Telegram Web Link
An mataa koof jira
Atis keef jiraadhu
Hamma dandeessatti
Na biraa fagaadhu

Anoo si jibbeera
Si arkuu hin barbaaduu
Si'ii fi waa'ee kees
Ani tasa hin yaaduu


@A4mulaa_jireenyaa
Akka Yesuus Macaafa Keessatti barsiisetti Namni waan Rabbiin jaallatu hojjatu hundi obboleessa isaati. Nuti Muslimoonni waan Rabbiin jaallatu hojjana. Kanaaf Yesuus Waaqa keenya osoo hin taane obboleessa keenya jenna. Obboleessa keenya kana ni jaallanna. Ni hordofna.

Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu eenyu iyyuu, obboleessa koo ti, obboleettii koo ti, haadha koo tis" jedhe. [Maatewos 12:50⎦.
"Bakakkaan Tiifuu keessa jabaata"
#Mammaaksa
Jaalala keen hubameen
Osoo nyaadhuun beela'a
Huuba osoo hin kaasiin
Qoma cabeen eela'a

Si jaallachuu koo kana
Atoo yoomuma bartaa?
Moo tarii itti fuftee
Jaalalaan nadararta?


@A4mulaa_jireenyaa
Rafees suman yaada
hirriiban qabu ciisee
Guyyaas suman laala
yaadan fakkii kaasee
.
°•Waadaa sobaa hin galin,
miira Nama biraatiin hin taphatin,
nama dhukkubsaa.°

@A4mulaa_jireenyaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Oduu cabsaa/Breaking news

Prophet kan ofiin jedhu Masarat Taye Waaqummaa Yesuus ganee ergamaa waaqaa ta'uu isaa amane!

Akkasumas Yesuus du'a ooluuf Waaqa kadhatee kadhannaan isaa awwaatameefii du'a ooluu isaas macaafa irraa mirkaneessee jira.

Warri Yesuus cubbuu keenyaaf jedhee du'e jettanii fi Waaqa jettanii amantan koottaa hirmii baafadhaa😁

Har'a irraa jalqabee Yesuus ergamaa fi nabiyyii Allaahaa ta'uu amanaatii koottaa islaama ta'aa shahaadaa lallabaa

👇👇👇👇💲💲👇👇👇👇👇 viidiyoo daawwadhaa!

https://www.tg-me.com/Dandihaqaa
"#Dhiifama hundi isaayyuu badii koodha, garuu simiidhuf jedhee hin goone, Tole na jibbi yoo barbaaddes, Aniyyuu badii koo kanaaf baay'een of jibbaa jiraachaa jira na baruu keef illee dhiifama naaf godhi! #dhiifama"💔💔
Marti isin beekha
Kan dhihoof halalaa
Akkam jirtan qomoo
Yaa warra jaalalaa
💚
"Ani kanan taa'u kun boran Heeruma' jette intalli.
@A4mulaa_jireenyaa
"Anaa Gaafaa/kolbaaf boo'uu
Gurra na muran"
jette Harreen.


@A4mulaa_jireenyaa
Anatu Farda se'ee
Harreetti Okaa Haame
.

@A4mulaa_jireenyaa
Abdii sobaan na guuttee
Daandirraa na dabsitee
Kan na caalu argannaan
Anaaf du'a labsitee...!!
Na Dabbare .... 😔
Qalbiikoo hunkuree
Keessakoo gurguree
Si jaaladheen ture.
-
Garuu,
Waadaan dhugaa harka keetti citee
Jaalalli si didee maallaqni si bite!

Gaafa sana,
Namaaf gadda;
waadaatu diigame
Anaaf adda;
sobarraan hiikame.

@A4mulaa_jireenyaa
Gaaf heddu,
Kobbeen buta waraqaan fida
Jechi na dida

Gaaf heddu,
Waliinan gaha kobbeef waraqata
Kanin barreesse garaa na hanqata

Gaaf gaaf,
Jecha qaba
Humnan dhaba
Gaaf gaaf,
Fedha qaba
Jechan dhaba
-
(Kana dura dhimmeera)

Eessumarraa eegalee
eessattimee goolabu?
Maal fa'aa tatarreessee
dhugaakee katabu?

(Kana booda dhiiseera)

Waanan jedhee hinfixne
kankee hin jalqabu!
Ati,
hin akkeeffamtu
hin fakkeeffamtu
hin barreeffamtu
Jechaan ni dhibamta
Jireenyaan himamta!

@A4mulaa_jireenyaa
Maalummaa Yesus Kiristos isa dhugaa beekuun dubbisuuni malee shubbisuunii miti.
Wolaloo Haadhaa

Harmeekoo deesseekoo
Tokkeekoo mararree
Hin quufu maqaakee
Waamus gaaf maararree

Gorsituu qoorsituu
Madda Jiruu kiyyaa
Dandeessuu obsituu
Giiftii haadha biyyaa

Harmeekoo harmanii
Gootittii jaalalaa
Gara bal’eettiikoo
Toltuu keessaaf alaa

Addunyaa jiruukoo
Wabii gaafa dhiphuu
Qixxeekee hiriiree
Naaf hin gitu dhibbuu

@A4mulaa_jireenyaa
Iccitiin Milkaa'ina keetii gocha Ati irra daddeebin guyyarraa gootu keessa Jira.

🌴Soora Qalbii 🌴
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
#Yaadannoo_seenaa.
Waggaa 571 dura.
Guyyaa akka har'aa may,29 sulxaan Muhammad al-faatih magaalaa seena qabeettii magaalaa istaanbuul/koonistaant-nooppil to'ate.

Seenaan barayyuu ni yaadata.

@tulu_dawo
@tulu_dawo
@tulu_dawo
👆👆👆👆 tuquun #join gochuu hin dagatinaa.
2024/09/29 07:31:47
Back to Top
HTML Embed Code: