Namni yeroo jalqabaatiif Safaa fi marwaa gidduu fiige eennu____?
Anonymous Poll
8%
A) Isma'il (Aleyhissalaam)
17%
B) Ibraahim (Aleyhissalaam)
78%
C) Haajara...
#Hortee_gaarii
✍ Haadha manaatiin eegale, haati manaa tollaan, horteen ishee irraa daraarus midhaaga waan taheef.... 👇
﴿والذين يقولون ربّنا هَب لنا من أَزواجِنا وَذُرِّيّاتِنا قُرَّةَ أعيُنٍ﴾ [الفرقان: ٧٤]
“ Isaannan jedhan, Rabbii keenya dubartoota keenyarraa fi daraaraa keenyarraa dasii ijaa nuuf kenyi....” [Furqaan: 74}.
Rabbiin jaartii gaarii isiniif haa kennu.....
💐🌹
https://www.tg-me.com/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

✍ Rabbitti qarqaarsifadhu....hin dadhabin....!
استعن بالله ولا تعجز
استعن بالله ولا تعجز
✍️ Maqaan haadha Bilaal binu Rabaah (Radiyallaahu anhu) eennu jedhama___?
Anonymous Quiz
37%
A) Yamaamaa
37%
B) Hamaamaa
26%
C) Hilaanaa
✍ Rabbiin faaruu haqa godhatu, faarfamuu jaalataa... Alhamdulillaah jedhi....!
إنَّ اللّٰه يُحب أنْ يُحمد ، فقُل الحمدلله 🩶.
Alhamdulillaah👇
@tafak_or

✍ Rabbiin gabricha tokko yoo jaalate, ni mokkora.....!
إن الله إذا أحب عبدًا ابتلاه .
Jaalala Rabbii argachuuf obsuun dirqama....!

#Oyruu.....
✍ Qalbiin ilma namaa tuni oyruudha... jechoota gaggaarii keessatti facaasuu hin dagatinaa...! 👇
Yoo isiniif atootte firii isaa haamachuu dadhabdanis, magariisummaa dacheetti qananiitu waan taheef.....!
Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
✍ Qalbiin ilma namaa tuni oyruudha... jechoota gaggaarii keessatti facaasuu hin dagatinaa...! 👇
Yoo isiniif atootte firii isaa haamachuu dadhabdanis, magariisummaa dacheetti qananiitu waan taheef.....!
Share👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
#Lamaanuu_barbada...😁
✍ Tokkotu xayyaara keessatti keessummeessituun ingiliffaan "beef 🍖 or chicken 🍗"/ Foon moo lukkuu barbaadda jettee gaafatteen?
Achumaa "Monday" barbaada jedheen ? 😁
Kan moggaa isaa xayyaara keessa jiru, hiika kenneefii "Lukkuudha moo Foon nyaatta?" siin jedhaa jirtii bar jedheen...!
Maal Ani hiika wallaale seetaa "Monday"/الإثنين jedhaanii jiraa bar jedheen... jedhama😁
Guyyàan Monday afaan Arabiffaatiin maal jedhama ? yoo hiika isaa beektan dubbiin qaallichi sirrii jiraa beektan... 😁

#Dadhabinna_kee....
1) Qeeqa ykn comment namaa irraa hafeen danda'u... ykn baay'ee dhiphata...
2) Yeroo haasahu ni hollata...
3) Fuulduratti bahee ykn afoo dhaabatee waa dubbachuu fi falmuus hin jaalatu...!
4) Yeroo hundaa fagaatee kophaa jiraata...!
5) Yoo isa xiqqeessan.... dafee adopt godhà.... ykn namni isa xiqqeessinaan isa ajjeese jedhee uf tilmaama...!
6) Teeda gaarii ilaallatee hin beeku... yeroo hundaa gaaritu na mudata jechuun inumaa isaaf hin dhufu...!
7) Nama jala deema malee uf danda'ee jiraachuu goonkumaa hin yaadu...!
8) Sagaleen isaa akka malee gadi bu'aadha...!
9) Bakka walgeettiiti ni hollata... ykn gammachuu hin qabu...!
10) Dandeettii qabutti hin amanu...!
Ykn dandeettii ni qaba jedheehuu uf hin yaadu...!
11) Waa yaali isaan jechuu mannaa... du'atu isaaf dhihaata...!
waan haaraa hin beekne wahii yaaluu ni sodaatan....!
@Ibro
Amaloonni akkanaa dadhabinna kee calaqiisiisu....!
Yoo jaalatte Share👇

#Yadachisa
🌙Jiini Zul-Hijjaa Jimaata wan egaluuf, namoonni Udhiyyaa qaluu heddan Osoo Zul-Hijjaan hin egalin qensa kessanii fi rifensa kessan Sirrefadhaa.

✍️ Kaliifota armaan gadii keessaa, kan yeroo du'u unriidhaan irra manguddoo eennu____?
Anonymous Poll
47%
A) Umar binu Kaxxaab (Radiyallaahu anhu)
40%
B) Usmaan binu Affaan (Radiyallaahu anhu)
20%
C) Aliyyi binu Abii Xaalib (Radiyallaahu anhu)
✍ Kurnyan jalqabaa Zul-Hijjaa irraa... akka addunyaatti Irra caaltuu guyyootaa tahuudhaan beekkamti...!
Rabbiin warra irraa fayyadamu nu haa taasisu...!

Baatiin #Zulhijjaa guyyaa boruu jechuun #Juma'aa boruu tokko (1)ta'uun mirkanaayee Jira. #Alhamdulillah, namni Rabbiin hiree Hajjii bara kanaa siif hin hirin, toltuun Akka #Soomaa, #Zikrii, Qaraatii #Qura'aana kkf sin dabrin.
Rabbiin keyrii ji'a kanaa nu haa woffaqu. Waggaa itti aanu nu maraa Rabbiin Hajjii nu haa dhaabu. Amiiiiiiiin
https://www.tg-me.com/tafak_or
Rabbiin keyrii ji'a kanaa nu haa woffaqu. Waggaa itti aanu nu maraa Rabbiin Hajjii nu haa dhaabu. Amiiiiiiiin
https://www.tg-me.com/tafak_or
✍ Guyyoonni sadarkaan isaa sadarkaa Jihaadaas caalu, guyyaa boruu ni eegala...
guyyaan guyyoota kurnyan tanatti qixxaatu inuma hin jirre...
guyyoota kanneen akkamitti dabarsuu qabna laata ?

✍ #Zul-Hijjaa keessa keeyrii armaan gadii saamachuu dandeessu. Keeyrii 50 ol dalagachu ni dandeessa:👇
1) Salaata fardii irratti jajjabaachuu,
2) Soomana Sunnaa fi gaafa guyyaa Arafaa soomuu,
3) Laa ilaaha illalllaah, Subhaanallaah, walhamdulillaah, Wallaahu Akbaru jechuun zikrii hessummeessuu,
4) Azaana irratti mu'azzina Jala deemuun deebii kennuu,
5) Istigfaaraa fi Du'aa'ii hessummeessuu,
6) Salawaata Ergamaa Aalamaa irratti buusuu (Sallallaahu aleyhi wasallam)
7) Qur'aana qara'uu; qur'aana xiinxalluu; qur'aana waliif eeguu fi Wal barsiisuun keeyrii saamachuu...
8) Towbaa heddummeessuu...,
9) Haadhaa fi Abbaa keenyatti tola ooluu....
10) Rahimaa fi firoottan keenya sufachuu ykn jajjabeeffachuu...
11) Hiriyyoottan haadhaa fi Abbaa keenyaa bira deemnee jajjabeessuun....
12) Keessummaa mana Kee dhufte keessummeessuu fi yeroo inni manatti galu kabaja isaaf malu isaaf godhuun ajrii saamachuu...
13) Ollaatti tola ooluu...
14) Salaama facaasuudhaan ajrii saamachuu...
15) Beelahaa fi rakkataa nyaata nyaachisuun...,
16) Dubbii gaarii dubbachuun sadaqaadha...
17) Salaata leylii ykn halkanii irratti jajjabaachuu....
18) Sunnaa waajiba Jala deemtu hundaa dhiisuu dhabnee... too'achuun...
19) Salaata duhaa salaatuu...
20) Azkaara ganamaa fi galgalaa irratti jabaachuu....
21) Xahaaraa irratti rafuu...
22) Azkaara bakka gara garaatti qara'amu hundaa yeroo hunda qara'uu...
23) Jum'aaf dhiqachuu; urgeeffachuu; ganamaan gara Masjidaa deemuu;
Imaamatti dhihaattee saffaa duraa irratti salaatuu...
Qaawwa cufuun iddoo duwwaa hanbisuu dhabuu; saffii guutuu...
24) Seeqachuu....
25) Addunyaa tana gubbatti uumaawwan Rabbiin uume xiinxalluu....
🖋@Ibroo
26) #itti_fufa.... hanga 50.... yoo jaalattan Share godhaa👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Salaata fardii irratti jajjabaachuu,
2) Soomana Sunnaa fi gaafa guyyaa Arafaa soomuu,
3) Laa ilaaha illalllaah, Subhaanallaah, walhamdulillaah, Wallaahu Akbaru jechuun zikrii hessummeessuu,
4) Azaana irratti mu'azzina Jala deemuun deebii kennuu,
5) Istigfaaraa fi Du'aa'ii hessummeessuu,
6) Salawaata Ergamaa Aalamaa irratti buusuu (Sallallaahu aleyhi wasallam)
7) Qur'aana qara'uu; qur'aana xiinxalluu; qur'aana waliif eeguu fi Wal barsiisuun keeyrii saamachuu...
8) Towbaa heddummeessuu...,
9) Haadhaa fi Abbaa keenyatti tola ooluu....
10) Rahimaa fi firoottan keenya sufachuu ykn jajjabeeffachuu...
11) Hiriyyoottan haadhaa fi Abbaa keenyaa bira deemnee jajjabeessuun....
12) Keessummaa mana Kee dhufte keessummeessuu fi yeroo inni manatti galu kabaja isaaf malu isaaf godhuun ajrii saamachuu...
13) Ollaatti tola ooluu...
14) Salaama facaasuudhaan ajrii saamachuu...
15) Beelahaa fi rakkataa nyaata nyaachisuun...,
16) Dubbii gaarii dubbachuun sadaqaadha...
17) Salaata leylii ykn halkanii irratti jajjabaachuu....
18) Sunnaa waajiba Jala deemtu hundaa dhiisuu dhabnee... too'achuun...
19) Salaata duhaa salaatuu...
20) Azkaara ganamaa fi galgalaa irratti jabaachuu....
21) Xahaaraa irratti rafuu...
22) Azkaara bakka gara garaatti qara'amu hundaa yeroo hunda qara'uu...
23) Jum'aaf dhiqachuu; urgeeffachuu; ganamaan gara Masjidaa deemuu;
Imaamatti dhihaattee saffaa duraa irratti salaatuu...
Qaawwa cufuun iddoo duwwaa hanbisuu dhabuu; saffii guutuu...
24) Seeqachuu....
25) Addunyaa tana gubbatti uumaawwan Rabbiin uume xiinxalluu....
🖋@Ibroo
26) #itti_fufa.... hanga 50.... yoo jaalattan Share godhaa👇
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
✍ #Zul-Hijjaa keessa keeyrii armaan gadii saamachuu dandeessu. Keeyrii 50 ol dalagachu ni dandeessa:👇 1) Salaata fardii irratti jajjabaachuu, 2) Soomana Sunnaa fi gaafa guyyaa Arafaa soomuu, 3) Laa ilaaha illalllaah, Subhaanallaah, walhamdulillaah, Wallaahu…
Yeroo jalqabaatiif Chanala kanarratti barreeffama dheeraa qubbeen kootiin isiniif barreesse... hanganaa ol ture garuu akka isin hin nuffisiisneefan uf qusadhe.
Irra hedduun keessan Akka hin jaalanne ni beeka... garuu dirqama waan taheef.... maaltu beeka nama tokkos yoon fayyade jedheeti....
yoon balleesse dhiifama...
ykn #share godhaa isinis keeyrii tana na wajjiin saamadhaa
من دل على خير فله مثل أجر فاعله.
👇