Telegram Web Link
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî)
💫 EID MUBAREK 💫
عيدكم مبارك وكل عام وانتم بألف خير
تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
Khan barana khana bara heddu nu haa godhu.

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
Kana beektuu laata??
~Namni yeroo Jalqabaaf waa'e barnoota ithics/aklaaqaa hundeesse Aliyyi binu Abii-xaalib.
~Namni yeroo jalqabaaf caammaa baafatee Ka'aabaa seene Waliid binu mugiiraa.

🙏 @AbduljalilRedwan ❤️
🙏 @AbduljalilRedwan ❤️
🙏 @AbduljalilRedwan ❤️
Forwarded from Guder dish
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
As wr wb hordoftoota keenya Neshida #misirroo_Lameen arraan tana za'aa 10 : 00 rratti YouTube AL-MIFTAAH DA3WAA GROUP https://youtube.com/channel/UCiyL3LkykBMRU3venSfNIBA #SUBSCRIBE Godhuun nu eeggadhaa
Forwarded from AL-MIFTAH DAWAA GROUP :-👉Official (Jîbrìíļ Rêdwãâñ)
As wr wb hordoftoota keenya Neshida #misirroo_Lameen arraan tana za'aa 10 : 00 rratti YouTube AL-MIFTAAH DA3WAA GROUP https://youtube.com/channel/UCiyL3LkykBMRU3venSfNIBA #SUBSCRIBE Godhuun nu eeggadhaa
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
🌴 🌹محمــــــــــــﷺ ــــــــــــــــد🌹 🌴
ٱللَّـﮬـُمَّ صـَلِِّےوَسَلِّـمْ؏َـلَےسَيِّدِنَـا مُحَمـَّدْ


🌹ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ🌹
🌹 ﷺ ﷺ 🌹
🌹 🌹 🌹 🌹
🌹 🌹
🌹 🌹
🌹 مُـﺣـَمَّـډ 🌹
🌹 🌹
🌹 🌹
🌹 🌹
🌹🌹
🌹🌹
َ اللَّهُ
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî) via @toolkitbot
YOO ARRA DUUTI SITTI DHUFTE MAALTU SI SHEENEYSA ?

1. Quraana qara'uu dhabuu
2. Salaatuu Dhabuu
3. Da'waa godhuu dhabuu
4. Haadhaa abbaaaf tola oluu dhabuu
5. Islaamaaaf tumsuu dhabuu
6. Badii irraa towbachuu dhabuu
7. Obbolummaa Islaamaa jabeeysuu dhabuu
8. Bid'aa dhiisuu dhabuu
9. Rasuula s.a.w kallaafuu
10. Waan adda addaa hedduuf shenawuun keenya ni mala.

Arra waan dandeenyu hunda yoo daleeyne boru Sheenaawu hin mudannu.

Rabbiin warra osoo fayyaa qabuu, osoo lubbuun jiruu didee eega wanni hundi dhumtee shenawu nun godhin.

Aaammmiinnn yaa Allah.

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
https://www.tg-me.com/AbduljalilRedwan
👉 Ilman namaa Kufaatii isaaniitiif Abdii Muruun kan isaan mudatuuf Durumaan Moowlaarratti hirkatuu dhiisanii Hojii isaanirratti Waan hirkataniifi (Salafoota)

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
☆Wantoota salphatti qalbii tee tolchan☆
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
☆Sodaa Rabbii
☆Zikrii heddummeessuu
☆Qur'aana dubbisuu
☆Haala gaarii horachuu
☆ Nama khabajuu
☆Halkan dhaabbachuu
☆Qabeenya qabdurraa sadaqachuu
☆Nama jaalachuu
☆Kheyritti ajajuu
☆Hamtuu irraa dhoorkuu
☆kanniinii fi kkf...
Itti fufa....
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
☆Wantoota salphatti qalbii tee tolchan☆
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
☆Sodaa Rabbii
☆Zikrii heddummeessuu
☆Qur'aana dubbisuu
☆Haala gaarii horachuu
☆ Nama khabajuu
☆Halkan dhaabbachuu
☆Qabeenya qabdurraa sadaqachuu
☆Nama jaalachuu
☆Kheyritti ajajuu
☆Hamtuu irraa dhoorkuu
☆kanniinii fi kkf...
Itti fufa....
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Ilmi Namaa Yeroo Hunda Rabbitti Haajamaadha.

Aayyoo aaishaa r.a. nigaafatamte nabiin ﷺ yeroo hedduu maaliin Rabbi kadhata? jennaan akkana jedhaa jette: “Allaahumma innii auuzu bika min sharri maa amiltu wamin sharri maalam aimal.” Muslimtu odeesse. 66/2766

اللَّهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ مَا عَمِلْتُ وَمِنْ شَرِّ مَا لَمْ أَعْمَلْ

Barnoota hadiisa kanarra argannu.
Namni hundi badirraa fagaachuu barbaachisa.
Badiilee hojjaterraa namni hundi rabbitti maganfachuu barbaachisa.
Kan itti maganfataniifi itti dheeysan rabbuma qofa.

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
https://www.tg-me.com/AbduljalilRedwan
Forwarded from Guder dish
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Warreen Addunyumarratti Jannataan Gammachiifaman beeytuu?
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Isaan nama Kurnan Jannataan gammachiifamaniin wal baraa.

©1-Abuubakri (r.a)
©2-Umar (r.a)
©3-Usmaan (r.a)
©4-Aliyyi (r.a)
©5-Sa'ad bin Abii waqqaas (r.a)
©6-Xalhaa (r.a)
©7-Zubeyri bin Awaam (r.a)
©8-sa'ad bin malik (r.a)
©9-Abdurahmaan bin Awf (r.a)
©10-Sa'id ibnu zeydi (r.a)

Ridwaanullaahi Aleyhim Ajma'in.
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
https://www.tg-me.com/AbduljalilRedwan
2024/09/28 07:24:50
Back to Top
HTML Embed Code: