Telegram Web Link
#Tasgabbaahiโ€ฆ.

ATI bar Rabbii hanga ati ufiif yaaddu caalaa siif yaadu qabdaaโ€ฆ.!!
Akkamitti yaaddoftaโ€ฆ..๐Ÿค”
โœ๏ธ Osoo addunyaan guutuunis barbaaddee si dhabde, ati bakkuma Rabbiin kankee sirraa barbaadu qofatti argamiโ€ฆ.!!

๐Ÿ–‹๏ธ@Ibroo
@tafak_or
Abbaa manaatiifโ€ฆ.

โœ๏ธ Qulqullina kee sirritti eeggadhu; shittoo tantee urgeeffadhu; uffannaa kankee bareechifadhuโ€ฆ!
Dubartiin/haati manaa tee urgaa hafuura keetii fi bareedinna dhaabata keetiittu itti tola waan taheefโ€ฆ!
โœ๏ธ Akkuma isheen siif haa bareedduu yaaddu sanaโ€ฆatis akka isheedhaaf bareeddu sirraa barbaaddiโ€ฆ.!
Ufin gatin maal taate silaโ€ฆ.๐Ÿค”
โœ๏ธ Yoo ufii keetii uf gatteeโ€ฆisheen qofa akka babbareeddu; isheen qofa akka jijjiiramtu kan barbaaddu taateโ€ฆuf dagataa ishee qofatti kan aartu taateโ€ฆkuni bultii keessatti musiibaa guddaa akka tahe hin dagatinโ€ฆ

Galatoomaaโ€ฆ!๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
๐Ÿซต Rakkoon text/barreeffamaan wajjiin haasahuudha..yeroo hedduu wal hubachuu dhabuus ni fidaโ€ฆ
โœ๏ธ Gaafa nama wajjiin haasoftuโ€ฆatis haala lubbuun tantee keessa jirtu irratti hundooftee barreessitaโ€ฆinnis akka ufii jirutti ilaalee dubbisaโ€ฆ
Jechi ati fakkeenyaaf qoosaadhaaf ykn taphaaf barreessite..nama biraa onnee walakkaa seentee waraanuu dandeessi.

โœ๏ธ Wantoonni akkanaa kunneen yeroo hedduu obboleewwan keenya ni mudataโ€ฆ.kanaafuu suutumaan tasgabbiidhaan wal hubataa haa deemnuuโ€ฆ.

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Mee Tafakkur jecha takkaan ibsaaโ€ฆ.

Tafakkur siif maali?



Comment ๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Forwarded from Nasiha mohammed
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Tafakkur

Sif jechaa qabu Malin jeti si ibsa ๐Ÿค”
Ibsaa jiruu nama kenaa rabii biraa kayesaa jiruu koti gorsaa koo yeroo maraa
Tafakkur tasagabii samuu koo bsrsisaa yero maraa gorsaa jirenya koo ganamafi galgalaa
Tafakkur abdi nama hundaa karora jiruti gayee gudaa qabda

Gorsaa kee dhagayeti kan hara galfadhuu yeroo koo gamachufi gada kan iti dabarfadhu
Tafakkur gorsaafi  barsisa koo yeroo hundaa
Gorsa kee baredaan hamile nati horaa qalbi koo na qarra  jabinafi cimina nafi ta,ee  heduu na qarqaraa
Jiradhuu bara barani abdii siraa qabda kayoon kanekee guda
Kun sif gayaa miti kitaba sif malaโ€ฆ..

Galatoomi siin jedhaโ€ฆ
Deemiโ€ฆ.jireenyi wantoota baayโ€™ee sirraa eegaa jirtiiโ€ฆ!!
ู„ูŽูŠุณูŽ ุงู„ุฌูŽู…ุงู„ู ุจุฃุซูˆุงุจู  ุชูุฒูŠูู‘ู†ูู†ูŽุง


           ‏ุฅู†ูŽู‘ ุงู„ุฌูŽู…ุงู„ูŽ ุฌูŽู…ุงู„ู ุงู„ุนูŽู‚ู„ู ูˆุงู„ุฃุฏูŽุจู
Sababoota 30 gammachuudhaf:

1 Yaadadhuโ€ฆxiinxalliโ€ฆgalateeffadhu
2 Wanti dabre dabree jira
3 Guyyaa kankee hardhuma
4 Fuuldurri kee hanga dhufuuf ittuma dhiisi
5 Qeeqa namaa wajjiin akkamitti jiraachuu dandeessa
6 Eennurraahuu galata hin eegin
7 Tola ooltummaan qoma namaaf baldhisa
8 Yeroo boqonnaa keetii hujiidhaan dabarsi
9 Uf tahii jiraadhu
10 Murtee Rabbiitti amanuu/qadara
11 Dukkana wajjiin ifnanatu jira
12 Leeymuuna irraa Irra miโ€™aawaa dhugaatii dalaguu ni dandeesa
13 Yeroo ati cinqamte eennutu siif birmataโ€ฆ!
14 Manni keetuu siif gahaadhaโ€ฆ
15 Bakka buusaan Rabbiโ€ฆ
16 Iimaanni jiruudhaโ€ฆ
17 Damma baafadhu malee gaagura hin cabsinโ€ฆ
18 Zikriin qalbii namaaf qabbaneessa..
19 Waan Rabbiin siif kennetti maaf si waanyan garuuโ€ฆ
20 Jireenya akkuma isheen jirtutti fudhadhuโ€ฆ
21)
๐Ÿ–‹๏ธ @Ibro
Ibsa guutuu wajjiin walitti deebina Inshallaahโ€ฆ

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Jaalala qalbiidhaa eennullee hoogganuudhaaf dandeettii itti hin qabuโ€ฆ
Hanga Rasuulli Aalamaa (Sallallaahu aleyhi wasallama)
akkana jedhan takka:
โ€ Yaa waan ani qabu, waan ati qabdu keessatti qoonni kiyya isa kanaโ€ฆwaan ati qofti qabdu kan ani hin qabne keessatti garuu nan qabin Yaa Rabbiโ€ฆ"
Kennaa biraa keessatti wal qixxeessitee qooduu ni dandeesaaโ€ฆgaruu jaalala keessatti yoomuu walqixa jaalachuu hin dandeessuโ€ฆ!
โœ๏ธ Ammas hadiisa biraa keessatti akkana jedhan:
โ€ Ani jaalala Aaโ€™ishaadhaa samii irraa kennameโ€ฆ.."

Kanaafuu Jaalalli hireedhaโ€ฆ.!!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Akhlaaqa gaarii
Barbaachisummaa Amala gaarii

1 Aayatoonni qurโ€™aana kanneen akhalaqa gaarii horachuutti nama kakaasan lakkoofsa hin qabanโ€ฆ
2 Amalli gaariin eenyummaa nama tokkootiโ€ฆ
3 Kan madaalamtuun amala keetiinโ€ฆilmi namaa dheerinnaa fi gabaabinna, furdinnaa fi qaldhinnaan osoo hin taane amala isaatiin madaalama..
4 Islaamummaa fi akhalaaqa gidduu kallattii hundaan walitti dhufeenya guddatu jiraโ€ฆ
5 Diiniin ykn amantiin Akhlaaqaโ€ฆ
6 Amalli dhuunfaa fi hawaasa guutuu irrattis dhiibbaa guddaa waan qabuuf..sirritti beekuun baayโ€™ee barbaachisaโ€ฆ
7 Amalli kankee buโ€™uura milkaahinna keetiitiโ€ฆ
8 Hawaasa tokko ijaaruuf murteessaan amalaโ€ฆ
9 Amalli gaariin nyaataa fi dhugaatii caala jireenya kankee keessatti barbaachisaadhaโ€ฆ
10 Amala yoo hin qabaanne eennuun wajjiinuu jiraachuu hin dandeessuโ€ฆ
11
Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
Aayata tana sirritti xiinxallaa meeโ€ฆ.

ููŽู„ูŽู…ูŽู‘ุง ุฌูŽุงุกูŽ ุฃูŽู…ู’ุฑูู†ูŽุง ู†ูŽุฌูŽู‘ูŠู’ู†ูŽุง ุตูŽุงู„ูุญู‹ุง ูˆูŽุงู„ูŽู‘ุฐููŠู†ูŽ ุขู…ูŽู†ููˆุง ู…ูŽุนูŽู‡ู ุจูุฑูŽุญู’ู…ูŽุฉู ู…ูู‘ู†ูŽู‘ุง๏ดพ

โ€ Ajajni keenya dhufee jennaanโ€ฆSaalihii fi warroota isa wajjiin amananis Rahmata keenyaan azaaba jalaa naga baafneโ€ฆ"

Cinqaa fi rakkoo hedduu booda baldhinni siif dhufnaanโ€ฆbeeki Rahmata rabbiitiinโ€ฆ.
โœ๏ธ Erga dhibamtee waggaa hedduu yaalamtee booda fayyinaanโ€ฆdoktora cimaan waan waldhaanamteef ykn dawaa bareeda waan argatteef osoo hin taaneโ€ฆRahmta Rabbiitiin akka tahe yaadadhuโ€ฆ!
โœ๏ธ Erga dalagaa malee turtee yoo dalagaa argatteโ€ฆdandeettii keetiin osoo hin taane; waraqaa ragaas waan qabduuf osoo hin taane, Rahmata Rabbiitiin akka tahe yaadadhuโ€ฆ.!
โœ๏ธ Erga ati abdii kutattee booda yoo Rabbbiin ilma siif kenneโ€ฆdandeettii keetiin osoo hin taane ykn sababa dawaa fudhatteef osoo hin taaneโ€ฆRahmatuma isaatiin akka tahe hin dagatinโ€ฆ

Kunneen hunduu hayyama Rabbiitiin duubatti sababoota si fayyaduu fi si miidhuus dandaโ€™anii mitiโ€ฆ!
Dhibamaa meeqatu waldhaanamee yaala dhabeโ€ฆ
Hayyuu meeqatu osoo waraqaa ragaa guutuu qabu dalagaa dhabeโ€ฆ
Nama meeqatu fuudhee ilma dhabe..
Kheeyriin ati keessa jirtu hunduu Rahmata Rabbiitiinโ€ฆabbaa galataattu galata sitti ooleeโ€ฆgalata isaa hin dagatin..!

Share๐Ÿ‘‡๐Ÿป

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Rasuulatti salaama naaf dhaami jetteen haati manaa goota addunyaa kanaa #Ismael haniyyaaโ€ฆ.
ุณู„ู… ุนู„ู‰ ุงู„ุฑุณูˆู„
Addunyaan tuni hardha nama jabaa uf keessaa dhabdee jirtiโ€ฆ.
โœ๏ธ Ilma namaa tahee namni badii hin dalagne hin jiruโ€ฆgaruu galanni Rabbiif haa tahuu yeroo hundaa balballi towbaadhaa banaadhaโ€ฆ.!

Alhamdulillaah
๐Ÿ–‹๏ธSh/Saalih Alfowzaan (Rahimahullaah)
2024/09/23 02:28:01
Back to Top
HTML Embed Code: