Guyyaan Tap Swap launch ta'u hanga July 1 dheerateera.
Warri hin jalqabne yeroo qabdu itti fayyadama.
https://www.tg-me.com/tapswap_mirror_2_bot?start=r_5451875647https://www.tg-me.com/tapswap_mirror_bot?start=r_623498942 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Sababni itti dheerateef boti bifa haqa qabeessa hin taaneen coin walitti qabatan adda baasuu fi ugguruuf akka ta'e ibsaniiru.

Forwarded from COBA QALAMAA || የ ብዕር ጠብታ
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 6ffaa Baankii Oromiyaa irraa!
Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 6ffaa badhaafamaa!
1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!
Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.
6ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ!
መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ6ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!
1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ
5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ
6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ
መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!
አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!

Hangam fagaattullee
Narraatii halaala
Miidhama onneekoo
Siqofaatu yaala!.
Narraatii halaala
Miidhama onneekoo
Siqofaatu yaala!.
NI BEEKTA
.
Dhugaa keessa koo beekta
Akkaan siif hinmurre garaa
Aaree sigatee deemuun koo
Ni beekta akkanni ta'e dhara
.
Halkanii fi guyyaa hundumaa
akkani dhugaattisi yaaduu
Dhiitee bariinaan biiftuun
ijaan siarguu akkan barbaadu!
.
Diinqa onnee kiyyaa keessaa
beekta akka qabdu qooda
Har'a sigatee deemuyyyuu
beekta akkan deebi'u booda!
.
Kaanfuu yaa tokkittii Koo
yaa ishee mara dandeessuu
kanani sitti dhaammadhu
Yoon biyyaa ba'ee sokkeyyuu
Na eegaa akka teessu!
@A4mulaa_jireenyaa
.
Dhugaa keessa koo beekta
Akkaan siif hinmurre garaa
Aaree sigatee deemuun koo
Ni beekta akkanni ta'e dhara
.
Halkanii fi guyyaa hundumaa
akkani dhugaattisi yaaduu
Dhiitee bariinaan biiftuun
ijaan siarguu akkan barbaadu!
.
Diinqa onnee kiyyaa keessaa
beekta akka qabdu qooda
Har'a sigatee deemuyyyuu
beekta akkan deebi'u booda!
.
Kaanfuu yaa tokkittii Koo
yaa ishee mara dandeessuu
kanani sitti dhaammadhu
Yoon biyyaa ba'ee sokkeyyuu
Na eegaa akka teessu!
@A4mulaa_jireenyaa
Lukkuu
Gaafan dura arge
Yeroosheen iyyitu
Koochoo rurukkuttee
"Bari'eera" jettu
Kan namni hin dhageenye
Yoo sheen barii himtu...
Ganama utuun rafuu
Hirribarraa kaatee
Warra ishee dhaga'u
Hunda dammaksitee
Ofii utaaltee buutee
Kosii keessa fiigdu
Yeroosheen ajaa'aa
Miillaan qottee diigdu
Tortoraa funaantee
Hunda waliin dhooftu
Ajaa'aa erga nyaattee
Maaliif hin ajooftu?
Akkamis iyyitu
Akkamis agartu
Dhumti lukkuu manaa
Aalbeerra hin dabartu!
@A4mulaa_jireenyaa
Gaafan dura arge
Yeroosheen iyyitu
Koochoo rurukkuttee
"Bari'eera" jettu
Kan namni hin dhageenye
Yoo sheen barii himtu...
Ganama utuun rafuu
Hirribarraa kaatee
Warra ishee dhaga'u
Hunda dammaksitee
Ofii utaaltee buutee
Kosii keessa fiigdu
Yeroosheen ajaa'aa
Miillaan qottee diigdu
Tortoraa funaantee
Hunda waliin dhooftu
Ajaa'aa erga nyaattee
Maaliif hin ajooftu?
Akkamis iyyitu
Akkamis agartu
Dhumti lukkuu manaa
Aalbeerra hin dabartu!
@A4mulaa_jireenyaa
Sittan hima deebisee
Ani Sin jaalladhuuu
Maaloo narraa siqii
Kan kee Barbaaddadhu
Ani Kan kee miti
Atis Kan koo_n taatu
Sagal sitti himeeraa
Maaliif nan hubattu!?
Amala hin qabdu
Yookaan Bifa Gaarii
Dubbiin kees hin tolu
Achi narraa Gori
Sin Quufe ......😏
#Abdi_edris
@A4mulaa_jireenyaa
Ani Sin jaalladhuuu
Maaloo narraa siqii
Kan kee Barbaaddadhu
Ani Kan kee miti
Atis Kan koo_n taatu
Sagal sitti himeeraa
Maaliif nan hubattu!?
Amala hin qabdu
Yookaan Bifa Gaarii
Dubbiin kees hin tolu
Achi narraa Gori
Sin Quufe ......😏
#Abdi_edris
@A4mulaa_jireenyaa
Forwarded from COBA QALAMAA || የ ብዕር ጠብታ
Hamster kombat Maallaqa Salphaa Mirkanaa'ee fi Telegram irraa Tap qofa qabuun kan hojjetu TON, jijjiirraa kirpitoo guddaa addunyaa irrati.
Gatiin TON 1 Doolaara Ameerikaa 6.6 yoo ta'u pirojektii kana cufuuf guyyaa 5 qofatu hafe
Kanaan dura Not Coin bitattee jirta inni kun ammoo dorgomaa Not Coin ti.
Link armaan gadii tuquun hojjedhaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇 👇👇👇
https://www.tg-me.com/hamster_kombat_bOt/start?startapp=kentId623498942
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium

Telegram
Hamster Kombat
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 6ffaa Baankii Oromiyaa irraa!
Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 6ffaa badhaafamaa!
1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!
Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.
6ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ!
መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ6ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!
1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ
5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ
6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ
መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!
አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 6ffaa badhaafamaa!
1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!
Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.
6ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ!
መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ6ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!
1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ
5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ
6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ
መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!
አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Jireenyi eenyufillee barnoota bilisaa hin kennitu.Jireenyi na barsiiste namni jedhu gatii hedduu kaffalee jira jechuudha.
#Nagib_mahfouz
#Nagib_mahfouz
Dibattee miidhagdee
Yoo gad baatu manaa
Kan miidhagu si'i
Kan maraatu Anaa 🥸
Yoo gad baatu manaa
Kan miidhagu si'i
Kan maraatu Anaa 🥸
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
🌿 💚 Yaa Ergamaa Rabbii
Hedduun SI Jaaladha
Jaalalaan Siif Qabu
Maaliiniin Ibsadha
Atiis Na Jaalatta
Habiibii Na Caalaa
Ergamaa Rahmataa
Yaa Bareedaa Haalaa
💚🌴 💚
🌴Soora Qalbii 🌴
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
Hedduun SI Jaaladha
Jaalalaan Siif Qabu
Maaliiniin Ibsadha
Atiis Na Jaalatta
Habiibii Na Caalaa
Ergamaa Rahmataa
Yaa Bareedaa Haalaa
💚🌴 💚
🌴Soora Qalbii 🌴
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
Natti haa hafu!
~
Jaalalli kee yeroof taanaan
Bulee oolee kan cabbaa'u
Miira faana xaaraa tuqee
Miira faanas tasgabbaa'uu
Qalbii kanke eeggachuudhaf
Soqxee imalte natti dhufnaan
Onnee kan kee feetu bantee
Feetu ammoo natti cufnaan
Miidhamuurra madaa'urraa
Qalbii guutuun akkan rafuu
Kan summiidhan makame sun
Jaalalli kee natti haa hafuu...!
@A4mulaa_jireenyaa
~
Jaalalli kee yeroof taanaan
Bulee oolee kan cabbaa'u
Miira faana xaaraa tuqee
Miira faanas tasgabbaa'uu
Qalbii kanke eeggachuudhaf
Soqxee imalte natti dhufnaan
Onnee kan kee feetu bantee
Feetu ammoo natti cufnaan
Miidhamuurra madaa'urraa
Qalbii guutuun akkan rafuu
Kan summiidhan makame sun
Jaalalli kee natti haa hafuu...!
@A4mulaa_jireenyaa