Forwarded from โก Abduljalil Redwan โก (ร
bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ)
Motivation "Takka of gaafatte ni beeyta" by Abduljalil Redwan
https://youtube.com/watch?v=3F3JRgKy1HU&feature=share
https://youtube.com/watch?v=3F3JRgKy1HU&feature=share
YouTube
Motivation "Takka of gaafatte ni beeyta" by Abduljalil Redwan
Arra motivation ajaiba tokko qabanne dhufne jirra. akka irra waa barattanis abdin qaba insha allah gamanuman CHANALI kheenyas #SUBSCRIBE godhudhan nu cina dhaabbadha isinin jqchu barbaada. #Like_Comment_Share Jzk
Forwarded from Guder dish
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Asoosama gabaabaa
โกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโก
โby Abdul-Aziz Ahmedin
โคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโค
@kennaapost @kennaapost
Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

Forwarded from MARKO Connect Business & Customer Brilliantly (Jรฎbrรฌรญฤผ Rรชdwรฃรขรฑ)
Watch on YouTube ''Gorsa Bareeda BULTIIF NAMA AKKAM FILATTA?''
https://youtu.be/YQfVtIVcru8
https://youtu.be/YQfVtIVcru8
YouTube
๐BULTIIF_NAMA_AKKAM_FILATTA_Gorsa_ajaa'ibaa||Sh/Yusuf_Mumed|| KUTAA 2FFAA
As wr wb Hunoo gorsi waa'ee BULTIIF NAMA AKKAM FILATTA ja'u isiniif gallakkifamee waan jiruuf seenaatii #Subscribe godhaa daawwadhaa akkasuma saahibban keessaniif #share godhaa jzk #Muaz_MH #Hakim_Hassen #Roras_Tube #Ibsa_Abdi_Official
Forwarded from Deleted Account
As wr wb ๐seena akkan gara nama raaftu waa'e saahibatirra๐ข mee sahiba akkam qabda kheeysatti of laali guutuu sa arkachuf Seamore...
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Al-Berakaa Offical page
๐๐
Namni waan sijaallatuufi
kayiriirratti siwaamaa
Hojjannaan hojii gaariidha
Mindaansaa kuma kumaa
Hundumtuu waan hojiisaa
Bor ittiin badhaafamaa
Namni waa gaarii dheessu
Yoomuu kansaa gadumaa
Oll guddachuun hin jiruu
Qoonnisaa gadaantummaa
Yoo dhugumaan haajomte
Milkii kan biyya lamaa
Qooddachuudha dhuftee
Chaanaaliin keetumaa
Maqaan chaanaalichaa
@Kennaapost jedhamaa!!
Gorsa Akkaan bareedu
Maaliif dagattee teessaa
Daddafii tii saammadhu
Bor gaafatamuuf teessaa
Qabeenya horachuunis
Gaaffii sitteddummeessaa
Yoo kayiriidhaan hirmaatte
Ragaa ta'ee sibaasaa
Kayirii barree barsiisuuf
Hammachuun si leenjisaa
Filannoo keessan hundaa
Chanali @Kennaapost taasisaa!!
Yaada keessan gaggaarii
Asiin Nuqaqqabsiisaa
๐๐๐๐๐๐๐
@Kenase_bot
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
๐๐
Namni waan sijaallatuufi
kayiriirratti siwaamaa
Hojjannaan hojii gaariidha
Mindaansaa kuma kumaa
Hundumtuu waan hojiisaa
Bor ittiin badhaafamaa
Namni waa gaarii dheessu
Yoomuu kansaa gadumaa
Oll guddachuun hin jiruu
Qoonnisaa gadaantummaa
Yoo dhugumaan haajomte
Milkii kan biyya lamaa
Qooddachuudha dhuftee
Chaanaaliin keetumaa
Maqaan chaanaalichaa
@Kennaapost jedhamaa!!
Gorsa Akkaan bareedu
Maaliif dagattee teessaa
Daddafii tii saammadhu
Bor gaafatamuuf teessaa
Qabeenya horachuunis
Gaaffii sitteddummeessaa
Yoo kayiriidhaan hirmaatte
Ragaa ta'ee sibaasaa
Kayirii barree barsiisuuf
Hammachuun si leenjisaa
Filannoo keessan hundaa
Chanali @Kennaapost taasisaa!!
Yaada keessan gaggaarii
Asiin Nuqaqqabsiisaa
๐๐๐๐๐๐๐
@Kenase_bot
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from MARKO Connect Business & Customer Brilliantly (Jรฎbrรฌรญฤผ Rรชdwรฃรขรฑ)
YouTube
๐JAALALTI_SIIF_MAALI ||Sagantaa_Gaafadhu_Siifiin_Deebisaarratti||2O22
As wr wb Mee seenaatii Daawwadhaa khoflaan dhumtan๐คฃ๐คฃ
#Muaz_MH #Roras_Tube #Ibsa_Abdi_Official #Abde_Show #salah_mohammed #Ane_Tube
#Muaz_MH #Roras_Tube #Ibsa_Abdi_Official #Abde_Show #salah_mohammed #Ane_Tube
Forwarded from Deleted Account
As wr wb akkam jirtan hordoftonni chanali @AbduljalilRedwan salaammanni rabbi bakka jirtanitti isin ha dhaqaabu. Akkuma asin dura chanali khanarratii seenale fi da'awale garagara isin biraan gaha jirutti dhiyoo tana rakkina wahitin isinirra hafeetin ture insha allah ammas takka lama ja'e eegaletin jira chanali khiyya khanas walif #Share godha wal biraan gaha jzk. Garuu waa xiqqo dhamsa tokkon qaba Gama #YOUTUBE tinis dhufne jirra seenale fi motivation garagara irratti hojjanne jirra insha allah chanali kheenyas #Subscribe godhun na cina dhaabba jzk linki isaa khana xuquun laala.๐๐๐๐
https://www.youtube.com/channel/UC2KuKTe7pfIXQyba_-3yARQ
Jzk
https://www.youtube.com/channel/UC2KuKTe7pfIXQyba_-3yARQ
Jzk
Forwarded from MARKO Connect Business & Customer Brilliantly (Jรฎbrรฌรญฤผ Rรชdwรฃรขรฑ)
YouTube
๐SAGALEE_HAA_TAANUUF ||Ummata_kheenya_khan ||Saudi Arabia ๐ธ๐ฆ
As wr wb ummanni kheenya hedduu cinqamaa waan jiruuf Video tana #share godhuun wal biraan haa geenyu jzk
#Muaz_MH #Roras_Tube #Ibsa_Abdi_Official #Abde_Show #salah_mohammed #Ane_Tube #Donkey_Tube
#Muaz_MH #Roras_Tube #Ibsa_Abdi_Official #Abde_Show #salah_mohammed #Ane_Tube #Donkey_Tube
Forwarded from Deleted Account
As wr wb ๐seena akkan gara nama raaftu waa'e saahibatirra๐ข mee sahiba akkam qabda kheeysatti of laali guutuu sa arkachuf Seamore...
Forwarded from Guder dish
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐โโโโโโโโโโโโโค๏ธโค๏ธโโ
Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐โโโโโโโโโโโโโค๏ธโค๏ธโโ
Forwarded from ๐นhope promition๐น
Ilma nama gammachisuf jatte hin cinqamin gaafa ati duniyarra deemte si gana waan tahef. Ati rabbii khee gammachisuf hojjadhu malee ilma nama irra hin khayyatin akhi ukhti.
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from ๐ธ Abdulj Promotion ๐ธ
๐ฑBilbilli kee Orginala yoo ta'e yeroo ati suura armaan gadii tuqxu information bilbila kheeti hunda siif fidaa Yoo jecha " COPY " ja'u isinif fide bilbilli kheeysan copydha
โญโโโโโโโโฎ
โ โ โโ โช
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โ ๐ โ
โฐโโโโโโ
โญโโโโโโโโฎ
โ โ โโ โช
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โ ๐ โ
โฐโโโโโโ
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
#Imala_kaayyoo
Gaafa manaa baatu san
Tilmaamtee fuuldura kee
Abjuu hojiin dhugoomuuf
Qopheeffattee galaa kee
Nama taatee argamuuf
Jalqabdee adeemsa kee
Silas adeemsi hundi
Akka yaadan hin ta'u
Dafqaaf kutannoo malee
Imalli galma hin ga'u
Karaatti si mudata
Wanti yaada keen faallaa
Of duuba si deebisuuf
Siif qopheessuu sakaallaa
Yoos atimmoo nama ta'i
Nama kaayyoon adeemu
Nama bariif galgalas
Galma ga'uuf guungumu
Ati abdii sin kutachiisin
Sakaallaan karaa keessaa
Wareegamas kaffali
Waan sirraa eegamu aarsaa
Rabbii kee faana adeemi
Bakka yaadde ni geessaa!!!
Abdul-Aziz_Ahmeddiin
@kennaapost @kennaapost
Gaafa manaa baatu san
Tilmaamtee fuuldura kee
Abjuu hojiin dhugoomuuf
Qopheeffattee galaa kee
Nama taatee argamuuf
Jalqabdee adeemsa kee
Silas adeemsi hundi
Akka yaadan hin ta'u
Dafqaaf kutannoo malee
Imalli galma hin ga'u
Karaatti si mudata
Wanti yaada keen faallaa
Of duuba si deebisuuf
Siif qopheessuu sakaallaa
Yoos atimmoo nama ta'i
Nama kaayyoon adeemu
Nama bariif galgalas
Galma ga'uuf guungumu
Ati abdii sin kutachiisin
Sakaallaan karaa keessaa
Wareegamas kaffali
Waan sirraa eegamu aarsaa
Rabbii kee faana adeemi
Bakka yaadde ni geessaa!!!
Abdul-Aziz_Ahmeddiin
@kennaapost @kennaapost
Forwarded from MARKO Connect Business & Customer Brilliantly (Jรฎbrรฌรญฤผ Rรชdwรฃรขรฑ)
YouTube
CAALMAYA_SALAATAA || Ustaz Hamza Abdulhamid || M/BABILE
As wr wb Hordoftoota kheenya #khuxbaa_Bareedduu tan mata dureen isii #Caaalmaya_salaataa jattu M/BABILE titti tan Ustaz Hamza Abdulhamid nuuf dhihaatte hunoo KUTAA 1FFAA Daawwadhaa akkasuma waliif #share godhaa jzk
#Muaz_MH #Roras_Tube #Ibsa_Abdi_Officialโฆ
#Muaz_MH #Roras_Tube #Ibsa_Abdi_Officialโฆ
Forwarded from ๐นhope promition๐น
T401645817341591.png
1.3 MB
Forwarded from ๐ธ Abdulj Promotion ๐ธ
๐ฑBilbilli kee Orginala yoo ta'e yeroo ati suura armaan gadii tuqxu information bilbila kheeti hunda siif fidaa Yoo jecha " COPY " ja'u isinif fide bilbilli kheeysan copydha
โญโโโโโโโโฎ
โ โ โโ โช
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โ ๐ โ
โฐโโโโโโ
โญโโโโโโโโฎ
โ โ โโ โช
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โ ๐ โ
โฐโโโโโโ
Forwarded from Kena
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota miseensota keenya!!!
Gaaffii kanaan gadii namoota dafanii deebisaa isaa barreesaaniif badhaasa qopheessinee jirra
GAAFFII
Akka lakkoofsa(Callander) islaamaatti jiini Ramadaanaa ji'a meeqaffaadhaa???