa yaadaan seenaa durii keessa balali'uu itti fufte. Otoo ishiin kanaan jirtuu tasa balballi reebame.........................kutaan_7ffaan itti fufa.....
Yaada keessan nurraa hin qusatinaa!!!!
@kennaapost @kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from β™‘ Abduljalil Redwan β™‘ (Abdul-Ibnul-Ghazi)
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI'UUN !!

Goda yatiimaa,utubaa masjidaa,ooyruu keeyrii,tabba ulamaan irra qubatu,goota ija leencaa,hayyuu dhuka dubbii beeku...
Haaji Zubayri Jundaa gama fuula RAHMAAN godaananii jiru.

Abbaa qabeenyaati miti,imaama masjidaatii miti,garuu ofumaaf mallaqa walitti qabanii masjida 40 ol ijaaranii jiru!
Dhoqqee ofiif dhiitu,muka ofiif baatu,ooyruu ulamaa ofiif qotu,darasoota diiniitif gaaddisa ijaaru.....

Way RABBII kiyya! Gaara guddaa fudhatte har'a! Ibsallee nuuf kenni,isaanifis araarama kee buusiif,hojii isaanii hunda nuuf qeebali!

Mee du'aa'ii godhaafi...!

Forwarded from Guder dish
πŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’ž
πŸ’ž#Biqiltuu_Kunuunsi_ToleπŸ’ž
πŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ’ž

#Asoosama gabaabaa
β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘
✍by Abdul-Aziz Ahmedin
♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqiπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Forwarded from β™‘ Abduljalil Redwan β™‘ (Abdul-Ibnul-Ghazi) via @toolkitbot
❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️
Ergamaan Rabbii S.A.W Akkana Jechuun Dubbataniiru

β€œUmmanni koo hundi jannata seenan kan ana dide malee."

"Yaa Ergamaa Rabbii! Eenyu inni kan si dide?" jechuun gaafataman.

"Kan ana ajajame jannata aseene. Kan na irratti fincile immoo dhugumatti inni na didee jira." jechuun deebisan Nabiyyiin Rahmataa ( s.a.w ).

(Abu Hureyraa tu odeesse, Bukhaariin gabaaseera )

Yaa Rabbi warra Rasuulaa ajajamee jannata aseenan irraa nu taasisi!

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan

https://www.tg-me.com/AbduljalilRedwan
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
IIDAπŸŽ‚πŸŽ‚πŸŽ‚πŸŽ‚XIQQOO
πŸŽ‚πŸŽ‚πŸŽ‚πŸŽ‚πŸŽ‚πŸŽ‚πŸŽ‚πŸŽ‚πŸŽ‚
✍Kabajamtootaa fi jaalatamtoota obboloota koo, hunda duursa nageenyi Rabbii isin bira haa jiraatu, Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu,β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
Harra mata duree #IIDA_XIQQOO jettu tana wajjiin ilaalla. Ji'a Ramadaanaa erga geggeessinee bubbullee jirra. Warri Rabbiin laaffiseef warri mallattoo Ramadaanni irraa qeebalamuu faana argan, warri ajrii nama waggaa guutuu soomanee argachuuf niyyatan jahan shawwaalaas itti dabalachaa jiru.
Garuu Sheeyxaanni yommuu nuti kallattii tokkoon itti cimnee harkaa baanu fi sharrii isaa jala miliquuf Jennu karaa dhoksaa nuti hin beekneen nutti dhufa!
Namoonni tokko tokko #iida_xiqqoo yeroo jedhan argitaniittu(dhageessaniittu) ta'a. Iddoo tokko tokkotti immoo warra ayyaana iidal fixrii hin kabajne garuu #iida_shawwaalaa immoo qalanii bareechanii kabajantu jira. "Maali "jettee yoo gaafattus IIDA xiqqoo siin jedhu.
πŸ•ŒObboloota koo!!! Sheeyxaanni kheeyrii nutti fakkeeysee akka karaa irraa numaqsee hojii kheeyrii xixiqqoo nuti hojjennu tana nu jalaa hin balleeysine of eeggadhaa!!. Seerri Shari'aa qajeelfama guutuu qaba. Iiddi islaamni kabaju lama qofaadha(iida al fixrii fi iida al adhaa) . Kanaan ala iida wanti jedhamuu fi akka ayyaanaatti kabajamu kamuu hin jiru. Kanumatti quufuudha malee hir'atee ittin dabaladhaa fi baay'atee nan hir'isaan hin jirtu.
Inumayyuu soomana shawwaalaa walitti aansanii dirqama soomuun hin jiru, ji'a kana keessa yeroo barbaaddetti soomuu dandeessa, garuu ammumaan akka Ramadaana xumuraniin soomuunis rakkoo hin qabu, garuu dirqama miti. Akka waan dirqamaatti walitti dhaabanii soomananii achumaan iida kabajuun aad-maleedha.
KANA CAALAA RABBUMATU BEEKA
β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘
ΩˆΩŽΩ„Ω„ΩŽΩ‘Ω‡Ω Ψ£ΨΉΩ„ΩŽΩ…Ω
Ergaa kana yoo jaalattan hiriyyoota keessaniif share godhaa #Jazaakumu_Allaahu_kheeyran!
#like_share_comment
@kennaapost @kennaapost
T.me/Kennaapost
2024/11/16 08:57:51
Back to Top
HTML Embed Code: