Forwarded from MARKO Connect Business & Customer Brilliantly (Jรฎbrรฌรญฤผ Rรชdwรฃรขรฑ)

Jaabir ilma Abdallaa Akkana Jedhe :
ุฅุฐุง ุตู ุช ูููุตู ุณู ุนู ูุจุตุฑู ููุณุงูู ุนู ุงููุฐุจ ูุงูุญุฑุงู .
Yeroo Soomtu Gurri kees Waan haraama dhagahuurraa haasoomu ,
ijji kees Waan haraama ilaaluurraa haasoomu ,
Arrabne Kees Waan sobaa dubbachuu fii waan haraama dubbachuurra haasoomu.
ูุฏุน ุนูู ุฃุฐู ุงูุฌุงุฑ ุ
Ollaa kees cinquu dhiisi.
ููููู ุนููู ููุงุฑ ูุณูููุฉ.
Yeroo Soomtu laafintii fii xumaaniinaa Qabaachuun sirra haajiraatu.
ููุง ุชุฌุนู ููู ุตูู ู ูููู ูุทุฑู ุณูุงุก.
Adaraa guyyaa sooma keetii fii guyyaa nyaattu tokko hin taasisin.
Jedhe jaabir. (Ra)
๐บshare๐บ
Jibriil Redwan ๐ Official
Chanala kana keessatti :- Nashiidaalee haaraya, Gorsa adda addaa fi videolee nama boohaarsan salphatti arkachuu ni dandeessu >> JOIN GODHAA << Yaada yoo qabattan ๐ @jabe29
https://www.tg-me.com/Jabe29

Telegram
MARKO Connect Business & Customer Brilliantly
Chanala kana keessatti :- Business keessan karaa salphaa ta'een maamila bira akka isiniif dhaqqabu ni goona kanaafuu >> JOIN GODHAA << Yaada yoo qabattan ๐ @jibriilredwan
๐ABDII HIN KUTIN๐
๐wanti gadhee (jibbisiisaa) akkuma jiru
๐wanti kheyris nii jira
๐ rakkinni akkuma jiru
๐ furmaanni isaas nii jira
๐milkaa'uu dhabuun akkuma jiru
๐milkaa'unis nii jira
๐wanti jabaan akkuma jiru ๐wanti laafanis nii jira
โฅ๏ธABDII HIN KUTINโฅ๏ธ
@AbduljalilRedwan

๐ค Beeysisa ๐ค
Baga gamaddan baga gammanne namoonii chanalin kheeysaniifi Groupin kheeysan member 500 ol qabu promotion bifa ajaibatin hojjechuf qophi xumurre jirra insha allah namoonni akka isinif hojjettamu barbaaddan nu qunnamu ni dandeeysan.
๐ Gama kheeysatin:- @Abdulj14
๐ Gama bot kheenyatin :- @AbduljBot
Akkasuma chanali kheenya akka JOIN nuuf gootan khabajan isin gaafanna.
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Pls SHARE ๐

๐kaleen kute Boru dhufuu dhabuu dande
>> @AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
a Har
uma gammachuun dabarsi ๐๐๐>> @AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from MARKO Connect Business & Customer Brilliantly (Jรฎbrรฌรญฤผ Rรชdwรฃรขรฑ)
๐๐Edaa shamarran๐งgaafa jiran dhiisii gaafa du'anuu๐ข irratti fuudhamuu hin jaallatan....๐ก
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐Yoo jaallatan abbaa manaa ofii akkasitti tahuu qaba ๐๐๐๐๐
๐Qissaa kana dubbisee hedduu isaa na ajaaibssiise๐ณ๐sinillee kottaa irraas baradhaa xiqqoos seeqqadhaa ๐
๐shamarree๐งtakkattu turee..Hedduu abbaa๐ณโโmanaa ishee jaallattiโค๏ธwaanuma taatuuf dhabddee teessee mala baasutti๐คseentte gaaf tokko abbaa๐ณโโmanaa ishee waliin osoo teessuu akkas jetteen
Imimmaan๐ญija ishee lamaanirraa lolaasaa....
Yaa abbaa๐ณโโmanaa koo jaallatamaaโค๏ธyoo ani du'e๐ข hagam tokka teessa osoo warra๐งlammataa narrattin fuudhin jetteen
๐Abbaan๐ณโโmanaas jecha ishee akkas jechuun deebiseef haga hawwaalli kee biyyeen isaa goggogutti warra๐ณโโlammaffaa hin fuudhu jedheen sirratti
๐Haati๐งmanaa isaa jecha kanatti gammaddee๐kanarratti waadaa naaf seenttaa ? Jetteen
๐Abbaan๐ณโโmanaa seequu๐ bareedaa tokko seeqeetu๐eee habiibttii๐๐kanarratti akka gaariittin waadaa siif seena jedheen
๐Ergasii jarri kanarratti waadaa waliif seenanii osoo baatii lama hin guutin qadarri rabbii isheetti dhuftee duute.๐ญ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐Abbaan๐ณโโmanaa ishees waadaa Sana bakkaan gahuuf jedhee guyyaa hunddayyuu qabriin ishee moofa'uuf moofa'uu dhabuu isaa dhaqee dhaqeetu laala guyyaa hunddayyuu osoo deemee deemee laaluu waggaa tokko guutuu jaartti๐งmalee taa'ee
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
๐Guyyaa inni dhaqee laaluu hundaa qabriin isii haarawa..
๐Maal raajummaan na qabatte kun jedhee guyyaa tokko akka tasaa galggala irra qabrii ishee ammas laaluuf deeme
๐โฃ๐โฃ๐โฃ๐โฃ๐โฃ๐
๐jaarssi๐ณโโkun obboleessa๐ฑโโ jaartii๐งisaa qabrii jaarttii๐ง isaa biratti argee๐
๐๐Maal asii gootaa jedhee gaafate
Obboleessi๐ฑโโjaarttii๐งisaas akkas jechuun deebiseef dhaamssa obboleettii๐งtiyyaa bakkaan gahaafii jiraa jedheen.
akkas jettee natti himatte qabrii koo guyyaa lama lamaan naaf jiisi naaf haaromssi naan jettee jedheen
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Abbaan manaa ajaaibamee edaa qabriin goguu hin dinne obboleessatu๐ฑโโbiyyee itti guuraa oole jedhe ๐๐คฃ๐คฃ
(โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
Hamttuun shamarranii๐งosoo jiranus ta'ee du'aattis kayidiin isaanii guddaadha irratti fuudhamuu hin jaallatanii๐ฅบ๐ก masaanuu jibbu...๐กYaa Rabbii..
Ijollee isinillee akka irrattii hin fuunekaa yoo isiin akkanatti isin jaalatte...๐๐๐๐๐

@jabe29
@jabe29
@jabe29
@jabe29
@jabe29
@jabe29
@jabe29
@jabe29