Yuunivarsitii Amboo bakka hooggantooti Yuunivarsitichaa, hojjettootaafi barattooti argamanitti sagantaan Ifxaaraa geggeeffameera.
Oduu Yuunivarsitii Amboo mooraa guddicha irraa nu ga’een guyyaa harraa sagantaan Ifxaaraa barattoota Muslimaaf taasifamee jira. Mooraan Yuunivarsitii Amboo walqixxummaa amantaafi Sabaan mooraa fakkeenya guddaa ta’u ta’uu kan eeran barattoonni yaada isaanii miidiyaa @Abdii_Sabaa f kennan , Yuunivarsitiin Amboo Yuunivarsitii walqixxummaa, ilaalcha gaariifi hooggana bareedaa fakkeenyummaa guddaa ta’u qabudhaa jedhaniiru barattoonni.
Sagantaan Ifxaaraa kunis bakka Pirezidaantii Yuunivarsitichaa, itti aantotaafi hooggantoonni biroon argamanitti haala ho’aan geggeeffameera.
Yuunivarsitichi gama isaan jala bultii ayyaana Idd al Faxirii kabajuu fuula Feesbuukii isaa irratti beeksiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

ABDII SABAA
Yuunivarsitii Amboo bakka hooggantooti Yuunivarsitichaa, hojjettootaafi barattooti argamanitti sagantaan Ifxaaraa geggeeffameera. Oduu Yuunivarsitii Amboo mooraa guddicha irraa nu ga’een guyyaa harraa sagantaan Ifxaaraa barattoota Muslimaaf taasifamee jira.…
Sagantaan Ifxaaraa Yuunivarsitii Bulee Horaafi Yuunivarsitii Miizaan Teeppiitti geggeeffameera.