Telegram Web Link
Best Profile Picture of The day👌
#profilepicture
#ppofTheDay #Pp
#Mamepp✌️
🤝😉🤝
Dhiifama naaf godhi
Humnaa ol si jaallachuu koof
Hundarra si caalchisee
Umrii koo guutuu si waliin jiraachuuf
Hawwuu koof 😔😔
Maal sodaatta?....♡Na fuudhi jedhiin♡

Ni jallaattaanii ?... Diinii qabaa?
Amala isaa jaallatteettaa?

Ulaagaa kee ni guuta taanaan itti siqiitii Obboleessoo 'Na fuudhi' jedhiin Maal sodaatta?
Garuu .... Nama sodaachisa mitii!?
Akkamitti dubarri gaafatti kan jedhus hin dhabamu!...

Akka hadhaa yeroo mirgi dubartii hin eegamne. Bara Dubara yoo taate fayyaa Awwaalan, Fakkeenya dubartoota hundaa, Fakeenya haadholii kan taate Khadiijaa bint kuweyilid R.A Rasuula jaallatte, Nabi Muhammad S'A'W yeroo sanatti Qabeenya hin qabu ture, Hiyyeessa turan, Sanarra Darbeeyyuu Khadiijaadhaaf Tajaajilaa turan.

Yaa Allah! Khadiijaan Sooressa osoo hin jenne: Abbaa Aangoo osoo hin jenne Gara Rasuulatti Siqattee....
Gaaffii jaalalaa dhiheessuteef. Eeyye Na fuudhi jetteen. Ofii esheetii gaafatte.


Obboleettii koo! Atoo maal sodaatteree?...
Ija baastuudha siin jedhamaafii?...
Jecha namaa sodaattee?...
Isiin kun safuu hin qabdu Siin jedhamaaf sodaattee?
Moo dhiirri yoo gaafatame ni koora jetteeti? Ni saalfattee?
Jaallaatte taanaan tasuma hanga inni gaaffii siif dhiheessuu hin eegin Dursii gaafadhu.

Itti siqiitii na Fuudhi jedhiin.♡

@Jaalala_qulqulluu
@seyfal_islaam
Taa'ee ka'us
Waanuma keen yaada
Jum'aa Bareeda isiniif Haa ta'u 💚
● Jaalalli jaamaadha ♡
••••••••••••••
Namichii tokko intala baay'ee bareeddu fuudhe. Baay'ee jaallataan. Yeroo muraasa booda Akkuma tasaa dhukkuma gogaa qaamaatiin qabamte. Bareeddinni ishee hidhachaa dhufe. Abban manaa isii kun guyyaa takko sababa hojiitiif isiirraa adda bahee gara biyyaa fagoo deeme. Yeroo hojii isaa xumuree gara haadha manaa isaatti deebi'u ija isaa dhabee dhufe (ijaan hin argu). Ta'us Bultiin isaanii akkuma durii sanatti itti fufe. Guyyaa guyyaadhaan bifti ishee osoma hidhatu bade.

Abbaan manaa ishii ijji isaa waan hin agarreef kana hin beeku Jireenyi isaanii akkuma duriitti gammachuudhaan itti fufe.
Ishrmeenis baayyee isa jaallatti Innis Akkasuma Baayyee isii jaallata.
Guyyaa takko Akkuma tasaa Duute.
Duuti isii kun Abbaa manaa isiitti gadda guddaa uume. Kanarraa ka'uunis biyya sana Gadhiisee deemuu murteesse.

Namoonni naannoo isaa jiraataa turan 'Akkamiin qobaa isaa deemuu danda'a" Hanga hadhaatti haadha manaa isaatu Fuutee isaan deemti ture Amma isheen hin jirtu, Akkam ta'a? Jedhanii yaadaafii turan.

Namichis Yaada namootaa kana gaafa Baru 'Ani ijji kiyya ni argaa' bar jedhee itti hime. Sababni Ani hanga hadhaatti ijji kiyya hin argu jedheef Haati manaa kiyya akka dhukkuba gogaa qaamaatiin qabamte beekan ture. Miira isii eeguuf jedheen akka nama hin arginii of godhe. Yeroo bareeddinni ishee hidhachaa dhufu of ciquu eegalte Anis yeroon cinqamuu ishee argu Akka ijjikoo arguu hin dandeenyen itti hime Yeroo hunda akka isheen Gammachunn jiraattuuf jedhee.

Yeroo tokko tokko osoma arginu Akka waan hin arginee yoo of goone Namoota naannoo keenya jiranii waliin walitti dhufeenya gaariidhan waliin jiraanna. Jaalalaaf kabajnis Akkasummatti itti fufa.

Waan Dubbiftaniif Galatoomaa 🌷

@Seyfal_islaam (Abdii Idriis)


@Jaalala_qulqulluu
@seyfal_islaam
@A4mulaa_jireenyaa
Yeroo nuti deebii eegnutti
Jireenyi Gaaffi nutti jijjiirti....

Ay Duniyaa!....


@seyfal_islaam
Afatni koo naaf mijaa'ee,
yoom naaf tola sireenkoo?
Mul'anni koo milkaa'ee,
Yoom qajeelta hireekoo?

••••
@A4mulaa_jireenyaa
Nan dallane🤔

Afachu! Hordoftoota 18.6 k keessaa namuma na hordofaa jiraachuusaa mallattoon qofa natti argisiisu nama tokkollee akkamittan dhabaan jedheem ani!🤔🤔😒

Pls like tuqi nan aarsiin 😜
Mi'aayus Hadhaayus
Duniyaarra Si'a tokko
Qofa jiraanna
🤔

@A4mulaa_jireenyaa
Kana beektu?
••••
Akkaa Addunyaatti Baayyinni namoota furdina humnaa oliif saxilamani kan baayyina namoota beelaaf saxilamani irraa ni caala.

Baayyina ummata addunyaa keessaa 30% kan ta'an furdina humna oliif saxilamodha


@A4mulaa_jireenyaa
2024/10/01 19:19:57
Back to Top
HTML Embed Code: