Telegram Web Link
Gaazaa….!!
👉🏼 Waaraana Israa’el Gaazaa irratti banteen…guyyoota 400 keessatti…lubbuun namoota kuma 44 shahiiddee jirti….


Mee maal jettu waan kanarratti….!?

https://www.tg-me.com/tafak_or
Boru sagantaan keenya maali yaadattuuu…..?



Boru galgala wal garra inshallaah
🌸
Hariiroon ati qur'aana wajjiin qabdu akkami....
ni qaraataa hiika hin beytuu homaa waan irraa hubattu hin qabdu?
ni qaraataa hiikallee muraasa ni beeyta tadaaburaan/xiinxalaa qaraata?
ni qaraataa caccabsaa tajwiidaan alatti akkasuma hiikallee hin beeytu?
😔Mee haala kamirra jirta ati?......!
♧osoo qur'aanni hin fuudhamin.
♧Fuudhii itti fayyadami.


https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Uffanni kee dhoqqaahee rizqii halaalaa argachutti hin qaanfatin….uffata kee bareechifattee harka namaa eeggatuun salphinnaa….!!

https://www.tg-me.com/tafak_or
Aayatoota qur’aanaa keessaa Aayanni qubee afaan arabaa guutuu uf keessatti hammatte aayata tam___?
Anonymous Quiz
42%
A) Xumura suuraa Baqaraa
36%
B) Xumura suuraa Fathii
21%
C) Jalqba Suuraa Kahfii
✍️ Bareedinna duniyaa keessaa..obboleewwan osoo nan beekin, osoo anin beekin na duuba du’aa’ii naaf godhan qabaachuun kootuu naaf
gahaadha…!!
Akkas jedhan:

ويَكفِينِي مِنَ الدُّنْيَا جَمالاً
دُعاءٌ مِنْ مُحِبٍّ دُونَ علمِي

Du’aa’ii keessaniin nun dagatinaa….
إذكرونا بدعوة يا أصحاب 🍂

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or


#Beeytaa.....?

🪵 Duniyaa tanarra wanni dhufteef.....ibtilaa'aa/qormaataaf ta'uu.
🪵Atiin fayyaa qabdu fatanaa keessa jirtaa beeki.galata galchita moo of dagatta.
🪵Atiin dhukkubsattullee fatanaa keessa jirta.ni obsita moo.....
🪵Dureessi fatanaa keessa jira.
🪵Heyyeessi fatanaa keessa jira.
🪵Nama wanni ta'e martuu fatanamaaf uumame.

إنا خلقنا الإنسان من نطفة أمشاج #نبتلیه
dhugamatti,nuti ilma namaa isa #qormaatuuf jecha,bishaan saalaa walitti makamaa ta'e irraa uumne.....

https://www.tg-me.com/tafak_or
𝐴𝑠𝑠𝑎𝑙𝑎𝑚𝑢𝑎𝑙𝑒𝑦𝑘𝑢𝑚 𝑊𝑎𝑟𝑎𝒉𝑚𝑎𝑡𝑢𝑙𝑙𝑎𝑎𝒉𝑖 𝑊𝑎𝑏𝑎𝑟𝑎𝑘𝑎𝑎𝑡𝑢
Darsii keenya guyyaa hardhaa fedha Rabbiitiin torbaan dhufutti dabarsinee jirra….dhiifama nuuf godhaa….!!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Zarii Rasuulaa tartiibaan qabachuu yoo barbaaddan…Nazmii tana haffazaaa….!!
🌸

#Wahiif jedhe.....?!!!
👌Sin ajaa'ibu namoonni tokko tokko gaafa dhukkubni hospitalaa fi siree irra isaan ciibsellee....hojii isaanii hin dhiisan.....
#wahiif jedhe......?!!!
👌haala keessa jiran ofumatti dhiisanii yaada isaanii bakkaan gahatuuf carraaqqatan.
👌Nama ni'imaan guuttame fakkaatanii....keessaan rabbitti iyyatan.
#wahiif jedhe......?!!!!
👌waan isaanitti jiru dhiisanii...hawaasaaf,ummataaf,yaadan....!!!
👌osoo dhukkabsatanii,nama fayyaa fakkaatanii nagh si gaafatan.

namoota akkanaa irraa ta'i....


https://www.tg-me.com/tafak_or
#Fayyaan_faaya

✍️ Namni fayyaa qabu waan addunyaa tanarraa gaarii tahe hundaa inuma hawwa
….kan dhibamee ciisu garuu Aafiyama tanaa osoo argadhee jedhee hawwa….!

Rabbiin fayyaa siif kenne sirra haa tursiisu,
Nama dhibee isaa Rabbiin malee namni biraa hin beeknes Rabbumti haa fayyisu…!

@tafak_or
قَالَ الحسنُ البصريّ - رَحِمَهُ اللَّهُ - :

" لولا ثلاثـةٌ ما طَاطَأَ ابن آدمَ رأســهُ :

الموتُ ،، والمَرَض ،، والفَقرُ ،، وإنَّه بعدَ ذلك لوثَّـابٌ.

📜 : [ آداب الحسن البصري صـ ٥٤ ]

_ طأطأ الرأس: خفضه، أي لولا ثلاث في ابن آدم ما تواضع ولا خضع، وكان يتكبر و يعجب بنفسه.

Osoo wanni sadi jiraachuu dhabee ilmi namaa mataa gadi in qabatu ture,
{{ Du'a ,, Dhukkuba ,, Hiyyuma ,, }} ❗️

ilmi Namaa Eefuma kanaatiihuu ni utaala
( Of tuula ni kuraatawa of arga )

📚Hasanal basrii Rahimahu llaahu

اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎
صباح الخیر.....
☀️zikrii ganamaa hin dagatinaa...
🤲Yaa rabbi ruuhii teenna nuu deebistee si zakkaruu keennaaf alhamdulillaah
🤲yaa allh kan hajaa qabu hajaa isaa ganamuma kana baasiif/guutiif
🤲kan dhibame ganamuma kana aafiyaa isii boodaan dhibeen hin jirre kenniifi.
🤲kan sakratti jiru...yaa rabbi laaffisiif😔qubsuma isaa tolchiif
🌹Aamiin,🌹

#Barattootaaf.....
Akkuma beekamu asiin dura dhaamsi gorsi akkasuma akka nasiihaatti sagaleedhaan isiniif kenname...kamii keessantu itti hojjate?,kamii keesanttu yaadata mee...
fkn Du'aa'iiwwan akka barumsi sii laafuuf haffazuu qabdu kan isaan siif dhaaman maal fa'a.
#yaaddee beeytaa....?
🍃situ nagh qaba malee....
🍀heedduun namaa
dhukkuba keessa
jiraachuu.
🍃Maatii keetu guutuun isaatuu nagh fi fayyaa qaba malee...
🍀Maatii tokko keessa namni
dhukkubsatu jiraatuu.
🍃si biraa namni kamuu ruuhiin isaa bahuuf namni cinqamaa jiru hin jiru malee.....
🍀Aalama kana keessa
bakka hedduutti namoonni
ruuhiin isaanii bahuuf deemtu sakratti jiraatuu.


share👇


https://www.tg-me.com/tafak_or
Kufaatiin gadaamessaa milkaahinni keessaan dhalatu…!!

✍️ Warroonni milkaahan kufaatii wajjiin akkamitti wal’aansa gochaa turan waan jedhu isiniif qooduu barbaade.

1) kufaatiin wantoota jireenya keenya keessatti barbaachisanii fi jireenya keenya keessaa dhabamuu hin dandeenyeedha jedhanii amanu. Kufaatiin dhugaa jireenya keessa hin jiru, kufaatiin nuti garru sun kan muxannoo irraa argannu qofa jedhu.
2) Kufaatii wanti jedhamu hin jiru jedhanii amanu. Wanti jiraa karaa sirrii hin taane deemuu qofa..karaa sirrii hin taane irra Yoo deemte, wanti sirraa eeggamaa takkaa karaa sana jijjiirachuu ykn boccee diriirfachuudha jedhu.
3) Kufaatii xiqqoo sanaaf jecha hin qaanfatan, hamileen isaanii keessatti hin cabu, kanaaf jecha bifti isaanii hin jijjiiramu…!
4) Kuftu malee bakka dadhabbinna keetii hin bartu jedhanii amanu…gaafa kufte, kallattii laafinna qabduu fi jabinna qabdu addaan baafatta jedhan…!
5) Kufaatiin Yeroo kamuu abdii fi abjuu dheeraa qabaachuu irraa uf duubatti isaan hin deebisu…!
6) wanti fedhes osoo dhalatee, rifaatuun hin jirtu, gaddaa fi gadadoo keessa seenuun hin jiru..yoomuu harka hin kennatan…
7) Bifa haaraan yaalii haaraa gaggeessuu irraa hin dhaabbatan…yoomuu abdii hin muratan.

✍️ Walumaagalatti wanti siin jechuu barbaade, kufaatiin wantoo ijoo jireenya keenya keessatti barbaachisan keessaa isa tokkoodha.
Kufaatiin gadaamessaa milkaahinni keessaan dhalatiudha…kanaafuu dalagi, waldhaanadhu, tattaafadhu hanga gaafa milkaahinna gonfattuutti..!
✍️ Rabbitti qarqaarsifadhu, guutumaan guututti milkaahuufis hin hawwin; waan hunda keessatti milkaayinnaan galuufis hin kajeelin..!, hanga wahii qofa keessaa milkaahuun keetuu kaayyoo keetiif karaa siif saaqa waan taheef…guddaa sana maaf argachuu dhabe jettee keessa kee hin jeeqin…!!

Yoo isinitti toleef👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/11/17 05:28:39
Back to Top
HTML Embed Code: