Telegram Web Link
የቦታ ርቀት ሰዎችን አይለያይም
                                           ዝምታ እንጂ!
©
@seyfal_islam
#Muaz_Mohamed baay'een ajaa'ibsiifadha, bakka xixiqqaatti hin argamu, baga gammadde nama guddaa koo.🥰❤️

Congratulations 🎊 👏 💐 🥳 500K
#Eeyyan....!

Namoonni hirribaa dammaqxanii... nama nagaa bultee isiniin jedhu/text isiniif barreessu hin qabne hunduu Nagaa bultanii isiniin jechuu barbaada....! #صباح_الخير

Yeroo hundaa nagaa naaf jiraadhaa....

@A4mulaa_jireenyaa
Ija kee ija koon
Deddeebisee laalee
Ajab miidhaga kee
Waan jedhun wallaale

@A4mulaa_jireenyaa
Urjiin Baay'attus
Ji'a hin dhoksitu
😍
Ogummaadha malee
Mi'aa kan sirreessu
Sunsuma jijjiiruun
Ittoo hin mi'eessu.

@A4mulaa_jireenyaa
#Barii....!
Wanti hunduu barii wajjiin dhalata.... [ Barakaan; Abjuun; hamileen; milkaa'inni fi kkf...]
Seenaan kaleessaa dhumatee jira... seenaan guyyaa hardhaa immoo eegalee jira...
وعليك توكلنا يا كريم.....

Oolmaa gaarii qabaadhaa....!!

@A4mulaa_jireenyaa
Yaa Rabbi .....😢
يا ربّ.....😢
ያ ረቢ .....😢
Jaalala isa kam?

Isa kaleessaatii?
Jaalala halaalaa
Moo isa har'aatii?
Ciigoo haasaa jalaa

Lakkii isa boriitii
Abjuudhaafi shakkii
Tarii isa darbeedhaa?
Jibbiinsaafi waakkii

Hundisaatuu erga
Sitti ta'ee mamii
Kanat na jaallattu
Jaalala isa kamii?

@A4mulaa_jireenyaa
Maaliif Iftee Dhaamte!? 😔
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Ilmi namaa Adda ba'uu dhumaaf uumame.
Jireenya ykn Du'atu Adda baasa.

Taateen Hunduu Garuu waa
nu barsiisanii Darbu.

@A4mulaa_jireenyaa
"Karaa siif danda'ame hundumaan,bakka
siif danda'ame hundumaatti,namoota
dandeessu hundumaaf, hamma siif danda'ame
hundumaan,waan gaarii siif danda'amu
hundumaa hojjedhuuf!”..!

#Barii_Gaarii🌷
ፊቅርን ሳታውቁት
ፊቅርም ሳያውቃችሁ
ከግብሩ ርቃችሁ
ስም ምትዳፈሩ
ፊቅርን ባታፍሩት
ለይላ እንኩዋን እፍሩ

#majnun_leyla
ሁሉም ለሁሉም ሰው
ጥላቻን ቢያሳይም
ከወዳጁ ጋር ግን
በፍቅር ነዉ እንጂ
በሌላ አይታይም

#Majnun_Leyla
Callisuu kee keessatti wantoonni ati hin dubbanne baay'een akkuma jiran kolfa kee keessas wantoonni ati dhokfattu baay'etu jiru.

@A4mulaa_jireenyaa
Quufa Salphinaa mannaa
Beela Ulfinaa wayya!

@A4mulaa_jireenyaa
2024/09/30 13:26:23
Back to Top
HTML Embed Code: