Telegram Web Link
โœ๏ธ Yoo yaanni kankee hunduu jaalala Rabbii barbaaduu tahe, waan si yaachisaa hundaa Rabbiin siif gahaโ€ฆ..!!

Yaa Rabbi jaalala tee fi Jannata sirraa barbaannaโ€ฆ.๐Ÿคฒ๐Ÿพ

@tafak_or
#Abjuu_tantee_sanโ€ฆ!

๐Ÿƒ Wallaahi Rabbiin itti si geessaโ€ฆshakkii gootaaโ€ฆ!!
Rabbiin yeroo hundaa akkuma nuti barbaannutti itti nu geessaโ€ฆ!
๐Ÿƒ Inumaa hanga nuti barbaannu caalatti bareechee waliin nu gahaa barโ€ฆ!
๐Ÿƒ Sababa ati hin beekne kan Rabbiin qofti beekuuf barfatullee Rabbiin ammaa itti nu geessaโ€ฆ.!
๐Ÿƒ Rabbiin yeroo isaan madaalutti abjuu keenyatti nu geessaa barโ€ฆ
๐Ÿƒ Yeroo nuti filanne osoo hin taane..yeroo ufii filatettii fi karaa ufii nuuf filateenโ€ฆkaraa takkaa sammuun keeny yaaddee hin beekneen itti nu geessa wlhโ€ฆ

๐Ÿƒ Rabbiin gaafa nuu kennee barreโ€ฆgaafa hamilee teenyatti geenyeโ€ฆammaa jaalannee gammannaa barโ€ฆ!!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Daโ€™awaa keessatti sammuu fi beekkumsa ati qabdu qofa osoo hin taane Akhlaaqni keetis murteessaadhaโ€ฆ

Namoonni hedduun waan sammuudhaan qofa waayee islaamummaa isaan hubachiifteef, islaamummaa waan fudhatan sitti fakkaannaan dogongorteertaโ€ฆ.!!
Irra hedduun namoota islaamummaa fudhatanii Akhlaaqa warroota islaamummaa qabanii fi naamusa namoota islaamummaatti nama yaamanii sana xiinxalluu irraa kan kaโ€™eedhaโ€ฆ.!!
Barbaachisummaa Akhlaaqni daโ€™awaa keessatti qabu irraa kun isa tokkoodhaโ€ฆ.!!

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
โœ๏ธ Herreega kana dalagdee beektaa? Salaata shanan keessatti 1) Rakaโ€™aa meeqatu jira? Rakaโ€™aa 17 2) Sujuuda meeqatu jira? Sujuuda 34 3) Takbiiraa meeqatu jira ? Takbiiraa 94 4) Tashahhuda meeqatu jira? Tashahhuda ykn Attahiyyaata 9 5) Salaammata meeqatu jiraโ€ฆ
6ffaa fi 7ffaan

Deebii
6ffaaโ€ฆRakaโ€™aa 1 keessaa, Rukuuโ€™a meeqa fi sujuuda meeqa qabnaadha?
Rukuuโ€™a 1 +fi Sujuuda2 walitti edaanaโ€ฆ
Rukuuโ€™a tokko keessa tasbiiha 3,+Sujuuda 2n keessa 6=9
Rakaโ€™aa meeqa qabna jenne ?17
9*7= 153

7ffaa____? Yaalaa

๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Jalqaba waan Rabbiin sirraa jaalatu dalagiโ€ฆachi booda waan jaalattu hundaa Rabbiin irra barbaadi ni argatta Wallaahiโ€ฆ..!!

@tafak_or
Israaโ€™il guyyaaa 8 keessatti mana barumsaa sagal muluu gazzaa keessatti barbadeessiteโ€ฆ..!!


Kaayyoon Israaโ€™il jaamaafuu ifaadhaโ€ฆ.Rabbiin isaaniif haa birmatu!
โœ๏ธ ATI akkamitti akka mallaqa tajaajiltu osoo hin taaneโ€ฆmallaqni akkamitti akka si tajaajilu barachuun dirqamaโ€ฆ.!!
๐Ÿƒ

โœ๏ธ Hiriyyummaan dhugaa waan mallaqaan bitamaa miti. Hiriyyummaan dhugaa Amanamummaa; jaalalaa fi kabajaa irratti waan ijaaramaatiโ€ฆ!!

@tafak_or
#Malli_keessan

โœ๏ธ Abbaa manaattu haadha manaatti hifziin qurโ€™aanaa natti jabaate jedhee itti himateโ€ฆ
Yoo ati waggaa takkatti qurโ€™aana guutuu qomatti haffazde, jaartii lammataa anatu sitti fuudha jettee kakatteefโ€ฆ!!

Abbaan manaas waggaa osoo hin guutin baatii jaha keessatti qurโ€™aana guutuu kattameโ€ฆ!

Haadha manaa lammeeffachuuf yoo inni qoqophaahuโ€ฆhaati manaa isaa sooma guyyaa sadihiitiin galmee xumurteertiโ€ฆ.๐Ÿ˜

(ุฅู† ูƒูŠุฏู‡ู† ุนุธูŠู…)๐Ÿ’”

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Marathon ammaa irraa maal barattu meeโ€ฆ.??

โœ๏ธ Gatii yeroon qabdu nama second sadihiif 2ffaa bahetu beekaโ€ฆ
Garaagarummaa
1ffaa 2:22:55โ€ฆ.Siifan
2ffaan 2:22:58โ€ฆ.Tigistโ€ฆ

Yeroon hangana qaaliidha
Galaa jireenyaaโ€ฆ.obboleettii teenyarraaโ€ฆ.๐Ÿ‘‡๐Ÿป

#HABIIBII/HABIIBTII.......?!!
๐Ÿชต Ee bareedde ati bareedinna qaamaa qabda har'a.,Dirratti uffattee tolte๐Ÿ‘”.......
๐ŸชตXummurri uffata ati uffaattuu abjadii metter 2 hin caalle๐Ÿ˜ข
๐ŸชตEe bareedde...mana bareeda galta....xummurri mana ati galtuu.....mana raammoo๐Ÿ‰ fi rirmi nama bohaarsu sani..๐Ÿ˜ข
๐ŸชตEe bareeda bareeda yaabbatta yaabbii keessaa๐Ÿš˜... xummurri yaabbii ati yaabbattuu... siree dhiirti afur
ceekurraati baattu sani.. ๐Ÿ˜ข
๐Ÿซตilmi namaa kun waan argatutti hin quufu.( Duniyarraa)
โœ Osoo ilma namaa kanaaf lagni lma warqii๐ŸŽ–irraa ka yaa'uuf tahee.... sadaffaaf hamila....
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Galaa jireenyaaโ€ฆ.obboleettii teenyarraaโ€ฆ.๐Ÿ‘‡๐Ÿป #HABIIBII/HABIIBTII.......?!! ๐Ÿชต Ee bareedde ati bareedinna qaamaa qabda har'a.,Dirratti uffattee tolte๐Ÿ‘”....... ๐ŸชตXummurri uffata ati uffaattuu abjadii metter 2 hin caalle๐Ÿ˜ข ๐ŸชตEe bareedde...mana bareeda galta....xummurriโ€ฆ
‏ู…ู„ุงุจุณ ุงู„ู†ุณุงุก ุงู„ู…ุณู„ู…ุงุช ููŠ ุงู„ุดูˆุงุฑุน

ูŠูู…ุฒู‚ ุงู„ู‚ู„ุจ ุŒ ูˆูŠู†ุฏุฃ ู„ู‡ ุงู„ุฌุจูŠู† ุบูŽู„ุจุชู†

ุงู„ู†ูŽู‘ุตุงุฑู‰ ููŠ ุงู„ุชุจุฑุฌ  ูˆุงู„ุนูุฑูŠ ูŠุง ุจู†ุงุชู

ุงู„ุฅุณู„ุงู… ุŒ ูุงุชู‚ูŠู† ุงู„ู„ู‘ูฐู€ู‡.
Qoma yaadaan dhiphatte hunda Rabbiin haa baldhisuโ€ฆ..๐Ÿคฒ๐Ÿพ
โœ๏ธ Bilchinni ati hardha itti geette kunโ€ฆ.firii guyyoota jajjaboo, waan hin dabarre sitti fakkaataa turan, ati keessa dabartee sanii barโ€ฆโ€ฆ!!

Jireenyi barnootaโ€ฆ!!
Ergamaan Rabbii (Sallallaahu aleyhi wasallam ) akkana jedhan:
ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ๏ทบ:

โ€ Wayta baldhinna qabdu Rabbiin wal bariโ€ฆwayta rakkatte Rabbiin si beekaaโ€ฆ."
ุชุนุฑู‘ูŽู ุฅู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ููŠ ุงู„ุฑุฎุงุก ูŠุนุฑููƒ ููŠ ุงู„ุดุฏู‘ูŽุฉู
โ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œโ€Œ‏ ‏


https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/27 11:18:49
Back to Top
HTML Embed Code: