#Muaz_Mohamed baay'een ajaa'ibsiifadha, bakka xixiqqaatti hin argamu, baga gammadde nama guddaa koo.🥰❤️
Congratulations 🎊 👏 💐 🥳 500K
Congratulations 🎊 👏 💐 🥳 500K
#Eeyyan....!
✍ Namoonni hirribaa dammaqxanii... nama nagaa bultee isiniin jedhu/text isiniif barreessu hin qabne hunduu Nagaa bultanii isiniin jechuu barbaada....! #صباح_الخير
Yeroo hundaa nagaa naaf jiraadhaa....
@A4mulaa_jireenyaa

#Barii....!
✍ Wanti hunduu barii wajjiin dhalata.... [ Barakaan; Abjuun; hamileen; milkaa'inni fi kkf...]
Seenaan kaleessaa dhumatee jira... seenaan guyyaa hardhaa immoo eegalee jira...
وعليك توكلنا يا كريم.....
Oolmaa gaarii qabaadhaa....!!

Jaalala isa kam?
Isa kaleessaatii?
Jaalala halaalaa
Moo isa har'aatii?
Ciigoo haasaa jalaa
Lakkii isa boriitii
Abjuudhaafi shakkii
Tarii isa darbeedhaa?
Jibbiinsaafi waakkii
Hundisaatuu erga
Sitti ta'ee mamii
Kanat na jaallattu
Jaalala isa kamii?
@A4mulaa_jireenyaa
Isa kaleessaatii?
Jaalala halaalaa
Moo isa har'aatii?
Ciigoo haasaa jalaa
Lakkii isa boriitii
Abjuudhaafi shakkii
Tarii isa darbeedhaa?
Jibbiinsaafi waakkii
Hundisaatuu erga
Sitti ta'ee mamii
Kanat na jaallattu
Jaalala isa kamii?
@A4mulaa_jireenyaa
Ilmi namaa Adda ba'uu dhumaaf uumame.
Jireenya ykn Du'atu Adda baasa.
Taateen Hunduu Garuu waa
nu barsiisanii Darbu.
@A4mulaa_jireenyaa
Jireenya ykn Du'atu Adda baasa.
Taateen Hunduu Garuu waa
nu barsiisanii Darbu.
@A4mulaa_jireenyaa
Channelota Filatamoo Bara kanaa 😍
Isins itti dabalamaa. Ittiin Booharaa irraa barattu.
Yeroo Gaarii 🙏
Isins itti dabalamaa. Ittiin Booharaa irraa barattu.
Yeroo Gaarii 🙏
"Karaa siif danda'ame hundumaan,bakka
siif danda'ame hundumaatti,namoota
dandeessu hundumaaf, hamma siif danda'ame
hundumaan,waan gaarii siif danda'amu
hundumaa hojjedhuuf!”..!
#Barii_Gaarii🌷
siif danda'ame hundumaatti,namoota
dandeessu hundumaaf, hamma siif danda'ame
hundumaan,waan gaarii siif danda'amu
hundumaa hojjedhuuf!”..!
#Barii_Gaarii🌷
Callisuu kee keessatti wantoonni ati hin dubbanne baay'een akkuma jiran kolfa kee keessas wantoonni ati dhokfattu baay'etu jiru.
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa