Telegram Web Link
Yuunivarsitii Amboo bakka hooggantooti Yuunivarsitichaa, hojjettootaafi barattooti argamanitti sagantaan Ifxaaraa geggeeffameera.

Oduu Yuunivarsitii Amboo mooraa guddicha irraa nu ga’een guyyaa harraa sagantaan Ifxaaraa barattoota Muslimaaf taasifamee jira. Mooraan Yuunivarsitii Amboo walqixxummaa amantaafi Sabaan mooraa fakkeenya guddaa ta’u ta’uu kan eeran barattoonni yaada isaanii miidiyaa @Abdii_Sabaa f kennan , Yuunivarsitiin Amboo Yuunivarsitii walqixxummaa, ilaalcha gaariifi hooggana bareedaa fakkeenyummaa guddaa ta’u qabudhaa jedhaniiru barattoonni.

Sagantaan Ifxaaraa kunis bakka Pirezidaantii Yuunivarsitichaa, itti aantotaafi hooggantoonni biroon argamanitti haala ho’aan geggeeffameera.

Yuunivarsitichi gama isaan jala bultii ayyaana Idd al Faxirii kabajuu fuula Feesbuukii isaa irratti beeksiseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA
@ABDII_SABAA 📡
ABDII SABAA
Waldorgommii Asbeks – Qarshii 10,000 haala salphaan injifadhaa! Asbeks badhaasa garaa garaa kennuun hojjettoota isaa jajjabeessa. Amma immoo, nama marsaa kana tokkoffaa ta’eef qarshii 10,000 badhaasa! Marsaan kun adda – ulaagaa tokko malee, namni 1ffaa…
Harra kaatanii injifachuu ni dandeessu! April 17tti injifataa qarshii 10,000 ta’aa.

Asbeks badhaasa garaa garaa kennuun hojjettoota isaa jajjabeessa. Amma immoo, nama marsaa kana tokkoffaa ta’eef qarshii 10,000 badhaasa!

Marsaan kun adda – ulaagaa tokko malee, namni 1ffaa ba’e ni injifata. Namoonni Sadarkaa 2 haga 50ffaa akkuma duraatti qarshii isaanii baafachuu danda’u. Sagantichi April 17 goolabama sababa ta’eef ammallee carraan injifachuu keessanii ballaadha!

Ergaa injifataa marsaa darbee! 🫴 https://www.tg-me.com/ABDII_SABAA/18032

Injifachuuf 1ffaa ta’uu qofa gaafata!


Eegalaa – Asbeks kuufachaa Qarshii 10,000 mo’adhaa!

Eegaluuf @asbeksplatform hordofaa!


Akkaataa itti eegalan

@asbeksplatform seenuun maxxansa jalaa hidha Start Now jedhu cuqaasuun Asbeks eegaltu. Akka Asbeks keessan isiniif banee bakka “Earn Asbeks” jedhu tuqxu sanbooda wanta isiniif dhufu cuqaastu! Sanbooda Asbeks keessanitti deebitu.

Bifa kanaan erga Asbeks walitti qabattanii Claim ka jedhu tuquun Asbeks kuufattan galmeeffattu.

Sadarkaan keessan hamma Asbeks qabdaniin osoo hin taane amma isin “Earn Asbeks” click gootaniin “Reward Clicks” keessaniin isiniif kaawwama!

CARRAA GAARII!

Asbeks Waliin Fuulduratti!


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA
@ABDII_SABAA 📡
2025/04/13 03:13:43
Back to Top
HTML Embed Code: