Telegram Web Link
✍ Milkaa’inni guddaan maali beektaa?

Ibidda Azaabaa jalaa naga baatee qananii Jannataa sana keessa seenuudha
..!
فَضلًا مِن رَؚِّكَ ذلِكَ هُوَ الفَوزُ العَ؞يمُ.​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​​‏​

Rabbiin warra Jannataa nu haa taasisu
..

https://www.tg-me.com/tafak_or
✍ Dubartoota Mu’uminaa Jannata keessatti

Jannata keessatti dubartoota teenya tan Mu’uminaattu caala moo tan Jannataa santu caala..?

✍ Haalli dubartoota mu’uminaa Jannata keessatti haala Huural-eynii jannataa caala
, sadarkaa fi bareedinnaanis isaantu caala
!
Dubartoonni duniyaa gaggaariin wayta Jannata seenan
galata isaan dalagaa gaarii dalaganiif Rabbiin jannata isaan naqe

Jannata wanti seentuuf Rabbiin galata isiif kafaluu fi gaarummaa fi diinii isheen jabeeffatteef jecha Rabbiin isii kabajuudhaaf Jannata ishee galcha
!

Garuu Hural-eyniin Jannataa sun immoo isheen duraayyuu geexa jannataati
isheen galata nama biraatiif uumamte
Rabbiin Mu’umintoota isaa gaggaariidhaaf galata deebisuuf Jannata keessatti isaan qopheesseef


Tan dalagaa ishee gaariidhaaf galata galfamuuf jecha jannata seentee fi tan namni dalagaa gaarii dalage ittiin galata haa galfamuuf jannata keessatti qophoofte giddduu garaagarummaa guddatu jira
!
Tan duraa giiftiidha
ajajjuudha
tan lammaaffaa bareedinnaa fi sadarkaa hangas gahu qabaachuu ishee wajjiin giiftii gadi sadarkaan ishee
Isheen ajajamtuu waan taateef


Imam Alqurxubii (Rahimahullaah)
.
Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Maatiin Tafakkur hunduu mee asiinis akka barnoota eegallu warroonni fedhii qabdan, akkasuma warroonni Tafakkura jaalattan hunduu seenaa Subscribe 👍 godhaa

Anuu hardhuma isin kadhadhee nan saalfachiisinaa
hamilee natti horaa🫣

👇🏻
https://youtube.com/shorts/tfSmFGC28ow?si=jdXLpc80ayycXoqR
#Tasgabbaahi
.

ATI bar Rabbii hanga ati ufiif yaaddu caalaa siif yaadu qabdaa
.!!
Akkamitti yaaddofta
..🀔
✍ Osoo addunyaan guutuunis barbaaddee si dhabde, ati bakkuma Rabbiin kankee sirraa barbaadu qofatti argami
.!!

🖋@Ibroo
@tafak_or
Abbaa manaatiif
.

✍ Qulqullina kee sirritti eeggadhu; shittoo tantee urgeeffadhu; uffannaa kankee bareechifadhu
!
Dubartiin/haati manaa tee urgaa hafuura keetii fi bareedinna dhaabata keetiittu itti tola waan taheef
!
✍ Akkuma isheen siif haa bareedduu yaaddu sana
atis akka isheedhaaf bareeddu sirraa barbaaddi
.!
Ufin gatin maal taate sila
.🀔
✍ Yoo ufii keetii uf gattee
isheen qofa akka babbareeddu; isheen qofa akka jijjiiramtu kan barbaaddu taate
uf dagataa ishee qofatti kan aartu taate
kuni bultii keessatti musiibaa guddaa akka tahe hin dagatin


Galatoomaa
!👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
🫵 Rakkoon text/barreeffamaan wajjiin haasahuudha..yeroo hedduu wal hubachuu dhabuus ni fida

✍ Gaafa nama wajjiin haasoftu
atis haala lubbuun tantee keessa jirtu irratti hundooftee barreessita
innis akka ufii jirutti ilaalee dubbisa

Jechi ati fakkeenyaaf qoosaadhaaf ykn taphaaf barreessite..nama biraa onnee walakkaa seentee waraanuu dandeessi.

✍ Wantoonni akkanaa kunneen yeroo hedduu obboleewwan keenya ni mudata
.kanaafuu suutumaan tasgabbiidhaan wal hubataa haa deemnuu
.

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Mee Tafakkur jecha takkaan ibsaa
.

Tafakkur siif maali?



Comment 👇🏻
Forwarded from Nasiha mohammed
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Tafakkur

Sif jechaa qabu Malin jeti si ibsa 🀔
Ibsaa jiruu nama kenaa rabii biraa kayesaa jiruu koti gorsaa koo yeroo maraa
Tafakkur tasagabii samuu koo bsrsisaa yero maraa gorsaa jirenya koo ganamafi galgalaa
Tafakkur abdi nama hundaa karora jiruti gayee gudaa qabda

Gorsaa kee dhagayeti kan hara galfadhuu yeroo koo gamachufi gada kan iti dabarfadhu
Tafakkur gorsaafi  barsisa koo yeroo hundaa
Gorsa kee baredaan hamile nati horaa qalbi koo na qarra  jabinafi cimina nafi ta,ee  heduu na qarqaraa
Jiradhuu bara barani abdii siraa qabda kayoon kanekee guda
Kun sif gayaa miti kitaba sif mala
..

Galatoomi siin jedha

Deemi
.jireenyi wantoota baay’ee sirraa eegaa jirtii
!!
لَيسَ الجَمالُ ؚأثواٍؚ  تُزيِّنُنَا


           ‏إنَّ الجَمالَ جَمالُ العَقلِ والأدَؚِ
Sababoota 30 gammachuudhaf:

1 Yaadadhu
xiinxalli
galateeffadhu
2 Wanti dabre dabree jira
3 Guyyaa kankee hardhuma
4 Fuuldurri kee hanga dhufuuf ittuma dhiisi
5 Qeeqa namaa wajjiin akkamitti jiraachuu dandeessa
6 Eennurraahuu galata hin eegin
7 Tola ooltummaan qoma namaaf baldhisa
8 Yeroo boqonnaa keetii hujiidhaan dabarsi
9 Uf tahii jiraadhu
10 Murtee Rabbiitti amanuu/qadara
11 Dukkana wajjiin ifnanatu jira
12 Leeymuuna irraa Irra mi’aawaa dhugaatii dalaguu ni dandeesa
13 Yeroo ati cinqamte eennutu siif birmata
!
14 Manni keetuu siif gahaadha

15 Bakka buusaan Rabbi

16 Iimaanni jiruudha

17 Damma baafadhu malee gaagura hin cabsin

18 Zikriin qalbii namaaf qabbaneessa..
19 Waan Rabbiin siif kennetti maaf si waanyan garuu

20 Jireenya akkuma isheen jirtutti fudhadhu

21)
🖋 @Ibro
Ibsa guutuu wajjiin walitti deebina Inshallaah


https://www.tg-me.com/tafak_or
✍ Jaalala qalbiidhaa eennullee hoogganuudhaaf dandeettii itti hin qabu

Hanga Rasuulli Aalamaa (Sallallaahu aleyhi wasallama)
akkana jedhan takka:
” Yaa waan ani qabu, waan ati qabdu keessatti qoonni kiyya isa kana
waan ati qofti qabdu kan ani hin qabne keessatti garuu nan qabin Yaa Rabbi
"
Kennaa biraa keessatti wal qixxeessitee qooduu ni dandeesaa
garuu jaalala keessatti yoomuu walqixa jaalachuu hin dandeessu
!
✍ Ammas hadiisa biraa keessatti akkana jedhan:
” Ani jaalala Aa’ishaadhaa samii irraa kenname
.."

Kanaafuu Jaalalli hireedha
.!!

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Akhlaaqa gaarii
Barbaachisummaa Amala gaarii

1 Aayatoonni qur’aana kanneen akhalaqa gaarii horachuutti nama kakaasan lakkoofsa hin qaban

2 Amalli gaariin eenyummaa nama tokkooti

3 Kan madaalamtuun amala keetiin
ilmi namaa dheerinnaa fi gabaabinna, furdinnaa fi qaldhinnaan osoo hin taane amala isaatiin madaalama..
4 Islaamummaa fi akhalaaqa gidduu kallattii hundaan walitti dhufeenya guddatu jira

5 Diiniin ykn amantiin Akhlaaqa

6 Amalli dhuunfaa fi hawaasa guutuu irrattis dhiibbaa guddaa waan qabuuf..sirritti beekuun baay’ee barbaachisa

7 Amalli kankee bu’uura milkaahinna keetiiti

8 Hawaasa tokko ijaaruuf murteessaan amala

9 Amalli gaariin nyaataa fi dhugaatii caala jireenya kankee keessatti barbaachisaadha

10 Amala yoo hin qabaanne eennuun wajjiinuu jiraachuu hin dandeessu

11
Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
Aayata tana sirritti xiinxallaa mee
.

فَلَمَّا جَاءَ أَمْرُنَا نَجَّيْنَا صَالِحًا وَالَّذِينَ آمَنُوا مَعَهُ ؚِرَحْمَةٍ مِّنَّا

” Ajajni keenya dhufee jennaan
Saalihii fi warroota isa wajjiin amananis Rahmata keenyaan azaaba jalaa naga baafne
"

Cinqaa fi rakkoo hedduu booda baldhinni siif dhufnaan
beeki Rahmata rabbiitiin
.
✍ Erga dhibamtee waggaa hedduu yaalamtee booda fayyinaan
doktora cimaan waan waldhaanamteef ykn dawaa bareeda waan argatteef osoo hin taane
Rahmta Rabbiitiin akka tahe yaadadhu
!
✍ Erga dalagaa malee turtee yoo dalagaa argatte
dandeettii keetiin osoo hin taane; waraqaa ragaas waan qabduuf osoo hin taane, Rahmata Rabbiitiin akka tahe yaadadhu
.!
✍ Erga ati abdii kutattee booda yoo Rabbbiin ilma siif kenne
dandeettii keetiin osoo hin taane ykn sababa dawaa fudhatteef osoo hin taane
Rahmatuma isaatiin akka tahe hin dagatin


Kunneen hunduu hayyama Rabbiitiin duubatti sababoota si fayyaduu fi si miidhuus danda’anii miti
!
Dhibamaa meeqatu waldhaanamee yaala dhabe

Hayyuu meeqatu osoo waraqaa ragaa guutuu qabu dalagaa dhabe

Nama meeqatu fuudhee ilma dhabe..
Kheeyriin ati keessa jirtu hunduu Rahmata Rabbiitiin
abbaa galataattu galata sitti oolee
galata isaa hin dagatin..!

Share👇🏻

https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/22 03:21:33
Back to Top
HTML Embed Code: