Telegram Web Link
Forwarded from Guder dish
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🌙 Baga gammaddan baga gammannee sagantaale haraaya ramadana Khana kheeysa hojjechuuf qophahee kheeysa......

🙏 Please SHARE & JOIN Jzk kheeyran 🙏
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
💫 Gorsa Salafaa

▪️ Hayyichi Ibnu Abdil Barri jedhamu (Rahimahullaahu ) akkana jedhan `;

•Namni jaha 6 yoo xiqqeeffaman of malee nama biraa akka hin komanne-;
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
1-Nama nyaata itti hin affeeramin nyaate .
2-Nama nama bu'aa hin qabne irraa kabajaa barbaade .
3-Nama dubbii namaa keessa hayyama malee seene
4-Nama nama Angoo qabu xiqqeesse
5-Nama teessuma isaan hin malle keessa taa'e
6-Nama nama oduu isaa hin dhageeffanneef ykn hin hordofneefitti haasa'e

[Al-Aadabul-Shar'iyyah, fuula (347) ]


@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
https://www.tg-me.com/AbduljalilRedwan
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
Qalbiin tollaan #Qaamni#Qaamni tole!

Sayyid khalil (Rahimahullah) ni jedhe, Wanni shan (5) #Qalbi namaati Qulqulleeysiti.
1. Qur'aana gad lallaalaa dubbisun
2. Sommana heddummeysun
3. Salaata halkani salaatun
4. Toora hiraabaa san rabbi khadhatuun.
5. Saahiba gaari saahibuun.
#Mikii#Mikii

@AbduljalilRedwan 🤷‍♂
@AbduljalilRedwan 🤷‍♂
@AbduljalilRedwan 🤷‍♂
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
KANA_BEEKTUU_LAATA ?

#AARIIN:- Amala nama jijjiruu isaa.
~Fira nama dhabsiisuu isaa
~Sammuu jeequu isaa
~Qabeenya barbadeessuu isaa
~Badiif nama saaxiluu isaa
~Du’aaf nama kennuu isaa

#JIBBIINSI :- walirraa nama fageessuu isaa
~Qofa galeessa nama taasisuu isaa
~Walitti dhufeenya booressuu isaa
~Dogongoraaf karaa banuu isaa
~Firiin isaas gaabbii ta’uu isaa!!

#RAKKINNI:- Amala nama jijjiiruu isaa
~Waan hin qabne si barsiisuu isaa
~Abdii si kutachiisuu isaa
~Obsa si fixachiisuu isaa
~Biyyarraa siin baduu isaa!!

#OBSII :- Taajjabbii irra si hambisa
~Hamtuu irraa nama eega
~Of-eeggannoo namaaf labsa
~Amala qabeessa nama taasisa
~Gara laafummaa nama barsiisa
~Sammuu nama ballisa
~Madaaluuf nama gargaara
~Olaantummaa nama gonfachiisa!!
《KANAAFUU OBSAA QABAADHU.》

#JAALALLI:- Gammachuu namaa laata
~Waan gaarii nama yaachisa
~Jireenya hawaasummaa cimsa
~Kaayyoo fiixaan baasa
~Galma qaqqabsiisa
~Bilisummaa yaadaa laata
《KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYATI.》

🙏 @AbduljalilRedwan 🎤
🙏 @AbduljalilRedwan 🎤
🙏 @AbduljalilRedwan 🎤
Forwarded from Obsa Sule
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
RABBIIN (SW) QURA'AANA ISAA KEESSATTI AKKANA JEDHA:
~/ “Si warri Rabbiin moromu hin beenne? Akka samii fi dachiin, kutaa takkitii kan qaawwi jidduu hin jirre, walitti maxxantuu taate? kan eegasii adda buqqifnee. Bishaan samii bu’uu fi dachii bayuun waan hunda jiraachifnee.” (Al-Anbiyaa’i 21:30)
Nikuleer Fiiziksii fi Baayoolojii wajjiin walisimata)
👉 @AbduljalilRedwan 👈
👉 @AbduljalilRedwan 👈
👉 @AbduljalilRedwan 👈
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫
كان رسول الله ﷺ :
#Ergamaan rabbi Ta'e (SAW)

يكثر أن يقول قبل موته :
#jecha Kana kan heddumeeysuu,

سبحان الله و بحمده
#subhaanallaahi wabi hamdihii,

أستغفر الله وأتوب إليه .
#astagfirullah wa atuubu ileeyhi.

البخاري ، مسلم

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
JOIN➜ @AbduljalilRedwan
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙

Yaa Ikhwaanii arraba kheenya khana haa tiiysinuu namaan azaa godhuurraa namaan arrabsuurraa namaan haasawuurraa yaa obboleeyyan muslimaa mee if haa qusannuu.

قال رسول الله: صل الله عليه وسلم:
المسلم من سلم المسلمون من لسانه ويده،
Ergamaan rabbii (S.A.W) akkana je'e:
Muslima jechuun nama muslimtoowwan arraba saatiifi harka saarraa nagaya bahan je'e.

Arrabni khun ja'an ifii lafee hin qabu ja'an ammoo lafee nama cabsaa ja'an hayyoonni oromootiis saniif arraba kheenya waa namaan jechuurraa jecha fokkotaa jechuurraa haa qabannuun inshaa Allah

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jedhan

قال ﷺ :

من قال يعني إذا خرج من بيته:بسم الله، توكلت على الله، لا حول ولا قوة إلا بالله .

يقال له: كفيت ووقيت وتنحى عنه الشيطان .

"Namni yeroo mana isaati bahe akkana ja"e...
Bismillaah, tawakkaltu alallaah wa laa hawla walaa quwwata illaa billaah.. ja'e
Isaan ni ja"amaan :
Rabbiin siif gahe jira rabbiin si tiiyseeti jira..sheeyxaanninis irraa fagaata.

الألباني في صحيح سنن الترمذي ٣٤٢٦

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
https://www.tg-me.com/AbduljalilRedwan
Forwarded from Obsa Sule
As wa wb obaleyyan khiyya inshallah yero dhihotti Nashida hareya #SIMALE... jattu bifa addatin hojjatamte vediodha isinif qabadhe dhufan jira https://youtube.com/channel/UCdHp-ORGkelz_dwvK7iZxow
#sher
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
💫👉Gaafa namni hundi duuyda natti garagaluu,

💫👉Isheen na cinaa turte.

jedhan ergamaan rabbi S.A.W waa'ee toltuu khadijjatirraa yommuu haasawan.

Dubartoota keenya kanneen aadaa yahuudaa hordofan osoo hin tahin kanneen Dubartoota sahaabatti hidhatan rabbiin nuuf haa taasisu.


@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
~~~~Haqa Haadhaa fi Abbaa~~~~
👉Tola itti ooluu
👉Yoo jarri hiyyeessa tahan isaaniif kennuu
👉Gargaarsa isaaniitiin dhaabachuu
👉Yoo isaan toltutti si ajajan tole jechuuni
👉Uf gadi qabuufii.

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
2024/09/28 09:22:26
Back to Top
HTML Embed Code: