Telegram Web Link
Waan sirka jiru Gatii isaa beekuuf
Of harkaa Dhabuu Qabda.

Gaafa san siif gala....!

@A4mulaa_jireenyaa
Insha Allah 😍
Niyyaan Hin daangeffamu 🌷

Kan mormu jiraa? 😳
"Sister Rifeensi kee baay'ee bareeda keetumaa garuu?"jennaan hin shakkitaa jettee (riisiitii) ittiin bitte natti agarsiifte. 😁
Safuudhabboo !
Maal kun !
😋
Assalaamu Aleykum
Ahmad yaa mustafaa
Yoo Hireen na yaamte
Mee nan dhufaa 💚
Habibi....
◇◇
Yeroo Qobaa jirtu Dadhabinaa fi Rakkina kee laaltee Dhiphachuu fi Cinqamuu Dandeessa
Garuuu Dubara biratti tasuma Mataa gad hin qabatin
. Jabaa ta'i, Keessoo kee Akka beekaniif Carraa hin kenniniif Abadan.... ✌️ #Muramte
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Guyyaa har'aa caalaa guyyaan boruu bareedaa akka tahe hin shakkiin. Namni isa darbe caalaa isa dhufuuf jabaatu ni mo'ata waan taheef.

@A4mulaa_jireenyaa 📱
Sin yaade ....♡
Dubartoonni heerumtan "Ba Allah" bultii teessan jabeeyfadhaa😢

Abbaa manaa keessan irratti danta dhabummaa tana dhiisaa. Hanga feete beekkumsa qabaadhu hanga feete jabduu tahi ajajani abbaa manaa keetii ajaja hunda siif haa duursuu, hanga Rabbitti kafri, zulmii hojjadhu jachutti si hin ajajinitti.

Abbaa manaa gaarii qabda yoo tahe jilbiiffadhuu qabadhu, meeqaatuu si harkaa baafachuuf afaan banee ganamuu shira sitti shiraa

Koottaati natti iyyaa warri jireenya faranjii hordofutti jireenya keessan dukkaneessaa jirtan😜
🍃🥰
:¨·.·¨:
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
"Osoo Bilisummaan Akka bokkaa
Samiidhaa Roobeeyyuu Gabroonni
Tokko tokko Dibaabee/xilaa Qabatanii
Ofirraa Ittisu "
#Manquul

JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Forwarded from Jaalala♡Qulqulluu💖
Dhiira yoo taate dubara gaafa ati sadarkaa takka irra hin gahin siifiin jira siin jatte hin dagatin.

Dubartiin hiyyummaafii laafina keetii wajjiin si qeebalte warqiidha.


:¨·.·¨:
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
Hamma yesuus du'ee ka'utti eenyuutu universii bulchaa ture jettuuree innoo du'ee qabrii bubbulaa ture mitii?
͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Hamma yesuus du'ee ka'utti eenyuutu universii bulchaa ture jettuuree innoo du'ee qabrii bubbulaa ture mitii?
Namoonni maxxansa kana Booda keessaanis ta'ee Group ireatti yaada dhiheessaa jirtan. Miira keessaa ba'aa.

Yasuus Waaqa osoon taane Ergamaa waaqaati. Kana dubbiin jaallattus jibbitus.
͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Hamma yesuus du'ee ka'utti eenyuutu universii bulchaa ture jettuuree innoo du'ee qabrii bubbulaa ture mitii?
Anaaf jedhee waaqni du'e
Awwaalamees boolla bu'e
Cubbuu kiyya Narraa dhiqee
Achii bayee Samii dhaqe.

Jedhan jarri

Anis ni gaafadhe ka'ee
Akkam ta'ee Rabbiin du,e?
Eenyutu ajjeese danda'ee?
Fedha isaati moo humnaan ta'e

Humnaan ajjeefame taanaan
waaqaa mitii dadhabaadha.

Fedhasaatiin ajjeefamus
Uf ajjeesuunis cubbuudha.

!?
Yasuus Eenyu!?

Ragaadhaan Naaf deebisaa ....
Yaada Gabaabaa #Waa'ee Iyyasuus Macaafni Qulqulluun maal jedha. Comment jalatti Dubbisaa 👇
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
◇ Milkaa’inni bu’aa amaleeffannaa guyyaa guyyaati malee jijjiirama jireenya keessatti al tokko qofa dhufu miti.
—James Clear
#Atomic_Habits

@A4mulaa_jireenyaa
2024/09/30 17:26:18
Back to Top
HTML Embed Code: