Telegram Web Link
Live stream finished (6 minutes)
Live stream finished (30 seconds)
Live stream finished (3 minutes)
Live stream scheduled for
Live stream finished (1 hour)
Barnoota
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Qabxiilee 40 ol kan barattoonni osoo bara haaraa barnoota hin eegalin beekuu qaban….

Dhageeffadhaaa
Islaamummaa jechuun maal
Jechuudha, mee eennutu ibsa kennuufii danda’a___?


Islaamummaan akka nuti hubanne suni dogongora moo sirriidha….
Islaamummaa jechuun amantii qofaa ?
👇🏻
https://youtu.be/zijcDRgmALo?si=MpygkeLLm6A-uTPu
✍️ Abjuu qabaachuu jechuun akka abdii hin kutanne abdii kutachuu jechuudha….

@Ibro
Ragaa 18 ol Ayyaanni Mowlidaa bid’aa tahuu irratti isiniif barreessee ture…dubbisaa share waliif godhaa


PDF👇🏻
✍️ Waan salphaa tahe osoo hin taane, waan sirrii tahe raawwadhu….!
#Seeqadhaa

✍️ Hattoonni guyyaa takka ganda Abbaa Sa’idoo seenanii, waan jiru hundaa guuratanii waan xiqqoo takka qofa dhiisaniif…
Isaan bahanii jennaan, innis waan isaan I hanbisan sana guuree duuka bahe….!

#Hattoota: Eessa deemta namichoo? Maal barbaaddeeti nu duuka baata? Jedhanii gaafatan..
#Abbaa Sa’id: Silaa waan manatti naaf hanbistan hin jiruu, waan hafte guuradhee mana keessanitti galuuf jedheen…😁

Achumaa hattoonni itti kokkolfanii meeshaa isaa guutuu deebisaniif…😁

Galatoomaa gadaan ta humnaan osoon taane malaan bulan 👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
👉 Nama gaddu saniin jedhaani...

Hin gaddiin hin yaadda'in!  Rakkoo jiruu fi diina kee irraa si muudaten hin laafin! Abdii kutatte harka hin laatin. Cinqamte sammu kee dhiphisuun  rakkoo sirratti dhaqqabe sirraa hin dhabamsiisu,  gadduun keetis midhaa male faayidaa sif hin dabalu.

Wanta atii dhalachuu keetin dura  siif katabameetu sirraatti raawwatamaa waan taheef  gadduu fi cinqamuun kee jijjirama fidu hin qabu. Kanaa mannaa  obsii  du'aayii godhi...xayib...👌

﴿وَلَقَد نَعلَمُ أَنَّكَ يَضيقُ صَدرُكَ بِما يَقولونَ۝
فَسَبِّح بِحَمدِ رَبِّكَ وَكُن مِنَ السّاجِدينَ۝
وَاعبُد رَبَّكَ حَتّى يَأتِيَكَ اليَقينُ﴾ [الحجر: ٩٧-٩٩]

🌸 Dhugumati wan isaan jedhanuun qomni kee rakkachuu ni beekna.
🌸 Gooftaa kee faarsuu wajjiin isa qulqulleessi warra sujuudan irraas ta,i.
🌸 Hanga dhugaan (duuti)sitti dhufutti gooftaa kee gabbari.
[ Al-hijr 97-99]

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/23 03:26:00
Back to Top
HTML Embed Code: