Telegram Web Link
Haa'iyyaa Kutaa #6ffaa





hardha galgala sa'aatii 3:00 irratti
Hardha Beeytii tana qaraana inshallah
#Dhageessee.....!

โœ Wantoota lubbuu tantee gammachuudhaan guutan; wantoota akka ati jireenyaaf ilaalcha gaarii horattu si godhร n kamuu sirritti itti dhihaadhu...
@tafak_or
โœ๏ธ Suuraa Anbiyaa keessatti Anbiyoonni dubbataman meeqa____?
Anonymous Quiz
48%
A) Anbiyoota 16
29%
B) Anbiyoota 17
23%
C) Anbiyoota 18
โœ Waan asirratti barraahuu fi barsiifamu kamuu #share gochuun kankee, diinaa Rabbii facaasaa jirta jechuudha... kallattii tokkoon warroota karaa Rabbii keessatti jihaadan keessaa atis nama tokko... kanaafuu keeyriin xiqqoo hin qabduu hin tuffatin... waan gaarii yoo argite share gochuun saamadhu...!

Rabbiin anaaf isiniinis... anaaf taatan nuun haa jedhu.... dalagaa Ikhlaasa nuuf haa taasisu...
ู†ุณุฃู„ ุงู„ู„ู‡ -ุนุฒู‘ ูˆุฌู„ู‘- ุฃู† ูŠููˆูู‚ู†ุง ู„ู„ุนู…ู„ ุจูู…ุง ุนูŽู„ูู…ู†ุง ูˆ ุฃู† ูŠูƒุชุจู‡ ุฌู…ูŠุนู‹ุง ููŠ ู…ูŠุฒุงู† ุญุณู†ุงุชู†ุง ูˆ ุฃู† ูŠุฌุนู„ู‡ ุฎุงู„ุตู‹ุง ู„ูˆุฌู‡ู‡ ุงู„ูƒุฑูŠู….

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ๏ธ Hajjii hajjuun A.L.hijraatti bara kamnkeessa dirqama godhame_?
Anonymous Poll
34%
A) Waggaa 6ffaa
37%
B) Waggaa 9ffaa
38%
C) waggaa 10ffaa
10%
D) Hunduu deebiidha...
Haa'iyyaa Kutaa 7ffaa




Daqiiqaa 10 boodaan inshallah
Beeytii 22ffaa guyyaa hardhaa ni qaraana....
โ˜˜
โœ Yaa Rabbi nama ilmi namaa qur'aanarraa isa jaataneessuu mitii (Busy godhu), nama qur'aanni ilma namaa irraa busy isa godhu/jaataneessu nu taasisi.... ๐Ÿคฒ

Qur'aanni jiruu kooti...
@tafak_or
#Gaafii...

1) Rasuulli ( Sallallaahu aleyhi wasallam) Hajjii meeqa hajjan ? bara kam keessa ? hajjiin Suni maal jedhamti?
2) Rasuulli yeroo meeqa Umraa godhan ? Umraa sana yaamuu dandeessaa ?


comment ๐Ÿ‘‡
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
#Gaafii... 1) Rasuulli ( Sallallaahu aleyhi wasallam) Hajjii meeqa hajjan ? bara kam keessa ? hajjiin Suni maal jedhamti? 2) Rasuulli yeroo meeqa Umraa godhan ? Umraa sana yaamuu dandeessaa ? comment ๐Ÿ‘‡
#Deebii

1) Rasuulli Sallallaahu aleyhi wasallam Muslimtootaan Hajjii takka qofa hajje, waggaa 10ffaa keessa... hajjiin suni hajjatal wadaa'i/Hajjii dhaamannaa jedhamti.
2) Rasuulli Umraa afur godhร n. isaanis:
A) Umraa hudeybiyyaa, waggaa 6ffaaa..
B) Umraa Qadaa'aa, waggaa 7ffaa keessa.
C) Umraa ji'iraanaa waggaa 8ffaa fi
D) Umraa hajjiin wajjiinii..
Sadan duraa baatii Zul-qa'adaa keessa ture.

Hedduun keessan yaaltanii jirtu
Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/24 23:23:46
Back to Top
HTML Embed Code: