Telegram Web Link
Jaalalleen kee ati baayyee jaallattu si dhiiste yoo nama biraatti heerumte maal goota?
Jaalalleen kee ati baayyee jaallattu si dhiiste yoo nama biraatti heerumte maal goota?
••••••
Waanti gara biyyaa Hindiiti dhagahame kun immoo nama rifaasisaa.
Dubbiin akkasi dargageessi shamara jaallate akka itti heerumtuuf gaafata, isheen garuu isaatti heerumuuf fedha waan hin qabneef gaaffii isaa kufa gochuun nama biraatti heerumte.
Dargaggeessi kunis sababa kanaan baayyee mufachuun guyyaa cidha isaani irratti Boombii meeshaa muuziqaa keessaa dhoksuun akka kennaatti kennaaf.
Dhimma kana quba kan hin qabne misirroon dhiiraa obbolleessa isaa waliin meeshaa muuziqaa kanaan utuu taphatu lubbuun isaani darbite. Dargageessi kunis to'annoo poolisii jala oole.

Ajaa'ib 😳

@A4mulaa_jireenyaa
።።Jaalala jechuun....።

♡ Jaalalli baayyina waggaatiin hin madaalamu. Yeroo tokko tokko osoma ati hin beekin Namni tokko joreenya kee keessa seena.

♤ Yeroo muraasa keessatti Si seenaa onnee kee irratti mootii ta'a.

♤ Hanaga isa malee jiraachuu hin da'u jettu tokko irra geessa
.

♡Jaalala jechuun Onneen wal si Machuudha malee Baayyina yeroo miti. 👌

@Jaalala_qulqulluu
@A4mulaa_jireenyaa
Isin hin argin ijji hamtuu
Isin irraa haaqabu rabbiin
Gammadaatii jiraadhaa
Isin hin cabin qalbiin❤️
•••
Guyyaa Gaarii isiniif Haa ta'u🌷


@A4mulaa_jireenyaa
💪
••••
Namni jaallattan Like 👍 Godhaa
💚
Mee namni Jaallattan Qofti Like 👍 Tuqaafii
Ay Namaa ! Jedhee Barreessuuf jedhee
Nama ta'uu koo yaadadheen Dhiise.
Gantuun Eenyu?
••••
︎ Jaallalleewwam lamatu Turan. Isaanis Of Ajjeesuuf walii galan. Yaalii yeroo dheeraa booda Tabba guddaa ol koranii Achirraa gad uf darbachuu murteessan.

Erga Caafii tabbaa Ga'anii booda 1 2 3 jedhanii utaaluuf walii galan.

Sana booda Inni dhiiraa ni utaale. Isheen garuu dhaabbattee laalte Hin utaalle. Secondii 7f erga dhaabbatee laaltee booda inni #Parashut Banatee lubbuu isaa hambifate.

Egaa amma #Gantuun_Eenyu??

@A4mulaa_jireenyaa
Jaalatamuu caalaa
jalaachuutu si gammachiisa
💚❤️

@Jaalala_qulqulluu
@A4mulaa_jireenyaa
Kan bektuu 😳
••••

Naachii arraba isaa garaa
alatii baasuu hin danda'u
🤪😝

@A4mulaa_jireenyaa
Anis ergan tahee
Maraattota yaadaa
Hiriyaa akka koo
Maaloo naaf barbaada

Addunyaa katabee
Nama naaf dubbisu
Yeedaloo yaadaatiin
Kan Namaaf shubbisu

Nama jecha namaaf
Qoosee bira lufu
Maaloo naaf Barbaadaa
Na bira haa dhufu!


@A4mulaa_jireenyaa
"Ol fagaateef Risaan
Dachii hin Hanqaru"
•••
@A4mulaa_jireenyaa
"Addunyaa kana irratti namni akka isaa caaltee argamtu siif hawwu Abbaa kee qofaa"

Gaafa dhiibbaa garagaraa sirratti godhu
Yeroo siin lolu si jibbee osoo hin taane akka ati fagaattee mul'attuufi.

Yaadni isaa yeroo hundaa fuuldura keetiif
Gaafa yaaddahee dhiphatus jiruu keetiif

#Abbaa keenyaaf Umrii Dheeraa ✌️

@A4mulaa_jireenyaa
Na jaallatta sin jaalladha
Hunduu beekaa
Fuulla kan kee ilaaleetan
Kolfuun seeqaa
~
Natti himadhu siifan guutaa
Wanta feetuu
Jiruu kiyyaaf bar dawaadha
Simboo keetu
~
Miidhagni sitti hin hafnee
Kanaaf boontaa
Abaaboo koo foolii gaarii
Naaf arjoomtaa
~
Si jaallata onneen kan koo
Siif of laatee
Ammoo garuu si amanuun
Natti ulfaatee....!
Uffannaan kun #Aadaa Naannoo kamiiti?
Comment jalatti barreessaa

Yoo sitti Tole like 👍 godhi


@A4mulaa_jireenyaa
Yoo leenca islaamumnaaf baroodu ta'uu dadhabde... saree muslimtootatti duttu akka hin taane....!!

@seyfal_islaam
2024/10/01 17:40:32
Back to Top
HTML Embed Code: