Telegram Web Link
โ™กโ™กโ™ก๏ทฝโ™กโ™กโ™ก
#OBSI.....
โ– Karatti hin dhaabin ammuma ittiin dararamii....
โ– boru injifataa ta'ii jiraadhu...
share... โ˜๏ธ
#Abuukii....

โœ Abuu bakri ( Abdullaah binu Abii Quhaafaa jedhama).
Siddiiq jedhamuun beekkama.
โœ Sababaan Siddiiq( Irra dhuga dubbataa namaa) jedhameef ?
Gahee guddaa inni guyyaa Rasuulli gara samii ol bahan sana taphateef...
Mushrikoonni Abuu bakriin wayta argan... "Saahibni Kee tokko halkan edaa Beytalmaqdas dhaqe jedhee haashaa dhageetteeyii? " jedhaniin.
Abuu Bakris: Dhugama akkas isiniin jedhee ? jedhee mushrikoota gaafate.
Mushrikoota: Eeyyan kan akkas jedhee odeessu dhageenyaa jedhaniin.
Abuu Bakris: Afaan isaatii bahe taanaan ani waan inni jedhe ni dhugoomsa.
kanaaf @Siddiiq jedhame.


Abuu Bakriin sahaabota biraa irraa maaltu adda isa godha mee naaf barreessaa ?!

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Sahaabota keessaaโ€ฆnama
Abbaan isaa sahaabaa,
haati isaa sahaabaa, Ijoolleen isaa tan dhiiraa fi dubraas sahaabaa, dubartoonni isaa hunduu sahaabaadhaa eennu____?
Anonymous Poll
66%
A) Abuu Bakri Al-siddiiq Radiyallaahu anhu
16%
B) Umar Radiyallaahu anhu
35%
C) Hunduu
Aadam Haaruun keessi keenya sitti aarus, galatoomi siin jechuu barbaadaโ€ฆSababa kee Ummanni hedduun Seenaa Abuu Bakrii (RA) dubbisuu eegale Alhamdulillaah Alhamdulillaah

#tafak_or
"Osoo iimaanni Ummata muhammad iimaana abubakrii cinaa khaayame khan abubakriitu caala"

Umar ibnul Khaxxaab
Osoo ani lubbuun jiru Diiniin tuqamaaโ€ฆ..!?
ุฃูŠูู†ู‚ุต ุงู„ุฏูŠู† ูˆุฃู†ุง ุญูŠู‘โ€ฆ!ุŸ


Abuu Bakri (Radiyallaahu anhu) guyyaa kam akkana jedhe yaadattuu?
#Dhaamsaafโ€ฆ.

Namoota 7n kana yoomuu garaa itti hin jabaatin. Isaanis:

Abbaa kee
ุงู„ุฃุจ
Haadha teee
ุŒ ุงู„ุฃู…
Dubartoota
ุŒ ุงู„ู…ุฑุฃุฉ
Ijoollee daaโ€™imman
ุŒ ูˆุงู„ุทูู„
Kaadima kee ykn nama si tajaajilu
ุŒ ูˆุงู„ุฎุงุฏู…
Yatiimatti/ ijoollee abbaa hin qabne
ุŒ ูˆุงู„ูŠุชูŠู…
Nama dhiifama si gaafachuuf sitti dhufetti garaa hin jabaatinโ€ฆ
ุŒ ูˆู…ู† ุฃุชุงูƒ ู…ุนุชุฐุฑุงู‹ ..!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Yaa Allah

โœ Ani bay,ee dhukkubsadhe sin jennaan ->Rahmata kiyyaa keessaa Abdii hin muriina nan jetteโœŠ๏ธ

โœ Onnee kiyyaa keessaa wan na ciinquu jira sin jennaan -> Ana yaadatun ni tasgabboofti nan jette

โœ kophuuman natii dhagahama sin jennaan -> hiddaa Amaa keessan caalaa isiiniti dhihoo jirraa nan jetteโ˜๏ธ

โœ ya rabbii badiin kiyyaa bay,eedha dogonggoree sin jennaan -> Ana malee Eenyuu badii irraa qulqullaahe nan jettee ๐Ÿ‘Œ
โœ ilaahii nan dagaatin sin jennaan -> Na yaadadha isiin yaadadha nan jette๐Ÿฅฐ

โœ ya rabbii hajaa hedduun qaba sin jennaan -> Na kadhaadha isiinif kennaa nan jette....๐Ÿคฒ

Ee ya rabbii si malee Eenyu qabna du,ayii teena nurraa qeebalii badii teena nuf dhiisi......๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โŒ Uffata akkaa barbaadduu osoo uffattuu ...
imaani Onneeni hin jedhiin...๐Ÿ˜
๐Ÿ‘‰ jechii kee kuni fknf waraqaa qormaata keetii osoo homaa irratti hin hojjaatin yoo kennitee... barsiisaan si qoruu maali yoo sin jedhee "beekkumsi sammuuni " akkaa wan jetteeniti ...
โœ… qena jedhi uktii keessii kee yoo sirraa,e shakkii takka malee duubni keetis hin sirraa,a ture...



Galatoomi
โœ๏ธ Qoy dhaloonni ammaa kuni hedduun isaa maa waan saalfanneโ€ฆ!? maaltu akkanatti adaba irraa fuudheโ€ฆ!!

๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Ilaโ€ฆ.beekkumsa xiqqoos qabaattu adaba biraa qabaannaanโ€ฆadaba kee santu beekkumsa kee xiqqoo sana siif dhoksaโ€ฆ.garuu hanga feete beekkumsas qabaattu namaaf adaba hin qabdu taanaan..beekkumsi kee amala gadhee kankee sana dhoksuu hin dandaโ€™uโ€ฆ
Lamaanuu wal bira qabaannaan dureessi si caale hin jiruโ€ฆlamaanuu jiga dhabnaan, hiyyummaa hiyyummaa caalte keessa jirtaa beekiโ€ฆ!!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/27 13:19:08
Back to Top
HTML Embed Code: