Telegram Web Link
💪
••••
Namni jaallattan Like 👍 Godhaa
💚
Mee namni Jaallattan Qofti Like 👍 Tuqaafii
Ay Namaa ! Jedhee Barreessuuf jedhee
Nama ta'uu koo yaadadheen Dhiise.
Gantuun Eenyu?
••••
︎ Jaallalleewwam lamatu Turan. Isaanis Of Ajjeesuuf walii galan. Yaalii yeroo dheeraa booda Tabba guddaa ol koranii Achirraa gad uf darbachuu murteessan.

Erga Caafii tabbaa Ga'anii booda 1 2 3 jedhanii utaaluuf walii galan.

Sana booda Inni dhiiraa ni utaale. Isheen garuu dhaabbattee laalte Hin utaalle. Secondii 7f erga dhaabbatee laaltee booda inni #Parashut Banatee lubbuu isaa hambifate.

Egaa amma #Gantuun_Eenyu??

@A4mulaa_jireenyaa
Jaalatamuu caalaa
jalaachuutu si gammachiisa
💚❤️

@Jaalala_qulqulluu
@A4mulaa_jireenyaa
Kan bektuu 😳
••••

Naachii arraba isaa garaa
alatii baasuu hin danda'u
🤪😝

@A4mulaa_jireenyaa
Anis ergan tahee
Maraattota yaadaa
Hiriyaa akka koo
Maaloo naaf barbaada

Addunyaa katabee
Nama naaf dubbisu
Yeedaloo yaadaatiin
Kan Namaaf shubbisu

Nama jecha namaaf
Qoosee bira lufu
Maaloo naaf Barbaadaa
Na bira haa dhufu!


@A4mulaa_jireenyaa
"Ol fagaateef Risaan
Dachii hin Hanqaru"
•••
@A4mulaa_jireenyaa
"Addunyaa kana irratti namni akka isaa caaltee argamtu siif hawwu Abbaa kee qofaa"

Gaafa dhiibbaa garagaraa sirratti godhu
Yeroo siin lolu si jibbee osoo hin taane akka ati fagaattee mul'attuufi.

Yaadni isaa yeroo hundaa fuuldura keetiif
Gaafa yaaddahee dhiphatus jiruu keetiif

#Abbaa keenyaaf Umrii Dheeraa ✌️

@A4mulaa_jireenyaa
Na jaallatta sin jaalladha
Hunduu beekaa
Fuulla kan kee ilaaleetan
Kolfuun seeqaa
~
Natti himadhu siifan guutaa
Wanta feetuu
Jiruu kiyyaaf bar dawaadha
Simboo keetu
~
Miidhagni sitti hin hafnee
Kanaaf boontaa
Abaaboo koo foolii gaarii
Naaf arjoomtaa
~
Si jaallata onneen kan koo
Siif of laatee
Ammoo garuu si amanuun
Natti ulfaatee....!
Uffannaan kun #Aadaa Naannoo kamiiti?
Comment jalatti barreessaa

Yoo sitti Tole like 👍 godhi


@A4mulaa_jireenyaa
Yoo leenca islaamumnaaf baroodu ta'uu dadhabde... saree muslimtootatti duttu akka hin taane....!!

@seyfal_islaam
"Namoonni Hedduun Namoota Jaraaf Boo'anu Caalaa Namoota Jara Boossisanu Duukaa Roora'u"
Osoon onnee sif laadhe
Sagal kufee siif cabuu
Garan Kee Amma kana
Nattii jabachuu-n qabu

Kennaa waqatti male
Jaalalli hin qabuu cubbu
Onnerran sii jaladhaa
Tolee naaf jedhi lubbu

Dayimendi Yoon dhabes
Isa gaatiin Isaa cimaa
Onnerran sii jaladhaa
Jilbefadheen sitti himaa

Murtessan warqii mitim
Warqee isa gatii jabaa
Jalaala dhugaa tanan
Abaaboonuu hiika qaba

@Jaalala_qulqulluu
Irraan gadee kattaa
Indaanqoon iyyiitee
Irraa Mureen gataa
Essaa koo jibbiitee?
Eskiripap 😁
Lafti keessi dhagaadha
Irra keessa qotannaa
Keessi keenya madaadha
Irra keessa kofallaa......👌


@A4mulaa_jireenyaa
2024/10/01 09:21:24
Back to Top
HTML Embed Code: