โ๏ธ Namni lubbuu ufii duniyaadhaaf gabaase/dabarsee kenneโฆduniyaan dachee irraa bakka awwaalaaf gahu qofa kennitiifโฆ.
Nama lubbuu isaa Rabbiif kenne immooโฆRabbiin Jannata labbaan ishee hanga samii fi dachee tana addaan badhattu isaaf kennaโฆ.!
Halkan gaariiโฆ
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

โ๏ธ Jaalala qalbiidhaa eennullee hoogganuudhaaf dandeettii itti hin qabuโฆ
Hanga Rasuulli Aalamaa (Sallallaahu aleyhi wasallama)
akkana jedhan takka:
โ Yaa waan ani qabu, waan ati qabdu keessatti qoonni kiyya isa kanaโฆwaan ati qofti qabdu kan ani hin qabne keessatti garuu nan qabin Yaa Rabbiโฆ"
Kennaa biraa keessatti wal qixxeessitee qooduu ni dandeesaaโฆgaruu jaalala keessatti yoomuu walqixa jaalachuu hin dandeessuโฆ!
โ๏ธ Ammas hadiisa biraa keessatti akkana jedhan:
โ Ani jaalala Aaโishaadhaa samii irraa kennameโฆ.."
Kanaafuu Jaalalli hireedhaโฆ.!!
Share๐๐ป

Akhlaaqa gaarii
Barbaachisummaa Amala gaarii
1 Aayatoonni qurโaana kanneen akhalaqa gaarii horachuutti nama kakaasan lakkoofsa hin qabanโฆ
2 Amalli gaariin eenyummaa nama tokkootiโฆ
3 Kan madaalamtuun amala keetiinโฆilmi namaa dheerinnaa fi gabaabinna, furdinnaa fi qaldhinnaan osoo hin taane amala isaatiin madaalama..
4 Islaamummaa fi akhalaaqa gidduu kallattii hundaan walitti dhufeenya guddatu jiraโฆ
5 Diiniin ykn amantiin Akhlaaqaโฆ
6 Amalli dhuunfaa fi hawaasa guutuu irrattis dhiibbaa guddaa waan qabuuf..sirritti beekuun baayโee barbaachisaโฆ
7 Amalli kankee buโuura milkaahinna keetiitiโฆ
8 Hawaasa tokko ijaaruuf murteessaan amalaโฆ
9 Amalli gaariin nyaataa fi dhugaatii caala jireenya kankee keessatti barbaachisaadhaโฆ
10 Amala yoo hin qabaanne eennuun wajjiinuu jiraachuu hin dandeessuโฆ
11

Aayata tana sirritti xiinxallaa meeโฆ.
ููููู ููุง ุฌูุงุกู ุฃูู ูุฑูููุง ููุฌููููููุง ุตูุงููุญูุง ููุงูููุฐูููู ุขู ููููุง ู ูุนููู ุจูุฑูุญูู ูุฉู ู ูููููุง๏ดพ
โ Ajajni keenya dhufee jennaanโฆSaalihii fi warroota isa wajjiin amananis Rahmata keenyaan azaaba jalaa naga baafneโฆ"
Cinqaa fi rakkoo hedduu booda baldhinni siif dhufnaanโฆbeeki Rahmata rabbiitiinโฆ.
โ๏ธ Erga dhibamtee waggaa hedduu yaalamtee booda fayyinaanโฆdoktora cimaan waan waldhaanamteef ykn dawaa bareeda waan argatteef osoo hin taaneโฆRahmta Rabbiitiin akka tahe yaadadhuโฆ!
โ๏ธ Erga dalagaa malee turtee yoo dalagaa argatteโฆdandeettii keetiin osoo hin taane; waraqaa ragaas waan qabduuf osoo hin taane, Rahmata Rabbiitiin akka tahe yaadadhuโฆ.!
โ๏ธ Erga ati abdii kutattee booda yoo Rabbbiin ilma siif kenneโฆdandeettii keetiin osoo hin taane ykn sababa dawaa fudhatteef osoo hin taaneโฆRahmatuma isaatiin akka tahe hin dagatinโฆ
Kunneen hunduu hayyama Rabbiitiin duubatti sababoota si fayyaduu fi si miidhuus dandaโanii mitiโฆ!
Dhibamaa meeqatu waldhaanamee yaala dhabeโฆ
Hayyuu meeqatu osoo waraqaa ragaa guutuu qabu dalagaa dhabeโฆ
Nama meeqatu fuudhee ilma dhabe..
Kheeyriin ati keessa jirtu hunduu Rahmata Rabbiitiinโฆabbaa galataattu galata sitti ooleeโฆgalata isaa hin dagatin..!

โ๏ธ Akka qurโaana keessatti dubbatametti irra laafaan/gadi aanaan manaa, mana______?
Anonymous Quiz
29%
A) Mana mixii/ ุจูุช ุงููู
ู
7%
B) Mana kanniisaa/ุจูุช ุงููุญู
64%
C) Mana Daarabaaftuuti/ ุจูุช ุงูุนููุจูุช
โ๏ธ Rasuulatti salaama naaf dhaami jetteen haati manaa goota addunyaa kanaa #Ismael haniyyaaโฆ.
ุณูู ุนูู ุงูุฑุณูู
Addunyaan tuni hardha nama jabaa uf keessaa dhabdee jirtiโฆ.

Leenca Islaamaa addunyaan tuni guyyaa hardhaa uf keessaa dhabdee jirtiโฆ
Share๐๐ป
https://youtube.com/shorts/uW6O--ii_es?si=xisjgaJakAAZlL73

YouTube
Addunyaan tuni Dhiira dhugaa dhabde guyyaa hardhaaโฆ๐ฅฒ
โ๏ธ Ilma namaa tahee namni badii hin dalagne hin jiruโฆgaruu galanni Rabbiif haa tahuu yeroo hundaa balballi towbaadhaa banaadhaโฆ.!
Alhamdulillaah
๐๏ธSh/Saalih Alfowzaan (Rahimahullaah)
Alhamdulillaah
๐๏ธSh/Saalih Alfowzaan (Rahimahullaah)
โ๏ธ Yoo ati sodaa Rabbii qabaatte homa hundatu si sodaataโฆyoo Rabbiin hin sodaannee homa hundatu si sodaachisaโฆ.!!
Rabbiin sodaa isaa nuuf haa kennuโฆ๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Rabbiin sodaa isaa nuuf haa kennuโฆ๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Akkataan ilmi namaa Salawaata Nabiyyii Rabbii irratti buusu beekkamaadha. Garuu Rabbiin akkamitti Nabiyyii isaa irratti salawaata buusa____?
Yaalaa ๐๐ป
Sallallaahu aleyhi wasallama
https://www.tg-me.com/tafak_or
Yaalaa ๐๐ป
Sallallaahu aleyhi wasallama
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Salaata keessatti dhiiraa fi dubartoonni bakka shan qofatti garaagarummaa qabu. Isaanis:
Yaaluu dandeessuu?
๐๐ป
Yaaluu dandeessuu?
๐๐ป
Uf taโiโฆ..!
Uf taatee jiraachuu dandeenyaan namni si caala bareedu hin jiruโฆ!
๐ซตAkkuma keetti jiraadhuโฆ.!
Nama biraatiif jettee fakkeeffattee hin jiraatinโฆ!
โ๏ธ Na dhageessaaโฆ.!
Namni uf taโuun kankee isa hin gammachiisin ykn isatti hin tolinโฆinnuu keetii mitiโฆ!!
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Uf taatee jiraachuu dandeenyaan namni si caala bareedu hin jiruโฆ!
๐ซตAkkuma keetti jiraadhuโฆ.!
Nama biraatiif jettee fakkeeffattee hin jiraatinโฆ!
โ๏ธ Na dhageessaaโฆ.!
Namni uf taโuun kankee isa hin gammachiisin ykn isatti hin tolinโฆinnuu keetii mitiโฆ!!
๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ๏ธ Yeroon ammaa kuniโฆ.:
Yeroo dalagaa,
Yeroo qurโaana keessa haftazan..,
Yeroo wantoota haaraa hedduu keessa baratan,
Yeroo barnootaan cimanii bakka guddaa itti gahanโฆ,
Yeroo towbaa,
Yeroo dhaloota qaranii keessatti guddisan..,
Yeroo isa keessa hariiroo qurโaanaa kan duraa caala cimsanโฆ,
Yeroo gara Rabbiitti fuula deebiโanโฆ.!
Waan buโaa isiniif hin qabnetti yeroo keessan ufirraa hin gubinaaโฆ.
โ๏ธ Gaafii lamarraa gaafatamuuf fuuldura keenyatti qaxaroon nuuf qabameeraโฆ:
Umrii kankee maal keessatti fixxee fi dargaggummaa kankee maal irratti gubdeedhaโฆ??!
โ๏ธ Koottaa bifa haaraadhaan eegalleeโฆsammuu keenya wantoota nuu fi amantii keenya akkasumas hawaasa keenya fayyadaan busy haa taanuuโฆ!!

โ๏ธ Rizqiin kheeyrii Rabbiin siif kennu qofa osoo hin taaneโฆsharriin Rabbiin sirraa deebisullee Rizqii tahuu isaa hin dagatinโฆ..!!
#Dhiifamaโฆ.
โ๏ธ Namni tokko dhiifama yoo siin jedheโฆdirqama isatu balleessaa qabaa, dhugaan teeti jechaa mitiโฆ!
Sitti boonuu caala,hariiroon gidduu keessan lamaan jiraa waa hunda caalaa akka tahe galuufis malaโฆ!
โ๏ธ Dhiifama jechuun yeroo tokko tokkoโฆwanti fedhes gidduu keenyatti uumamu ani sirraa fagaachuu hin barbaaduus ni tahaโฆ!
โ๏ธ Uf tuuluun hanga silaa sirraa eeggamuu fi bakka sirraa eeggamu irraa fuutee akka siin hin tarreโฆ.!
Nama dhiifama si gaafate yoma sana dhiifama jedhiinโฆnamoonni akkasii Baayโee hin argaman waan taheefโฆ.!!
Waan dhiifama naaf gootaniif galatoomaaโฆ!
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ๏ธ Namni tokko dhiifama yoo siin jedheโฆdirqama isatu balleessaa qabaa, dhugaan teeti jechaa mitiโฆ!
Sitti boonuu caala,hariiroon gidduu keessan lamaan jiraa waa hunda caalaa akka tahe galuufis malaโฆ!
โ๏ธ Dhiifama jechuun yeroo tokko tokkoโฆwanti fedhes gidduu keenyatti uumamu ani sirraa fagaachuu hin barbaaduus ni tahaโฆ!
โ๏ธ Uf tuuluun hanga silaa sirraa eeggamuu fi bakka sirraa eeggamu irraa fuutee akka siin hin tarreโฆ.!
Nama dhiifama si gaafate yoma sana dhiifama jedhiinโฆnamoonni akkasii Baayโee hin argaman waan taheefโฆ.!!
Waan dhiifama naaf gootaniif galatoomaaโฆ!
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูู
ู ูุทู ุงููู ุชุนุงูู
โ๏ธ Yeroo tokko tokko osoo ati kallattii hulaan banaatiin furmaata Rabbiin irraa eegduโฆtasuma Rabbiin kallattii hulaan/balballi cufaatiin surprise si godhaโฆ.!!
Yeroo hedduu bakka ati dhiphattee; abdii kutattee; yaadaa keessa seentetti Rahmanni Rabbii keetii si haguugaโฆ.!!

โ๏ธ Akkana kunoo namoonni gariinโฆ.๐๐ป
Waan ati isaaniif taate hin yaadatanโฆwaan ati isaaniif tahuu dadhabde qofa yaadatanโฆ!!
Yooo ati qubiin kankee saglan isaaniif jettee ufirraa cirteโฆkudhanaffaan akkamitti hafeef si gaafatuโฆ..!!
Hundaafuu irra taraafiiโฆโฆhalkan gaarii qabaadhaa!!

#Piraankii
โ๏ธ Yoo hujiin gowwootaa maqaan isaa,piraankii jedhamu kuni akka amma jiru kanaan itti fufe,shyxaanni uf tuffatee beeki.
ila
Ummata dhiha addunyaa qubatee jiru kana,Rabbiin ol tahe,hammeenya isaanii nuu ibsee turee hubadhu, nuti immoo,fakkeenyi keenna godhannee jaanjawaa jirraa taajjabi.
Eeee
Shirri isaan xaxan,yakki isaan raawwataniifi diliin isaan hojjatan,gaara diiguu gahaa argi,dhaloota diiguun immoo,hujii ibliisaatii hubadhu.
ููููุฏู ู ูููุฑููุง ู ูููุฑูููู ู ููุนูููุฏู ุงูููููู ู ูููุฑูููู ู ููุฅููู ููุงูู ู ูููุฑูููู ู ููุชูุฒูููู ู ููููู ุงููุฌูุจูุงูู
Yoooo
Yeroo ammaa kana,maqaa abshaalummaa,qarooma, dhageettii dabalachuufi beekkamtii barbaadaatiin wanti hojjatamaa jiru,irra caalaan isaa,faallaa Amantii, faallaa Aadaafi safuu hawaasaa,faallaa hawaasummaa faallaa fedha ummataatiifi faallaa jiruu ilma namaatii argi,ilmi namaa,harkumaan gowwummaa bitataa jiraa taajjabi.
Jaaloo
Piraankii jedhamee wanti hojjatamaa jiru irra caalaan isaa,qaamaan haa tahuu bilbilaan hojjatamus,yookaa barnoota uf keessaa hin qabu,yookaa bohartii tahee ittiin hin bashannanamu,yeroofi akkataa hinqabu, umriifi saala hin filatu,lolaafi tola addaan hin baafatu, akkuma dhufetti geggeeffamaa jira,gaafa tokko gumaa walittiin galuuf imalanii eegi.
Eeeee
Sheyxaanni gaafa Rabbiin wal-lolu,erga na abaartee na darbite,ilma namaa hunda gowwoomsee,ibiddatti naqa,jara si qulqulleessee sitti harka kenne malee jedhee Rabbiin wal-dhabee deemee hubadhu,amma immoo,ilma namaa tahee kan hujii ibliisaa tuffachiisaa jirutu ol yaaโaa jiraa taajjabi.
ูุงู ูุจุนุฒุชู ูุฃุบููููู ุฃุฌู ุนููุ ุฅูุง ุนุจุงุฏู ู ููู ุงูู ุฎูุตูู
ูุฃูุนุฏู ููู ุตุฑุงุทู ุงูู ุณุชููู
Magan!
Hanga lubbuun harโaa,qaama jaraa keessa jirtu,ani gowwoomsuu hin dhiisu jedhee beeki.
ูููู ุฅุจููุณ ููู ุนุฒูุฌู. : ูุนุฒุชู ูุฌูุงูู ูุฃุบููููู ู ุงุฏุงู ุช ุฃุฑูุงุญูู ูู ุฃุฌุณุงุฏูู
Namana
Marsaaleen hawaasaa haaraa dhalatan kuni,yeroo garii baga dhufan nama jechisiisaa beeki,namaafi sheyxaana addaan bahuu dadhabe hunda addaan baasaa jiranii xiinxalli.
Hohohoo
Amantii keessa jirra seena malee,ummata Rabbiin sodaatutu heddummaata fakkaata malee,safuufi aadaa hawaasaa tikfanna seena malee,hafuurrinuu jiraachuu Rabbitu beekaa laali.
Kanaaf
Hujiin manaa beektootaa,kan hayyootaa,kan Aaqilaa, kan Aalimaa,kan daaโii,kan maanguddoo,kan haadhaa fi abbaa,kan firaafi gosaa,kan nama namooma qabuu heddutu jiraa,Rabbi nu baraaru malee,roobaafi lolaa dhiisii,akka cubbuu teenyaatiif kan silaa takka bullee oollu mitii taajjabi.
Hey
Ol siqxee allaattii waliin samii irra bararuuf,lukkuu jala fiiguu dhiisuudhaa uf dhaqqabi.
Ust.Cush Sufiyan Ali
Share ๐๐ป

Dhiifama hardha osoo barboota isiniif dabarsin oole mitiiโฆ.!!
Guyyaa osoo erga takkas taatu osoo isiniif hin dabarsin ooluโฆakka isin na eegdan waan beekuuf keessi koo Raahaa hin argatuโฆ!!
Yeroma dhufe gab isin godha inshallaah dhiifama narraa tahaaโฆ!!

#Noโฆ.
โ๏ธ Namoota yeroo hundaa deeggarsa sirra barbaadan, garuu bakka isaan barbaaddetti uf biratti hin garre hundaanโฆNo jechuu qabdaโฆ.!!
Isaan dura ummata akkam wahiitiโฆ.๐ซฃ