Telegram Web Link
โœ๏ธ ยซ Iraaq keessaa gaafa bahu, nama Imaamu Ahmad irra caalu, nama isarra beekaa, nama isarra Rabbiin sodaatu tokkoo dhiisee hin deemne isa maleeโ€ฆยป

Eennutu akkana jedhe beektuuโ€ฆ?! Aduu addunyaa tanaaโ€ฆImaamu Shafiโ€™iidha (Rahimahullaah)โ€ฆ.
โœ๏ธ Jireenya kee keessatti hiriyyaa gaarii dhabdeeโ€ฆhiriyyaa hamaadhaan mokkoramuun keeโ€ฆsababa heddumminna badii teetii akka tahe Rabbiin Qurโ€™aanaa keessatti dubbatee jiraโ€ฆ.
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Yoo badiin tantee heddummaatte Rabbiin hiriyyaa badaa sitti moosisee ittiin si mokkoraa beekiโ€ฆ

Aayata Qurโ€™aanaa tana dubbisaa meeโ€ฆ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
{ูˆูƒุฐู„ูƒ ู†ูˆู„ูŠ ุจุนุถ ุงู„ุธุงู„ู…ูŠู† ุจุนุถุง ุจู…ุง ูƒุงู†ูˆุง ูŠูƒุณุจูˆู†}.
Hiriyyaa gaarii qabda taanaan Alhamdulillaah jedhiโ€ฆ.
Hiriyyaa hamaa Rabbiin isinitti hin qabinโ€ฆ.

https://www.tg-me.com/tafak_or
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†
ุงูŽู„ุณูŽู„ุงู…ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ูƒูู… ูˆูŽุฑูŽุญู’ู…ูŽุฉู ุงูŽู„ู„ู‡ู ูˆูŽุจูŽุฑูŽูƒุงุชูู‡ู‎
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœMaatii/ Mnseensota
#tafakkur hundaaf.... !
๐ŸŒบchannal heedduu aggarre kan yoo ati waa barreessite bakka itti siif hin kennine.
๐ŸŒบgruop hedduutu jira kan jechaa fi gocha isaaniitiin hamilee kee si cabsan... akkasuma karoora kee si jalaa fashaleessan...
๐Ÿ˜…Garuu isin
#maatiin tafakkur gochootaa fi jechoonni keessan faallaa waan amma jenneeti MASHA ALLH ALEYKUM๐ŸŒน
๐ŸฅฐHamileen keessan commentileen keessan , hirmaannan keessan hedduu namatti tola MASHA ALLAH ALEYKUMโ™กโ™กโ™กโ™ก
๐ŸŒธGALATOOMAA... isiniin ka malu galata qofaa miti....
๐ŸฅฐMee
#du'aa'ii tana #Aamiin na jalaa jedhaa....
๐ŸคฒRabbiin taqwaa isiniif haa kennu... taqwaan jireenya keennaaf waan barbaachisu keessaa tokko.
๐ŸคฒRabbiin yaadaa fi muraada keessan isiniif haa guutu
๐ŸคฒRabbiin beekumsa isiniif haa kennu.
๐ŸคฒHaala gaariin rabbiin isin haa bareechu. ( Husnal khuluq)
๐ŸคฒRabbiin ofii isaatii isin jaalatee, malaa'ikoonni isaallee isin jaalatanii, ilmi namaallee isin haa jaalatu....
๐ŸคฒUumamtoonni lafaa hundi isin haa kabajju.... โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โ˜†๐ŸŒน
#Aamiin... #Aamiinโ˜†๐ŸŒน
https://www.tg-me.com/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Voice message
โœ๏ธ Hariiroon qurโ€™aanaa fi hadiisa gidduu jiru maali______?




Kitaaba kana Kutaaa 2ffaa saโ€™aatii 9tti nu eegaaโ€ฆ.!!
Nama qaama isaa yaadaa fi dhibeen laaffiste hundaa Rabbiin haa aafiyuโ€ฆ..๐Ÿคฒ๐Ÿฟ



Aaaamiin
โœ๏ธ Bara kana baratoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa %5.4 qofaatu darbe๐Ÿฅฒ

Mana barnootaa 1,363 ammoo barataa tokkollee dabarsuu hin dandeenye jedhan๐Ÿฅฒ
Barattoota 684,205 Qormaata biyyoolessaa bara kanaa qoraman keessaa barattoonni 36,409 qofaatu darbe
Maaltu deemaa jira garuu sirna barnoota biyya kanaa keessatti๐Ÿค”๐Ÿคท๐Ÿฝโ€โ™‚๏ธ
Marii hin barbaachisu jettuu waan kun dhugaa?
Dhumni barattoota kanaa maal tahuu dandaโ€™a yaa sabaa?๐Ÿคท๐Ÿฝโ€โ™‚๏ธ
Harโ€™a halkan saโ€™aatii 6tti ifa taasisu๐Ÿคฆ๐Ÿฝโ€โ™‚๏ธ

Allaaaaahโ€ฆ.ijoollee teenya Rabbiin isin haa milkeessu ๐Ÿคฒ๐Ÿฟ

โœ…Kutaa 12ffaa

โœBu'aan qormaata akkuma gadhiifameen marsariitii armaan gadii irratti ilaallachuu ni dandeessu.

1. eaes.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.edu.et
4. result.neaea.gov.et
5. SMS 6284
6.https://www.tg-me.com/EAESbot

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Dhiirri tokko kaadhimaadhaaf si kadhateeโ€ฆwantoota armaan gadii sitti qabate ykn sirra kaahe taanaanโ€ฆ:-
Hijaaba shariโ€™aa islaamaatiin wal galu uffachuu,
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Bakka affeerraa adda addaa, bakka fitnaa fi dhiiraan walitti laaqamiinsi jiru deemuu si dhoorkinaan,
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Salaataa fi qurโ€™aana haffazutti si kakaasnaan,
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Dhiira ajnabaa harka fuudhuu irraa si seereeโ€ฆisaan wajjiin haasaa si daangessee ati diddee itti deemnaanโ€ฆ.

Uf duuba deebiโ€™ii uf ilaaliโ€ฆhanqinni guddaan isa bira osoo hin taane si wajjiin akka jiruโ€ฆ.!

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/25 20:20:46
Back to Top
HTML Embed Code: