Telegram Web Link
โœ Matadureen barnoota keenya guyyaa hardhaa waa'ee areeda haaduutiin walqabata...!




Matadureen guyyaa hardhaatiif isiniif qabanne, asumarratti goolabama waan taheef, hunduu galatoomaa jenneerra..... ๐Ÿ˜




https://www.tg-me.com/tafak_or
Baatiin amma keessa jirru Kuni maal jedhama ?


Baatii kana maaltu baatiiwwan hafan irraa adda godhร  beektuu ?
โœ Gammachuudhaan jiraachuun waan baay'ee dansaadha... garuu ilma namaa hundaaf gammachuu hawwuuun immoo, hundaa ol dansaadha....!!

Bakkuma jirtanitti gammadaa jiraadhaa..... !!
@tafak_or
-
ุงู„ู„ู‘ู‡ู…ู‘ ุฃุญุณูู† ุนุงู‚ูุจุชู†ุง ููŠ ุงู„ุฃู…ูˆุฑู ูƒู„ู‡ุงุŒ ูˆูŽุฃุฌูุฑู†ุง ู…ูู† ุฎูุฒูŠ ุงู„ุฏู‘ู†ูŠุง ูˆูŽุนุฐุงุจู ุงู„ุขุฎุฑุฉ.
โœ๏ธ Ilkaan kankee harka bitaatiin moo harka mirgaatiin rigachuu/siwaakachuu qabda_?
Anonymous Poll
20%
A) Bitaadhaan
86%
B) Mirgaan
#Astagfirullaah....

โœ Hunduu dogoggora kankee eega Rabbiin qofatu Towbaa sirraa eega....
kanaafuu Astagfirullaah heddummeessaa....!!

@tafak_or
โœ Addunyaa tana gubbatti wantoota ilmi namaa barbaadu keessaa guddaa kan jedhamu, yaanni isaa isaaf guuttamuudha.
Aakiraa keessattis Irra guddaan wanti ilmi namaa barbaadu araarama Rabbiitiin badhaafamuudha....

โœ Lamaan isaaniituu Salawaata Ergamaa Rabbii irratti buusuu keessatti walitti namaaf qabamti jedhan...
Salaawanni yaada kankee siif guutti, Araarama Rabbii akka argattuufis karaa siif saaqxi.

Mee namoonni lamaanuu barbaaddan Ergamaa Aalamaa irratti Salawaata buusaa...
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…

Share ๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
ุชู„ุงูˆุฉ ุฎุงุดุนุฉ ุจุตูˆุช ุงู„ู‚ุงุฑุฆ ุณุนุฏ ุงู„ุณุจูŠุนูŠ
<unknown>
ุชู„ุงูˆุฉ ุฎุงุดุนุฉ ู…ู† ุงู„ุขูŠุฉ 21 ุฅู„ู‰ ุขุฎุฑ ุณูˆุฑุฉ ุงู„ุฃุญู‚ุงู
ุจุตูˆุช ุงู„ู‚ุงุฑุฆ ุณุนุฏ ุงู„ุณุจูŠุนูŠ
ุงู„ู„ู‡ู… ุงู†ูุนู†ุง ูˆุงุฑูุนู†ุง ุจุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ุนุธูŠู…


Yoo dhaggeeffattee kaate share gochuu hin sagatiin
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Jirtuu....

โœ Namoonni hanga feete jireenyi duniyaa tuni isaanitti jabaattus, isin namatti hin jajjabaanne sunneen... akkam nagaa jirtuu...!!
โœ Irra hedduun namaa jireenya wajjiin sitti jijjiirama...yoo itti tolte si dubbisa, yoo dabbarte sirraa fagaata...
Faallaa kanaa gariin yoo itti tolte sirraa fagaatee, yoo hammaatteen sitti dhihaata rakkoo isaa sana qofa furachuudhaaf...
โœ Kan yeroo itti toltee fi itti baddellee sirraa hin fagaanne yoo qabaatte, miila keetitti hidhadhuun akka si jalaa hin banneef....!!


Anaa jiraatu.....!!
https://www.tg-me.com/tafak_or
Nama qur'aana qara'uu barbaaduuf ergaa cimaa takka qaba... tan ati galmee tantee irratti galmeeffattee guyyaa guyyaadhaan dubbisuu qabdu...


.. narraa fudhattuu ? waliif qoodduu laata ?
โœ Waa'ee Baatii amma keessa jirruu (#Muharram) ilaalchisee qabxiilee 30 isiniif dhiheessuu barbaada. isaanis:
https://www.tg-me.com/tafak_or

1) Baatiiwwan Hijraa keessaaa jalqabni baatii kana. Baatiwwaan kabajaa keessaa garuu ishee xumuraati...
2) Sadarkaa baatii tanaa irraa... baatii Rabbii/ุดู‡ุฑ ุงู„ู„ู‡ jechuudhaan Rasuulli moogaasaniin..
3) Ramadaanatti aanee baatiin sadarkaa guddaa qabu baatii kana jedhan Irra hedduun Ulmaa'ii...
4) Muharram keessattis kurnyan Muharram tan duraa tan hafan caala sadarkaa qabdi...!
5) Baatii tana keessa Rabbiin wal miidhuu irraa nu seeree jira.
ูู„ุง ุชุธู„ู…ูˆุง ููŠู‡ู† ุงู†ูุณูƒู…
Baatii biraa keessas walmiidhuun dhoorkaadha...garuu baatii kabajaa tana keessa wal miidhuun, Wal zollomuun Irra jibaadha...ishetu baatii ulfinnaa waan taateef...!
6) Baatii tana keessa sooma heddummeessuun baay'ee jaalatamaadha...!!
ุงูุถู„ ุงู„ุตูŠุงู… ุจุนุฏ ุฑู…ุถุงู† ุดู‡ุฑ ุงู„ู„ู‡ ุงู„ู…ุญุฑู…
7) Sooma heddummeessuun jaalatamaadha garuu... baatii tana guutuu soomuun Ergamaa Aalamaa irraa (Sallallaahu aleyhi wasallam) nun geenye...
8) #Aashuuraan Muharram irraa gaafa guyyaa #10ffaadhaan jedhan.
9) Aashuuraan Kuni moggaasa gadaa Jaahiliyyummaa sana osoo hin taane erga islaamummaan dhuftee booda beekkameedha...!
10) Soomni guyyaa Aashuuraadhaa... jaalataamaadha... ykn sadarkaa sunnaa jajjabaatti qixxaata...
11) Soomni Aashuuraadha badii waggaa darbitee namarraa harcaasa...!
12) Aashuuraan diilii gurguddoon alatti dilii xixiqqoo hundaa namarraa harcaasa...!
Yoo badii xiqqoo fi guddoo irraallee bilisa taate, toltuu guddatu guyyaa sana soomuu keetiif siif galmaaha... sadarkaa kankeettu Rabbiin biratti ol fuudhama...!
Yoo badii guddoo qabaatte immoo, sirraa hirdhisรบun isaa ni kajeelama....
13) Guyyaa Muharram 10ffaa ykn Aashuuraa sana Maatii keenyaa fi ijoollee keenya yaadachiisnee akka isaan sooman gochuu danda'uu qabna...
14) Yahuudร a fi Nasaaraa faalleysuudhaaf osoo guyyaa 9ffaa fi 10ffaas walitti qabnee soomnee baay'ee Irra filatamaadha...!!
15) Namni guyyaan 9ffร a Jala dabre 10ffaa fi 11ffaa yoo soomes rakkoon qabu .. Yahuudร a faalleysuudhaaf jecha...!

16ffaa #itti_fufa....
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Yeroo hangam sitti fudhata laata....?! ๐Ÿค”

Addunyaa tanarratti guyyoota ati dabarsite keessaa...., guyyaa ati ol jettee nama wajjiin haasahuu miti, mataadhaan akeekuunuu sitti ulfaatutu jira....! ๐Ÿ˜ข
Garuu jireenya akkasiis akka dabarsite namoota hedduu hubachiisuudhaaf yeroo hangam sitti fudhata laata....!!

Namuu na hubachuu hin dandeenye..... ๐Ÿ˜ข
@tafak_or
Sooma guyyaa boruu hin dagatinaa kaa....
#Rahmatummaa...

โœ Namni asiin dura guyyaa #Aashuuraa soomuu aadeffate, garuu ammaan tana Sababa rakkootiif, dhukkubsatew ykn Sababa xurii laguutiif jecha dhiise.... akkuma nama soomeetti isaaf barreeffama...!!

โœ Hadiisa keessatti akkana jedhama:
โ€ ุฅุฐุง ู…ุฑุถ ุงู„ุนุจุฏ ุฃูˆ ุณุงูุฑ ูƒุชุจ ู„ู‡ ู…ุซู„ ู…ุง ูƒุงู† ูŠุนู…ู„ ู…ู‚ูŠู…ุง ุตุญูŠุญุงโ€œ
โ€œ Gabrichi tokko yoo dhibame, yookiin yoo Imala bahe, akkuma waan yeroo biyya jiruu fi fayyaan jiruutti wanti inni dalagaa ture sun isaaf galmeeffama... โ€

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/25 13:29:31
Back to Top
HTML Embed Code: