#Yaadachiisa
Warroota profile keessan suuraa keessan irra godhattaniifโฆ.
Suuraa kankee qofaan falfaala ykn Sihrii akka sirratti dalagamuu dandaโu qaba qabdaaโฆ.
Kun haasaa afaanii osoo hin taane qabatamaan waan argameedhaโฆ.
Rabbiin isin haa eeguโฆ.ergaa tana share waliif godhaaโฆ.!!
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or

โ๏ธ Namoonni kufaatii booda lafaa kaโan hundi, miila isaanii jijjiiratanii osoo hin taane yaada isaanii jijjiiraniiti; adeemsa isaanii sirreeffatan; karaa imala isaanii jijjiiranii ilaalan malee nama miila jijjiirate hin dhageenyeโฆ.!!
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#Galaa_jireenyaaโฆ.!!
โ๏ธ Girgiddaa mana moofaa ykn mana hiyyeessaa duubaan ilaaltee, nama mana sana keessa jiraatu irratti murtee hin kenninaaโฆ!
Manatu biyyeedhaan tolfame malee, Ruuhii warqii caaltutu keessa jiraatuun mala..
โ๏ธ Manneen akkasii sana osoo seentee ilaaltee, bunni isaanii sukkaara hin qabu malee jaalalli isaan siif qaban sukkaara caala miโaawaaโฆ..
โ๏ธ Akkasuma qaldhinnaa fi furdinna namaas ilaaltee maalummaa namaa hin murteessinโฆ
Qaama isaattu qaldhate malee, gabbinni sammuu isaa addunyaa guutuu kunuunsuu dandaโaโฆfurdinna qaamaa garte malee keessi isaa hoffaa tahuu dandaโaโฆ..
Waan xiinxallee argeefโฆ.

โ๏ธ Sirrimatti itti amaniโฆ
Wanti si dabre tokko duruma siif hin uumamne, wanti siif uumame yoomuu akka si jala hin dabarre itti amanuu qabdaโฆ.!!
@tafak_or

โ๏ธ Yeroo wanti hundi faallaa abjuu keetii fi hawwii keetii tahee argamutti, Aayata Rabbii guddaa tana yaadadhu:
"ูุง ุชุฏุฑู ูุนููู ุงููู ููุญุฏุซู ุจุนุฏ ุฐูู
ุฃู ุฑูุง".
โ๏ธ Maaltu beeka Rabbiin as boodaan waan gaarii naaf laatuu dadndaโa jettee ittiin boohartaaโฆ!!
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
"ูุง ุชุฏุฑู ูุนููู ุงููู ููุญุฏุซู ุจุนุฏ ุฐูู
ุฃู ุฑูุง".
โ๏ธ Maaltu beeka Rabbiin as boodaan waan gaarii naaf laatuu dadndaโa jettee ittiin boohartaaโฆ!!
Share๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Arraba Kee Irraa Rifeensa Buqqis
Gaafa An Kufee waan ka'u hin seene
Gaafa An hokkole waan cabe seetee๐ฉโ๐ฆฏ
Gadda koo gammaduuf harkaan lafa haateeโท
Gaaf An ol jedhe ijaan lafaa nyaatteโท
Kufee hin hafuu Abdii muradhuu ๐
Hin hokkole malee hin cabnee Garaa hidhadhuu
Akka kufee hin hafne Akka hokkolee hin cabnee
Rabbiin guddaan naaf jiraa โ
Inni naaf Hire Hiree waa hundaa
#Alhamdulila ๐คฒ๐คฒ.
๐๐ป

โ๏ธ ATI filannoo lama qofa qabda:
Takkaa rakkoo kankeetii fi wantoota jireenya kankee keessatti si jalaa hirdhatan qofarratti xiyyeeffatteeโฆjireenya kee guutuu gaddaan dabarsuuโฆ!
Yookaan tola Rabbiin kankee sitti oole hedduu uf irratti yaadataaโฆAlhamdulillaah jechaa gammadaa jiraachuuโฆ
Filannoon kankeetiโฆ..๐

โ๏ธ Rabbiin ajaja wahii dabarsee, wayta ajaja san ufirraa eegaluunโฆ.wanti Sun Rabbiin biratti baayโee guddaa tahuu beekiโฆ..!!
โ Rabbii fi malaaโikoonni isaas Salawaata Nabiyyii irratti buusanโฆโฆ..Yaa warra isa dhugoomsitan hoo isinis Salwaata Nabiin irratti buusaaโฆ.โ
๏ดฟุฅูููู ุงูููููู ููู ูููุงุฆูููุชููู ููุตููููููู ุนูููู ุงููููุจูููู ููุง ุฃููููููุง ุงูููุฐูููู ุขูู ููููุง ุตูููููุง ุนููููููู ููุณููููู ููุง ุชูุณููููู ูุง๏ดพ
Sallallaahu aleyhi wasallamโฆ.
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Rabbii fi malaaโikoonni isaas Salawaata Nabiyyii irratti buusanโฆโฆ..Yaa warra isa dhugoomsitan hoo isinis Salwaata Nabiin irratti buusaaโฆ.โ
๏ดฟุฅูููู ุงูููููู ููู ูููุงุฆูููุชููู ููุตููููููู ุนูููู ุงููููุจูููู ููุง ุฃููููููุง ุงูููุฐูููู ุขูู ููููุง ุตูููููุง ุนููููููู ููุณููููู ููุง ุชูุณููููู ูุง๏ดพ
Sallallaahu aleyhi wasallamโฆ.
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐บIf His name was Yeshua in the books of the Jews,
Why is it different from the name mentioned in the Quran? โ
๐บ *If His name was Yeshua, why do we call Him Eisa in Arabic?*
The [Arab] Christians call the Prophet of Allah *โYasooโ* ; in Hebrew the name is Yeshua.
The name Yasoo is an Arabised form of the name Yeshua, with a transposition of letters, altering the letter sheen to seen.
This often happens in words that are transmitted from Hebrew to Arabic.
Also Prophet Moses in Hebrew is with letter sheen (mashiach and Moshe), but in Arabic its Moosa, altering the sheen into seen.
๐บ *But the name mentioned in Quran is Eisa and not Yasoo, why?*
The name of Yasoo in Arabic language means = (lost).
so we don't call him Yasoo, but we call him Eisa as mentioned in Quran, as we won't call him with name of false meaning.

โ๏ธ Jannata keessatti waa hundaanuu Dubartii duniyaattu caala moo Huuraleynii jannataattu caala____?
Anonymous Poll
52%
A) Dubartoota Duniyaa
54%
B) Huural-eynii jannataa
โ๏ธ Milkaaโinni guddaan maali beektaa?
Ibidda Azaabaa jalaa naga baatee qananii Jannataa sana keessa seenuudhaโฆ..!
๏ดฟููุถููุง ู ูู ุฑูุจูููู ุฐูููู ูููู ุงููููุฒู ุงูุนูุธูู ู๏ดพ.โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ
Rabbiin warra Jannataa nu haa taasisuโฆ..

โ๏ธ Dubartoota Muโuminaa Jannata keessattiโฆ
Jannata keessatti dubartoota teenya tan Muโuminaattu caala moo tan Jannataa santu caala..?
โ๏ธ Haalli dubartoota muโuminaa Jannata keessatti haala Huural-eynii jannataa caalaโฆ, sadarkaa fi bareedinnaanis isaantu caalaโฆ!
Dubartoonni duniyaa gaggaariin wayta Jannata seenanโฆgalata isaan dalagaa gaarii dalaganiif Rabbiin jannata isaan naqeโฆ
Jannata wanti seentuuf Rabbiin galata isiif kafaluu fi gaarummaa fi diinii isheen jabeeffatteef jecha Rabbiin isii kabajuudhaaf Jannata ishee galchaโฆ!
Garuu Hural-eyniin Jannataa sun immoo isheen duraayyuu geexa jannataatiโฆisheen galata nama biraatiif uumamteโฆRabbiin Muโumintoota isaa gaggaariidhaaf galata deebisuuf Jannata keessatti isaan qopheesseefโฆ
Tan dalagaa ishee gaariidhaaf galata galfamuuf jecha jannata seentee fi tan namni dalagaa gaarii dalage ittiin galata haa galfamuuf jannata keessatti qophoofte giddduu garaagarummaa guddatu jiraโฆ!
Tan duraa giiftiidhaโฆajajjuudhaโฆtan lammaaffaa bareedinnaa fi sadarkaa hangas gahu qabaachuu ishee wajjiin giiftii gadi sadarkaan isheeโฆIsheen ajajamtuu waan taateefโฆ
Imam Alqurxubii (Rahimahullaah)โฆ.

Maatiin Tafakkur hunduu mee asiinis akka barnoota eegallu warroonni fedhii qabdan, akkasuma warroonni Tafakkura jaalattan hunduu seenaa Subscribe ๐ godhaa
Anuu hardhuma isin kadhadhee nan saalfachiisinaaโฆhamilee natti horaa๐ซฃ
๐๐ป
https://youtube.com/shorts/tfSmFGC28ow?si=jdXLpc80ayycXoqR

YouTube
Hiriyyummaa
#Tasgabbaahiโฆ.
ATI bar Rabbii hanga ati ufiif yaaddu caalaa siif yaadu qabdaaโฆ.!!
Akkamitti yaaddoftaโฆ..๐ค

Abbaa manaatiifโฆ.
โ๏ธ Qulqullina kee sirritti eeggadhu; shittoo tantee urgeeffadhu; uffannaa kankee bareechifadhuโฆ!
Dubartiin/haati manaa tee urgaa hafuura keetii fi bareedinna dhaabata keetiittu itti tola waan taheefโฆ!
โ๏ธ Akkuma isheen siif haa bareedduu yaaddu sanaโฆatis akka isheedhaaf bareeddu sirraa barbaaddiโฆ.!
Ufin gatin maal taate silaโฆ.๐ค
โ๏ธ Yoo ufii keetii uf gatteeโฆisheen qofa akka babbareeddu; isheen qofa akka jijjiiramtu kan barbaaddu taateโฆuf dagataa ishee qofatti kan aartu taateโฆkuni bultii keessatti musiibaa guddaa akka tahe hin dagatinโฆ
Galatoomaaโฆ!๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ๏ธ Qulqullina kee sirritti eeggadhu; shittoo tantee urgeeffadhu; uffannaa kankee bareechifadhuโฆ!
Dubartiin/haati manaa tee urgaa hafuura keetii fi bareedinna dhaabata keetiittu itti tola waan taheefโฆ!
โ๏ธ Akkuma isheen siif haa bareedduu yaaddu sanaโฆatis akka isheedhaaf bareeddu sirraa barbaaddiโฆ.!
Ufin gatin maal taate silaโฆ.๐ค
โ๏ธ Yoo ufii keetii uf gatteeโฆisheen qofa akka babbareeddu; isheen qofa akka jijjiiramtu kan barbaaddu taateโฆuf dagataa ishee qofatti kan aartu taateโฆkuni bultii keessatti musiibaa guddaa akka tahe hin dagatinโฆ
Galatoomaaโฆ!๐๐ป
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
๐ซต Rakkoon text/barreeffamaan wajjiin haasahuudha..yeroo hedduu wal hubachuu dhabuus ni fidaโฆ
โ๏ธ Gaafa nama wajjiin haasoftuโฆatis haala lubbuun tantee keessa jirtu irratti hundooftee barreessitaโฆinnis akka ufii jirutti ilaalee dubbisaโฆ
Jechi ati fakkeenyaaf qoosaadhaaf ykn taphaaf barreessite..nama biraa onnee walakkaa seentee waraanuu dandeessi.
โ๏ธ Wantoonni akkanaa kunneen yeroo hedduu obboleewwan keenya ni mudataโฆ.kanaafuu suutumaan tasgabbiidhaan wal hubataa haa deemnuuโฆ.

Mee Tafakkur jecha takkaan ibsaaโฆ.
Tafakkur siif maali?
Comment ๐๐ป
Tafakkur siif maali?
Comment ๐๐ป
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Galatoomaa 10k
Forwarded from Nasiha mohammed
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM