Telegram Web Link
✍️ Sahaabota keessaa…nama
Abbaan isaa sahaabaa,
haati isaa sahaabaa, Ijoolleen isaa tan dhiiraa fi dubraas sahaabaa, dubartoonni isaa hunduu sahaabaadhaa eennu____?
Anonymous Poll
66%
A) Abuu Bakri Al-siddiiq Radiyallaahu anhu
16%
B) Umar Radiyallaahu anhu
35%
C) Hunduu
Aadam Haaruun keessi keenya sitti aarus, galatoomi siin jechuu barbaada…Sababa kee Ummanni hedduun Seenaa Abuu Bakrii (RA) dubbisuu eegale Alhamdulillaah Alhamdulillaah

#tafak_or
"Osoo iimaanni Ummata muhammad iimaana abubakrii cinaa khaayame khan abubakriitu caala"

Umar ibnul Khaxxaab
✍️ “ Rabbiin gara keessnaitti na erge… Isin ni kijibda naan jettanii, Abuu Bakri dhugaa dubbatte naan jedhe…., Lubbuu ufiitii fi qabeenya ufiitiinis na booharse…Mee saahiba koo kana naaf dhiisaa na jalaa hin tuqinaa…!!
Jedhan Rasuullli (Sallallaahu aleyhi wasallam….)

Nama Rasuulli akkanatti mormateef…nuti iyyinee iyyisiisuu qabnaahu….

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Osoo ani lubbuun jiru Diiniin tuqamaa…..!?
أيُنقص الدين وأنا حيّ…!؟


Abuu Bakri (Radiyallaahu anhu) guyyaa kam akkana jedhe yaadattuu?
#Dhaamsaaf….

Namoota 7n kana yoomuu garaa itti hin jabaatin. Isaanis:

Abbaa kee
الأب
Haadha teee
، الأم
Dubartoota
، المرأة
Ijoollee daa’imman
، والطفل
Kaadima kee ykn nama si tajaajilu
، والخادم
Yatiimatti/ ijoollee abbaa hin qabne
، واليتيم
Nama dhiifama si gaafachuuf sitti dhufetti garaa hin jabaatin…
، ومن أتاك معتذراً ..!

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yaa Allah

Ani bay,ee dhukkubsadhe sin jennaan ->Rahmata kiyyaa keessaa Abdii hin muriina nan jette✊️

Onnee kiyyaa keessaa wan na ciinquu jira sin jennaan -> Ana yaadatun ni tasgabboofti nan jette

kophuuman natii dhagahama sin jennaan -> hiddaa Amaa keessan caalaa isiiniti dhihoo jirraa nan jette☝️

ya rabbii badiin kiyyaa bay,eedha dogonggoree sin jennaan -> Ana malee Eenyuu badii irraa qulqullaahe nan jettee 👌
ilaahii nan dagaatin sin jennaan -> Na yaadadha isiin yaadadha nan jette🥰

ya rabbii hajaa hedduun qaba sin jennaan -> Na kadhaadha isiinif kennaa nan jette....🤲

Ee ya rabbii si malee Eenyu qabna du,ayii teena nurraa qeebalii badii teena nuf dhiisi......🤲🤲🤲🤲🤲

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Uffata akkaa barbaadduu osoo uffattuu ...
imaani Onneeni hin jedhiin...😏
👉 jechii kee kuni fknf waraqaa qormaata keetii osoo homaa irratti hin hojjaatin yoo kennitee... barsiisaan si qoruu maali yoo sin jedhee "beekkumsi sammuuni " akkaa wan jetteeniti ...
qena jedhi uktii keessii kee yoo sirraa,e shakkii takka malee duubni keetis hin sirraa,a ture...



Galatoomi
✍️ Qoy dhaloonni ammaa kuni hedduun isaa maa waan saalfanne…!? maaltu akkanatti adaba irraa fuudhe…!!

👉🏼 Ila….beekkumsa xiqqoos qabaattu adaba biraa qabaannaan…adaba kee santu beekkumsa kee xiqqoo sana siif dhoksa….garuu hanga feete beekkumsas qabaattu namaaf adaba hin qabdu taanaan..beekkumsi kee amala gadhee kankee sana dhoksuu hin danda’u…
Lamaanuu wal bira qabaannaan dureessi si caale hin jiru…lamaanuu jiga dhabnaan, hiyyummaa hiyyummaa caalte keessa jirtaa beeki…!!

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Dhiisi ha jiraatu ilmii nama guyyaa tokkoo kuftee si kaasu malaa...
👉 Maf wal waanyina Silaa rizqiin keenya rabbii harkaa...🤔
👉 wal hin waanyina wanyoon nyaara ijaati hin guddattuu yomuu Osoo obboleessaa kee kuffiisuuf deemtu ufif kuftaa... si'i isa nama waanyu ...🫵
👉 Guyyaa nama kuffiisuuf yaaltu dhumaa irraati isa osoo hin taane situ kufaa beeki ...yoo guddatuu feete yoo iddoo gaarii gahuu barbaadde nama hin waanyin ...

🌹 guyyaa nama ijaartu, guyyaa nama gargaartu ,guyyaa gaarii obboleessa/ttii keetif yaaddu hamtuun sin muudatu mataa keetif wan gaarii dalagataa jirta beeki gaarii ta,uun ufumaafi.
👇
هَل جَزَآءُٱلإِحسَٰنِ إِ لَّا ٱلإِحسَٰنُ
Sila midaan toltuu toltuu malee ni jiraa?
[Ar-Rahmaan 60]

👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
الیوم یوم الجمعة....فأکثرو من صلاة علی النبی......
《☆☆ان الله وملاءكته يصلون على النبي يآيهاالذين آمنو صلو عليه وسلمو تسليما♡♡♡》
Guyyaa boruu sagantaa addaa isiniif qabadhee dhufaa jira Inshallaah….

Wantoota 12 kan ilmi namaa harka caalu ittiin sobamee fi sobamaa jiru…waan jireenyaa keenya hedduu balleesse wahii…waan qabatamaan amma jiru…jiraatus……

Seenaa👇🏻Subscribe

https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=whamAgiItODfWK03
☆☆﷽☆☆
#اذکار النوم😴
■Zikrii halkanii jechuudhaan hirriba keessan banadhaa... waan irratti raftan ... laalladhaa.. eeggadhaa.... irra hedduun keennaa waan hin taane osoo laalluu rafnee nutti bari'a kuni immoo... mallattoo goggogina qalbiitirraahi...
●kanaaf zikriiwwan hedduutu jira.. haga isaan jettee geessitutti hirribni kee ni dhufa... waan hin taane irratti raftee.. ni kaata moo achiin haftaa kee hin
beeytuu.. of eegi


https://www.tg-me.com/tafak_or
✍️ Wantoota kana sadeen akka hin dagannee. Isaanis:

1) Yoo Rabbiin tola sitti oole..yeroo hundaa qananii isaa irratti isa faarfachuu ykn Alhamdulillaah jechuu..
إذا ظهرت عليك نعمة ؟ فأحمد الله..
2) Yoo jireenyi sitti hammaatte ykn rizqiin tantee yeroodhaaf sirraa turte…istigfaara heddummeessuu ykn Astagfirullaah jechuu…
وإذا تأخر عليك رزق ؟ فاستغفر الله..
3) Yeroo rakkattee fi cinqaa keessa jirtu gara isaa deebi’uu ykn Laa howla walaa quwwata illaa billaahi jechuu hin dagatin…
وإذا أصابتك شدة ؟ لا حول ولا قوة إلا
بالله..

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Gorsa bareedduu takka isin gorsuu laata….


Isinitti tolaa….✍️
2024/09/22 14:35:02
Back to Top
HTML Embed Code: