Telegram Web Link
☆☆﷽☆☆
👌#JECHOOTA Abdii namatti horanii fi nama kakaasan!!
Jireenya keessatti...guyyaan hundi gammachuu miti....
🌺Obsaan dabarsi...
waan kaleessa darbe Irranfadhu....
🌺kan boriitiif tattaafadhu..
Mo'ataa kan si taasisu baay'ina dargaggootaa osoo hin taane......
🌺 yaadaa fi ofitti amanamummaa ati qabduudha.
Soba waliin fiiguu dandeessa.garuu.......
🌺dhugaa jalaa dhokachuu hin dandeettu...
waan feetuu fi hawwitu yoo dhabde...Allhtti hin gaddin....
🌺Allahn waan ati barbaaddu osoo hin taane waan si barbaachisu siif kenna.🥰
Abdii hin kutatin....
🌺Lafa dukkanti jirtu hundumaa ifti yeroo isaa eeggatee dhufa.
Gufuu fuuldura kee jiru osoo hin taane....
🌺Kaayyoo keessa kee jiru ilaalii tarkaanfadhu.
👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Yaa Rabbi faana gaarii yoo ani asirraa deemes hin deemne wahii na taasisi…Yaa Allaah🤲🏿
Biyyi yeroo jalqabaatiif television 📺 laalte biyya tami____?
Anonymous Quiz
46%
A) Raashiyaa
35%
B) Chaayinaa
19%
C) Ameerikaa
#Hin_bareedu_dhugatti!

Afaaniin nama sobaa
Garaan namatti maluun
Bifaan nama fakkaataa
Qaamaan Bosona galuun

Caba ofii dhoffataa
Isa namaa odeessuun
Dhugaa namaa awwaalaa
Garaa namaa bobeessuun

Afaan Damma dibataa
Qeensa namatti qabuun
Daba namatti yaaduuf
Lagarra namatti labuun

Hin bareedu dhugatti

Nama dhugaa dubbatu
Afaan isaa ukkaamsuun
Mana haqaan dalagu
Haqaan malee itti saamsuun

Daandii qajeelaa dhiiftee
Isa dabaa filatuun
Abbaa yakkaa dhossitee
Isa fayyaa himatuun

Daandii haqaarra deemta
Jedhaa nama ugguruu
Dhugaa lafarra jirtu
Maallaqatti gurguruu

Rasaasa summii baattee
Mana namaa naannayuu
Har'a hannaaf bobbaatee
Boru immoo qaanayuun

Hin bareedu dhugatti

Aangoof qabeenna keetiin
Hiyyeessarratti duuluu
Qabeenya haqaan malee
Kuusaa keetitti tuuluu

Leenjii shiraan guuttameen
Baatee nama dararuu
Kijiba isan jirre
Kiiloo Dhibbaan safaruu

Hin bareedu dhugaa!

✍️Ahmed Husen Gishe

https://www.tg-me.com/tafak_or
والصبح إذا تنفس.

✍️ Rabbiin barii yaanni keessan keessatti furmaata argatu; kan qomti keessan keessatti baldhatu; kan Rabbiin kadhaa teessan keessa awwaatu isiniif haa taasisu….Aamiin🤲🏿

Oolmaa gaarii
✍️ Guyyaaa jum’aa keessaa yeroo takkatu jira kan du’aa’ii namni yeroo sana kadhate hanga bakka geettutti gadin deebine…..

Sa’aatii sana yoomi mee?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

✍️ Jechoota hedduu kan ati yeroo barreessitu ykn share gootu gatii hin kennineef…:
Qalbii hedduu gammachiisuu dandeessi,
Nama gadda keessa jiru hedduu booharsuu dandeessi,
Nama karaa maqe hedduu karaa irra kaahuu dandeessi,
✍️ Waan gaarii tahe hundaa yoo argite namaaf share gochuu irraa uf hin qusatin….!!

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Guyyaa hundaa; yeroo hundaa fi Umrii kee guutuu keessatti kaayyoon guyyaa guyyaan jireenya kee keessatti bu’uuraa isaannan armaan gadii kanneen:
1) Salaata shanan yeroo isaa eegdee salaatuu,
2) Azkaara ganamaa fi galgalaa qara’uu,
3) Hanga Rabbiin siif laaffiserraa qur’aana qara’uu.
👉🏼Salaanni ifaa jiruu siif taati, 👉🏼 Azkaarri soorata qaamaa fi qalbii siif taha…soorata kanaan humna kee ijaaratta.
👉🏼 Qur’aanni barakaa jireenya kee keessatti fida…!!
✍️ Bu’aa ibaadaa kanneenii jireenya kankee keessatti irraa cituu baannaan…osoo duniyaa gubbaa jirtu argita..!!

Share godhaa👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Kanneen armaan gadii keessaa Shuruuxa salaataa kan tahe kami__?
Anonymous Quiz
17%
A) Tashahuda/Attahiyyaata duraa
64%
B) Islaamummaa fi Aqlii qabaachuu
18%
C) Takbiiraa duraa

Risaalaa tana gara nama guyyaa qiyaamaa shafaa'aa nabiyyiin keennaa ﷺ isa haa dhaqqabduu barbaadu qofatti naa geessaa.....!!!!
Ergamaan rabbiiﷺ akkana jedha...《 nama narratti salawaata buuse yeroo bariisifatee fi yeroo dhiisifate shafa'aan tiyya isa dhaqqabdi jedha guyyaa qiyaamaa》
👌Namni shafa'aan isaanii gaafa ani ciqame san na haa dhaqqabdu jetttu na wajji jalqabi..... 1, 2, 3.....
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك عاى نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
♡اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Fakkeenyummaa obsaa… Seenaa tana hanga dhumaa hordofaa….kutaa 1ffaa https://youtu.be/RVavEDlkQH8?si=lPWhNqeEzdlWQyVx
Rabbiin Nabiyyallaahi Ayyuubiin (Aleyhissalaam) ilaalchisee qur’aana keessatti kallattii sadi qofaan irraa dubbate…mee naaf tarreessaa ?

1)
2)
3)
#Isin_moo🤔

✍️ Haati manaa koo hijaaba ittiin salaattu lama qabdi ture. Tokko ishetu ufumaa bitate, tokko immoo anatu bitee akka kennaatti kenneef.
Dhumarratti wayta tasa afaan keessa walitti buune…isheen kiyya sana dhiiftee kan ufii saniin ka salaattu arge….akka anaaf ajriin hin yaaneef bar..😁

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Hiikkaan aayata tanaa____?
👇🏻
قال تعالى: ﴿وَٱلَّیۡلِ إِذَا عَسۡعَسَ﴾ [التَّكۡوِير: ١٧] (Walleyli izaa as as)
Anonymous Poll
49%
A) Halkan wayta fuula achi deebifate
39%
B) Halkan wayta fuula as deebifate…
26%
C) lameenuu deebiidha
2024/09/24 15:29:08
Back to Top
HTML Embed Code: