Telegram Web Link
โœ Yeroo hangam sitti fudhata laata....?! ๐Ÿค”

Addunyaa tanarratti guyyoota ati dabarsite keessaa...., guyyaa ati ol jettee nama wajjiin haasahuu miti, mataadhaan akeekuunuu sitti ulfaatutu jira....! ๐Ÿ˜ข
Garuu jireenya akkasiis akka dabarsite namoota hedduu hubachiisuudhaaf yeroo hangam sitti fudhata laata....!!

Namuu na hubachuu hin dandeenye..... ๐Ÿ˜ข
@tafak_or
Sooma guyyaa boruu hin dagatinaa kaa....
#Rahmatummaa...

โœ Namni asiin dura guyyaa #Aashuuraa soomuu aadeffate, garuu ammaan tana Sababa rakkootiif, dhukkubsatew ykn Sababa xurii laguutiif jecha dhiise.... akkuma nama soomeetti isaaf barreeffama...!!

โœ Hadiisa keessatti akkana jedhama:
โ€ ุฅุฐุง ู…ุฑุถ ุงู„ุนุจุฏ ุฃูˆ ุณุงูุฑ ูƒุชุจ ู„ู‡ ู…ุซู„ ู…ุง ูƒุงู† ูŠุนู…ู„ ู…ู‚ูŠู…ุง ุตุญูŠุญุงโ€œ
โ€œ Gabrichi tokko yoo dhibame, yookiin yoo Imala bahe, akkuma waan yeroo biyya jiruu fi fayyaan jiruutti wanti inni dalagaa ture sun isaaf galmeeffama... โ€

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ูˆูŽู„ูŽู‚ูŽุฏู’ ุฃูŽุฑู’ุณูŽู„ู’ู†ูŽุง ู…ููˆุณูŽู‰ ุจูุขูŠูŽุงุชูู†ูŽุง ุฃูŽู†ู’ ุฃูŽุฎู’ุฑูุฌู’ ู‚ูŽูˆู’ู…ูŽูƒูŽ ู…ูู†ูŽ ุงู„ุธู‘ูู„ูู…ูŽุงุชู ุฅูู„ูŽู‰ ุงู„ู†ู‘ููˆุฑู ูˆูŽุฐูŽูƒู‘ูุฑู’ู‡ูู… ุจูุฃูŽูŠู‘ูŽุงู…ู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฅูู†ู‘ูŽ ูููŠ ุฐูŽู„ููƒูŽ ู„ูŽุขูŠูŽุงุชู ู„ู‘ููƒูู„ู‘ู ุตูŽุจู‘ูŽุงุฑู ุดูŽูƒููˆุฑู

Aayata tana dubbisaan ture... baay'ee natti tolte...!!
โœ Aashuuraan walitti hidhata cimaa muslimoonni wajjiin qaban nu yaadachiisa...
Muslimoonni jaarraa gara garaa keessa jiraatanis; yeroo fi iddoon jireenya isaanii addaan fagaatus isaan tokkoma...!!
Obbolummaa iimaanaa tan gidduu keenya jirtu mirkaneessuun dirqama keenya...!
ูˆุงู„ู…ุคู…ู†ูˆู† ูˆุงู„ู…ุคู…ู†ุงุช ุจุนุถู‡ู… ุฃูˆู„ูŠุงุก ุจุนุถ....
โœ Guyyaan Aashuuraa guyyaa shukrii fi galataati.. guyyaa Nasrii fi tumsa isa keessa Rabbiin irraa barbaadaniidha...!
Guyyaa akka hardhaa kana Ummanni Nabiyyallaahi Muusaa ( Aleyhissalaam ) nu dhaqqabanii bar jedhaniin:
Achumaa Nabiyyallaahi Muusaanis : Tasgabbaahaa, ani Rabbii kiyyatu na wajjiin jira waan taheef.... amma karaa naaf saaqaa...!!
ูƒู„ุง....ุฅู† ู…ุนูŠ ุฑุจูŠ ุณูŠู‡ุฏูŠู†....

ู†ุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ ุฃู† ูŠูˆูู‚ู†ุง ู„ู…ุง ูŠุญุจู‡ ูˆูŠุฑุถุงู‡ุŒ ูˆุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡ ุฑุจ ุงู„ุนุงู„ู…ูŠู†...

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Qur'aana haffazuu maaltu isin dhorke mee ?


Deebii quubsaa qabduu....!!
Qur'aana haffazuu maaltu si dhoorke.....?

โœ Namoonni gariin, qur'aana Tajwiida waan hin dandeenyeef jedhee... qur'aana haffazuu dhiise,.....!
โœ Namoonni gariin ammoo qur'aana itti dalaguu Hin danda'u waan taheef....maal godhaa waan hin dandeenye haffaza jedhee dhiise...!
โœ Tokko ammoo yeroo isa haffazuu Hun qabu jedhee dhiise...!
โœ Namni gariin munaafiqummatti uf yaada... badii tiyya wajjiin akkamitti qur'aana haffaza jedhee dhiise...!
โœ Kun dalagaatu busy nu godhe jedhee ufirraa dhiise...!

Kun hunduu gorsa sheeyxaanaa waan taheef ufirraa dhiisi...!
Koottu fuula kankee qur'aanatti deebifadhu.... Ikhlaasa qabaannaan qur'aana haffazuun salphaadha.... Rabbiin balbala keeyrii tana siif bana inshallah...!

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Uffata kankee qulqulleeffataa, amantii kankee garuu xureessaa Hin deemin...!
โœ Isaan lamaanuu kophee ๐Ÿ‘Ÿ tokko...garuu takka tan miila mirgaati, takka immoo tan bitaa taate malee...
lamaanuu gabroottan Israel...

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Waan Rabbiin kankee siif qoode jaaladhu, irra dureessa namaa taataaโ€ฆ.!
ูุฃุฑุถูŽ ุจู…ุง ู‚ุณู…ู‡ู ุงู„ู„ู‡ ู„ูƒ ุŒ ุชูƒูู† ุฃุบู†ู‰ ุงู„ู†ุงุณ โค
2024/09/24 05:23:35
Back to Top
HTML Embed Code: