Telegram Web Link
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî)
As Wr Wb akkam Jirtan hardoftoota Al-Miftah Dawaa Group Khuno Nashida #Ergama_Rahmata Khan ballama isinif seenne Fadhii rabbitin isinif gallakkifne jirra. Linki https://youtu.be/b7xHfkKlixI kana tuquun
dhaggeeffadhaa waliifiis qoodaa #Jzk
Forwarded from Guder dish
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota miseensota keenya

Telegram yeroo fayyadamtan chaanaalii akkamii barbaadduu?

Chaanalota babareedoo fi waan barbaaddan mara qabu isinif qabannee dhufnee jirra. Shakkii tokko malee join godhaa miseensa tahaa🙏🙏🙏

Kunooti👇👇👇👇
As wr wb akkam jirtan hordoftoota chanali @AbduljaliliRedwan arra chanali ajaiba qabadhen dhufe baga gammanne baga gammaddan #JOIN godhu ittin bohara, irraa baradha, Seenale garagara, gorsa qalbi nama jiisu, #Seamore....
Forwarded from Guder dish
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu

Iinshaa Allaah akka biyyaatti sa'aatii 4:00 irratti gaafii badhaasa qabdu isiniif qopheessinee jirra!!

Ofiifis itti qophaawaa, akkasuma hiriyyoota keessanis itti affeeraa!!

Carraa gaarii!!
@Kennaapost @Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa #KENNAA_DHALOOTA_QUBEETIIF!!

Gaaffiiwwan armaangadiitti dhiyaataniif deebbii haala gaafatamteen deebisi!

1, Sohaabota ergamaa Rabbii keeysaa sahaabaan akkaan qaanfataa tahee fi kan maleeykonnis irraa qaanfatan jedhame eenyuu?

2, Gosoota solaataa keeysaa kan raka'aa tokko keeysatti ruku'a(jilba qabannaa) lama qabu salaata kamii?

3, Suuraalee Qur'aanaa keessaa kan الحمد لله jedhee jalqabu sadi barreessi
A,
B
C

4, Seenaa islaamaa keessatti barri ergamaan Rabbii( salla Allaahu Aleeyhi wasallam) dhalatan bara maal jedhamee beekamaa?

5, Seenaa Islaamaa keesaatti khaliifaa 5ffaa jedhamee kan beekamuu fi bara itti islaamummaan diriire bara eenyuutii?


CARRAA GAARII

👉Maqaa guutuu fi bakka jiraattan barreessaa
Deebbii keessan karaa 👉@Kenase_bot irraan nuun gahaa!!



@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from Deleted Account
As wr wb 😓seena akkan gara nama raaftu waa'e saahibatirra😢 mee sahiba akkam qabda kheeysatti of laali guutuu sa arkachuf Seamore...
2024/10/01 15:30:18
Back to Top
HTML Embed Code: