Telegram Web Link
Forwarded from Fursaanbot
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Guyyoota torbaanii kheessaa

Guyyaa Kham Dhalatte ?
《《💵 Namni sadaqaa kennu sadaqaan inni kennu harka hiyyeessaa irra bu'uun duratti harka Rabbii irra akka buutuu osoo beekhe gammachuun isaa gammachuu fudhataa sanii caala ture .😸》》

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Yaa Rabbii keenya harka du'aa'iiif sitti ol qabanne mara qullaa nuhin deebisin!!

Kadhaa fi kajeellaa teenya mara nuuf qeebali
@kennaapost @kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from Jibriil Redwan
Ramadaan 15


Hadiisa Abuu Zarri odeyseen Sahaabaan ergamaa Rabbiiﷺ "haasawa kamtu caala? Mee maal dubbiif filanna?" jedhanii gaafatan. Ergamaan Rabbii ﷺ "Waan (jecha) Rabbiin Malaa'ikaa ykn gabroottan isaatif file! SubhaanaLlaah wa bi-hamdih" jedhan.

[Muslimtu gabaase]


- Dubbiin dubbii caaltu 'SubhaanaLlaah wa bi-hamdih' jechuu tana. Ergamaan Rabbiiﷺ tana jedha jedhanii Sahaabaaf dhaaman. Gabrichi Rabbii isaa qulqulleessee gabbaruun waan jabduudha. 'SubhaanaLlaah wa bi-hamdih' jechuun Rabbii keessan yaadadhaa. Hiikni, Rabbiin qulqullaawe! Faaruun isaan malte! Galatni isa haa gahu jechuudha. Uumaan samii fi dachii irra jirtu, gabroottan isaa kana akka ja'aniif Rabbiin file. Namni hoggaa 100 'SubhaanaLlaah wa bi-hamdih' ja'e, badiin isaa osoo akka hoomacha baharaa taateehillee Rabbiin ni dhiisaaf. Jechoota kanniin namni jechuu aadeeffate, gaafa Qiyaamaa nama kaanin adda tahee caalchifamee dhufa. Tokkolleen kan isa caalu hin jiru, yoo nama akka isaatti aadeeffate tahe malee.
@jabe29
@jabe29
@jabe29
Forwarded from MARKO Connect Business & Customer Brilliantly (Jîbrìíļ Rêdwãâñ)
Ilkaan rigachuun (Siwaaka godhachuun) sunnaa jaalatamaa Nabii keennaati!

Rasuulli ﷺ akkana jedhan:- “Silaahiin ummata kiyyarratti ulfaataa sodaachuu baadhee, yeroo salaataa hunda ilkaan rigachuttin isaan ajaja”

عَنْ أَبِي سَلَمَةَ بْنِ عَبْدِ الرَّحْمَنِ، عَنْ زَيْدِ بْنِ خَالِدٍ الْجُهَنِيِّ، قَالَ سَمِعْتُ رَسُولَ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم يَقُولُ ‏ "‏ لَوْلاَ أَنْ أَشُقَّ عَلَى أُمَّتِي لأَمَرْتُهُمْ بِالسِّوَاكِ عِنْدَ كُلِّ صَلاَةٍ ‏

Sunan Abi Dawud 47

@jabe29
@jabe29
@jabe29
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
BIQILTUU KUNUUNSI TOLE
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
Asoosama gabaabaa #Kutaa_5ffaa
Abdul-Aziz Ahmeddiin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

Aadde Aziizaan "Dubbiin abbaan bira hin jirre hamiidha' waan jalqabde nuuf xumuri "jetteen. Abbaan Caaltuu dubbii afaan keessa qaqqabatee callifnaan Caaltuu dubbiin dhibe. Garuu iccitiin wahii akka jiru haalli jaraatuu ni beeksisa. Caaltuun dubbii jalqabsiisuuf jettee " Maalidha Harmee! Wanta haaraatu jiramoo"? Jetteen. Aadde Aziizaan dhoksaa waan hin beekneef "Abbaa keetu dubbii qaba, tarii waa'ee keeti ta'a, gidduu kana waan balleessite qabdaa?" Jetteen. Caaltuutti dubbiin ittuuyyuu bitaa gale. Achumaan gara Abbaa isheetti garagaltee "Aabba! Assalaamu Aleeykum" jetteen . Abbaan Caaltuu akka seequu ta'ee "Wa'aleeykum salaam" jedhee deebiseef. "Haasaa keessan itti fufaa, yoo iccitii ta'e takkaa ala turuu?" Jetteen. Obbo Muhammed waa'ee Caaltuu waan haraa dhagahe homayyuu hin qabu. Garuu Caaltuun gara umrii dargaggummaa waan deemaa jirtuuf gorsa cimaa akka ishii barbaachisu waan yaadeef kanuma Aadde Aziizaa wajjiin mariyachuuf ture. Caaltuun isaaniif waan hundadha, sababbii ilma dhiiraa hin qabneef ishee sirritti kunuunsanii bakka gaarii geessisuuf carraaqu. Obbo Muhammed haalli addunyaan harraa keessa jirtu baayyee Isa yaaddeessa. Dhiibbaan karaa sabummaa ummata Oromoo irra gahaa jiru, akkasumas dhiibbaan karaa amantii ummata muslimaa irra durii kaasee gahaa jiru akka madaa qubaa yeroo hunda isa dhukkuba. Sababbiiwwan baayyeen gabrummaa kanaaf sababa ta'anis inni ijoofi inni hangafti karaa barnootaatiin duubatti hafuu ummata Oromoo fi muslimaati jedhee amana. Otoo namni barate nuuf baayyatee seenaan ummata keenyaa harka bitaatiin qofa hin barraayu ture. Toltuun ummata keenyaa akka gadheetti , hammeenyi abbootiin irree ummata Oromootii fi ummata Islaamaa irratti hojjechaa turan dhokatee, warri kana raawwatan akka goota biyyaatti yemmuu faarfaman baayyee Isa dhukkubsa. Dhugaan dhokate kun yoom akka ummatatti gad bahu hawwa. Hawwii qofas akka hin taane umrii Isaa guutuu kanuma milkeessuuf carraaqa. Ganda isaanii keessaa ijoollee barnootaan ciccimoo tahan ni gorsa, ni jajjabeessa, seenaawwan dhugaa dhokatan karaa isaanii qofa akka ifa bahuu danda'an irra deddeebi'ee itti dhaama. Warra harka qalleeyyii ta'anis hanga humna Isaa ni gargaara. Garuu harra qaama miidhamaa tahee manatti galee jira. Kanaaf nama tokko barsiisee ,qaree, kunuunsee, ummata kanaaf gumaachuuf hawwii qaba. Namni kunis Caaltuudha. Garuu tarii intalli isaanii akka karaatti hin kufneef #Hubbii Isaa waliin tahee utubaa taheefii cinaa isii dhaabbachuuf qophaawe. Waa'eedhuma kana otoo buusee baasuu yaadan bade. Caaltuum "Dubbadhaa malee Abba! " jettee galaana yaadaa keessaa dammaqsite. Innis akka rifachuu tahee "iccitii miti, garuu ati barumsa keetiin waan naboonsaa dhufteef badhaasa addaa siif qopheesseera, bara kana qormaata ministirii fudhatta, akka qabxii gaarii fiddus abdiin qaba, kanaafuu hoodho kennaa kana" jedhee wanta haguugamaa tokko itti kenne. Caaltuun miira walmakataadhaan daftee hiiktee yemmuu lilaaltu Kitaaba #seenaa_muslimoota_itiyoopiyaa jedhuu fi waraqaa dachaa lama kan barreeffamaan guutamtedha. "Amma Isa yeroo biraa dubbifta,Koottuu buna nuuf buusi " jedhaniin. Isheenis otuma qalbiin ishee rarra'uu buna buufteefi hatattamaan gara kutaa ishee seentee waraqaticha bante. .....................Xalayichi kan maaliitii?, eenyutu ergeef? Kutaan 6ffaan itti fufa!!

Yaada keessaniif @Kenase_bot fi @AbdiiBiyyaa irraan nuuf ergaa!!


@kennaapost @kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from MARKO Connect Business & Customer Brilliantly (Jîbrìíļ Rêdwãâñ)
Ilkaan rigachuun (Siwaaka godhachuun) sunnaa jaalatamaa Nabii keennaati!

Rasuulli ﷺ akkana jedhan:- “Silaahiin ummata kiyyarratti ulfaataa sodaachuu baadhee, yeroo salaataa hunda ilkaan rigachuttin isaan ajaja”

عَنْ أَبِي سَلَمَةَ بْنِ عَبْدِ الرَّحْمَنِ، عَنْ زَيْدِ بْنِ خَالِدٍ الْجُهَنِيِّ، قَالَ سَمِعْتُ رَسُولَ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم يَقُولُ ‏ "‏ لَوْلاَ أَنْ أَشُقَّ عَلَى أُمَّتِي لأَمَرْتُهُمْ بِالسِّوَاكِ عِنْدَ كُلِّ صَلاَةٍ ‏

Sunan Abi Dawud 47

@jabe29
@jabe29
@jabe29
As wr wb hordoftoota AL ~ MIFTAAH DA3WAA GROUP hundinuu khuno Arraas Neshida Bareedduu #MISIRROO LAMAAN Jattu bifa professionalan tan dalagamte isiniif qabannee dhufnee jirraatii Chanala 👉https://youtube.com/channel/UCy7PaO63n8cMX2kxVJ5lYWg khanarratti nu eeggadhaa #Jzk https://youtu.be/bq4w1-TZjRU
As wr wb hordoftoota AL ~ MIFTAAH DA3WAA GROUP hundinuu khuno Arraas Neshida Bareedduu #MISIRROO LAMAAN Jattu bifa professionalan tan dalagamte isiniif qabannee dhufnee jirraatii Chanala 👉https://youtube.com/channel/UCy7PaO63n8cMX2kxVJ5lYWg khanarratti nu eeggadhaa #Jzk https://youtu.be/bq4w1-TZjRU
Forwarded from Guder dish
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Abdul-Ibnul-Ghazi) via @toolkitbot
🌴 🌹محمــــــــــــﷺ ــــــــــــــــد🌹 🌴
ٱللَّـﮬـُمَّ صـَلِِّےوَسَلِّـمْ؏َـلَےسَيِّدِنَـا مُحَمـَّدْ


🌹ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ🌹
🌹 ﷺ ﷺ 🌹
🌹 🌹 🌹 🌹
🌹 🌹
🌹 🌹
🌹 مُـﺣـَمَّـډ 🌹
🌹 🌹
🌹 🌹
🌹 🌹
🌹🌹
🌹🌹
َ اللَّهُ
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from Obsa Sule
Forwarded from Obsa Sule
As wr wb kaajamtoota Hordoftoota keenya Albam keenya kan Channel keenyarrtti Isiniif mqxxansine irratti Yaada Keessa gam armaan gadii kanaan Nuuf qoodaa Galatomaa
👇👇👇👇
@obsana
@obsana
@obsana
0972262634
As wr wb hordoftoota AL ~ MIFTAAH DA3WAA GROUP hundinuu khuno Arraas Neshida Bareedduu #MISIRROO LAMAAN Jattu bifa professionalan tan dalagamte isiniif qabannee dhufnee jirraatii Chanala 👉https://youtube.com/channel/UCy7PaO63n8cMX2kxVJ5lYWg khanarratti nu eeggadhaa #Jzk https://youtu.be/bq4w1-TZjRU
🌙 Baga gammaddan baga gammannee sagantaale haraaya ramadana Khana kheeysa hojjechuuf qophahee kheeysa......

🙏 Please SHARE & JOIN Jzk kheeyran 🙏
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Abdul-Ibnul-Ghazi) via @toolkitbot
🤝 As wr wb akkam jirtan hordoftonni #Abduljalil Redwan bakka jirtanitti rahmanni rabbi isinirra haa jiraatu jecha chanalin cheenya 2000k nuuf seene jira jzk rabbin galata kheeysan isinif haa galchu jecha ammalle akka na cinaa dhaanbattani namootaf share gootani na wajjin guddistanin barbaada jzk rabbi jechan isin jaalladha❤️❤️
Namoonni yaada qabdan ammo @Abdulj14 nu qunnamu ni dandeeysan.
👉 Namonni chanala kheenyaf haaraya tatan👇👇👇 join gochuun nu jajjabeeysa insha allah

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from Obsa Sule
Me du'aa'ii naf godha linki
Khanaa tuquun araa du'aa'ii teesanin bar baade kherumafi Ekhiwani filaa
👇👇👇👇👇
@obsana
@obsana
@obsana
2024/11/16 11:37:51
Back to Top
HTML Embed Code: