Telegram Web Link
Keessummoonni keenna galatoomaa.

1) Ustaaz Ifaa dhugaa
2) Saโ€™iid leader
3) U/Musxafaa fi
4) B/ Ahmad Husen Gishee
Fi hirmaattonni sagantaaa
Badhaafamtoonni guyyaa Hardhaa..

1) Faayiz Abdulaziz Jamaal Qr:2500
2) Sh/ Jamaal abbaa media Quwwatul-Islamโ€ฆQr: 2500

Lamaanuu 60/40โ€ฆ.

Congratulationsโ€ฆ
๏ดฟุงู„ู‘ูŽุฐูŠู†ูŽ ุขู…ูŽู†ูˆุง ูˆูŽุชูŽุทู…ูŽุฆูู†ู‘ู ู‚ูู„ูˆุจูู‡ูู… ุจูุฐููƒุฑู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฃูŽู„ุง ุจูุฐููƒุฑู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุชูŽุทู…ูŽุฆูู†ู‘ู ุงู„ู‚ูู„ูˆุจู๏ดพ

ุฑุถูŠุช ุจุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ุฑุจุงู‹ ูˆุจุงู„ุฅุณู„ุงู… ุฏูŠู†ุงู‹ ูˆุจู…ุญู…ุฏ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ู†ุจูŠุงู‹ ุฑุณูˆู„ุงู‹

ุญุณุจูŠ ุงู„ู„ู‡ ู„ุงุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ู‡ูˆ ุนู„ูŠู‡ ุชูˆูƒู„ุช ูˆู‡ูˆ ุฑุจ ุงู„ุนุฑุด ุงู„ุนุธูŠู…

ูŠุงุญูŠ ูŠุงู‚ูŠูˆู… ุจุฑุญู…ุชูƒ ุฃุณุชุบูŠุซ ุฃุตู„ุญ ู„ูŠ ุดุฃู†ูŠ ูƒู„ู‡ ูˆู„ุงุชูƒู„ู†ูŠ ุฅู„ู‰ ู†ูุณูŠ ุทุฑูุฉ ุนูŠู†

#ุงู„ู„ู‡ู… ุจูƒ ุฃุตุจุญู†ุง๐ŸŒธ
โœ๏ธ Osoo samii fi dachii gurra miizanaa tokkorra kaahaniiโ€ฆjecha ยซLaa ilaaha illallaahยป/ู„ุง ุงู„ู‡ ุงู„ุง ุงู„ู„ู‡ gurra miizanaa lammaafaa irra kaahaniiโ€ฆ.silaa Laa ilaaha illallaatu madaala ykn miizana kaasa jedhanโ€ฆ..!!

Allaahu Akbarโ€ฆ.maaltu hangana si guddiseโ€ฆ..!!
Rabbii kooโ€ฆ..๐Ÿคฒ๐Ÿฟ
Waan ani barbaadu naaf kennitus Rahmatummaa keetiin, na dhoorgattus ogummaa keetiinโ€ฆani garuu balbala teetirraa, hanga bakka baheef gahutti inuma hin deebineโ€ฆ!
Forwarded from ุงู„ู„ู‡ู…ู‘ ุฃุนู†ุง
ุงุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
Ana badhaafamaa Faayiz Abdulaziiz irraa

Mesheallah Teberakallah hojii keessan baayyee namatti tolaa rabbi isin irraa hajallattu akkuma kanaan itti fufa jechuun barbaada. ergaan(badhaasni)keessan nadhaqqabee jira.
Group keenya kanallee akka hammuma barnoota islaamaa nuuf dabarsaa jiru fuldurattis kana caalaa akka hojjatu fi media guddaa ummanni muslimaa hundi irraa fayyadamu akka ta'u shakkii hin qabu jabina guddina isiinif hawwa ulfaadhaa guddadhaa isiniin jechuun barbaada.
An gama kootiin badhaafama dorgommii kanaa tahuun bayyeen gammade.Kabajamtoota hundeessaa fi maatii Tafakkur hunduma keessan rabbiif jechaan isin jaalladha.Galatoomaa
Natti tollaan isiniif qoodeโ€ฆisinis nama biraatiif qoodaaโ€ฆ.!!

๐Ÿ“Œู‚ุงู„ ุงู„ุญุณู† ุงู„ุจุตุฑูŠ:

ู…ูŽู† ู„ู… ูŠุชุฃุฏู‘ูŽุจ ู…ุน ุงู„ู„ู‡ู ููˆู‚ูŽ ุงู„ุฃูŽุฑุถูุŒ
ุฃูŽุฏู‘ูŽุจู‡ู ุงู„ู„ู‡ู ุชุญุชูŽ ุงู„ุฃุฑุถู.
Nama dachee gubbatti Rabbiin wajjiin adaba hin godhatin, Rabbiin dachee jalatti isa adabaโ€ฆ
๐Ÿ“•ู…ุฏุงุฑุฌ ุงู„ุณุงู„ูƒูŠู†|ุฌู€2ุตู€67

https://www.tg-me.com/tafak_or
Hanga ammaa qurโ€™aana hin haffaznee?
Koottu mee oduu gammachuu wahii siif himaaโ€ฆ!!

โœ๏ธ Osoo hardharraa eegaltee qurโ€™aana haffazuu eegalteeโ€ฆguyyatti osoo kan fuula tokko qofa kan haffazdu taateeโ€ฆati walumaagalatti waggaa 1 booda Juz19 xumuruu ni dandeettaโ€ฆ!
Guyyaa guyyaan Yoo kan fuula lama haffazdu taateโ€ฆbaatii 10 keessatti qurโ€™aana guutuu xumuruu ni dandeessaโ€ฆ!

โœ๏ธ Maal goota ammuma eegali..Yaanni kamuu, hujiin kamuu hifzii qurโ€™aanaa irraa akka sin daangessineโ€ฆ.!!

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/11/17 09:51:57
Back to Top
HTML Embed Code: