Telegram Web Link
Ayyaanni Christmas kan nama muslimaatii miti. Jechi kun hiikni isaa “ Dhaloota Gooftaa “ jechuu dha.
لَمْ يَلِدْ وَلَمْ يُولَد
Oduu Addaa

Internet Tola fayyadamaa jirtuu?

Yoo fayyadamaa hin jirre like 👍 100 yoo guute Akkaataa isaa isiniif hima.

Let's go 👍
http-injector-6-1-1.apk
31.8 MB
Warreen haga yoonaa app sana hin arganne jettaniif.


Akkamitti hojjata ?

1. Download godhi.
2. Install godhi.
3. Faayloota xixiqqoo gubbaatti tarreessine kanneen keessaa tokko filachuun irratti cuqaasi.
4. Maaliin banuu barbaadda ? Jedhee yeroo si gaafate, Http injector (app sana) irratti cuqaasi.
5. Akkuma inni app sana keessa si seensiseen #start kan jettu cuqaasi.
6. Notification gubbaa irratti #connected jedheera taanaan siif hojjachuu eegaleera jechuudha.

#Share

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
taste.ehi
4.2 KB
Baga Gammaddan interneti bilisaa yeroo darbe addaan citee ture  HTTP injector amma hojii eegalee jira.  Faayila armaan olii download gochuudhaan  Http injector applikeeshinii jettuun banaa. Sana booda #start jedhaa.

Hubachiisa. Balance keessan  0.00 ta'uu qaba


#Share

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Ani Tola fayyadamaara Isinis yaalaa ✌️
Jalqaba applikeeshinicha install godhadhaa itti aansuudhaan fast ethio ishee jettu irratti tuqaa. Itti aansuun karaaa kamiin seenta isa jedhuuf http injector filadhaa itti aansuun immoo start jedhaanii

Yeroo gaarii

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Burtukkaanni Biyya koo
Mataansaa Qarshiidha
Bareechee si uume
Tokkichi Arshiidhaa

♡♡♡♡
@A4mulaa_jireenyaa
Yaa obbolummaa dhugaa waahila jireenyaa
Yoom walitti nu hidha finyoon Rabbii keenyaa?
Dhunfaadhaan fiffignee garuu eessa geenyaa?

Hijaabni kun haa fuudhamu jidduu keenyaa
Nutiis akka jireenya abboottii keenyaa
Facaane jiraachuun hayaata xinneenyaa

Ture zabanni isaa taarika dhageenyaa
Nama irraa laallannuus yoo dhabne fakkeenya
Nama irraa laallattu dhabdi ilmaan keenyaa

Erga karaan keenya ita'ee fageenyaa
Obbolummaa gad-dhaabbanna jidduu keenaya
Sana booda mi'oofti lazzaan jireenya

Qalbii haqa barbaaddu kottumee wal geenyaa
Harka dur wal gad-dhiiste walirra keenya
Yaa obboleewwan jennee waamnee wal dhageenya

Millaa Nabii keenyaa deemsa karaa isaanii
Bifadli rifqikaa yaa qaahiral kawnii

Ustaaz Raayyaa Abbaamacca kaasetta 15ffaa keessaa kan fudhatame

@seyfal_islaam
@seyfal_islaam
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/10/01 11:40:27
Back to Top
HTML Embed Code: