Telegram Web Link
Sarara ykn Beeytii 10ffaa irraa eegalla hardha ....!
Addunyaan tuni dawaa tokko qofa qabdi. innis:


Obsa gaarii qabaachuudha....!
โœ Ilma namaa taatee maaf boonta....!

Tasgabbaahaa mee...!
Hanga feetes jabaa taatu, hundi keenyaa guyyaa tokko qabrii keessatti, ciree mixiidhaa tahuu dandeenyaa...!!

@tafak_or
#Hortee_gaarii

โœ Haadha manaatiin eegale, haati manaa tollaan, horteen ishee irraa daraarus midhaaga waan taheef.... ๐Ÿ‘‡


‏๏ดฟูˆุงู„ุฐูŠู† ูŠู‚ูˆู„ูˆู† ุฑุจู‘ู†ุง ู‡ูŽุจ ู„ู†ุง ู…ู† ุฃูŽุฒูˆุงุฌูู†ุง ูˆูŽุฐูุฑูู‘ูŠู‘ุงุชูู†ุง ู‚ูุฑูŽู‘ุฉูŽ ุฃุนูŠูู†ู๏ดพ [ุงู„ูุฑู‚ุงู†: ูงูค]
โ€œ Isaannan jedhan, Rabbii keenya dubartoota keenyarraa fi daraaraa keenyarraa dasii ijaa nuuf kenyi....โ€ [Furqaan: 74}.

Rabbiin jaartii gaarii isiniif haa kennu.....

๐Ÿ’๐ŸŒน
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Rabbitti qarqaarsifadhu....hin dadhabin....!
ุงุณุชุนู† ุจุงู„ู„ู‡ ูˆู„ุง ุชุนุฌุฒ
โœ๏ธ Maqaan haadha Bilaal binu Rabaah (Radiyallaahu anhu) eennu jedhama___?
Anonymous Quiz
37%
A) Yamaamaa
37%
B) Hamaamaa
26%
C) Hilaanaa
โœ Rabbiin faaruu haqa godhatu, faarfamuu jaalataa... Alhamdulillaah jedhi....!
‏ุฅู†ูŽู‘ ุงู„ู„ู‘ูฐู‡ ูŠูุญุจ ุฃู†ู’ ูŠูุญู…ุฏ ุŒ ูู‚ูู„ ุงู„ุญู…ุฏู„ู„ู‡ ๐Ÿฉถ.


Alhamdulillaah๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โœ Rabbiin gabricha tokko yoo jaalate, ni mokkora.....!
ุฅู† ุงู„ู„ู‡ ุฅุฐุง ุฃุญุจ ุนุจุฏู‹ุง ุงุจุชู„ุงู‡ .

Jaalala Rabbii argachuuf obsuun dirqama....!

@tafak_or
โœ๏ธ Naannoo keessanitti maal jedhama? Bareedumaaf moo bushinnatti fudhatama?
Sanyiidhaan dabra moo guyyaa keessa dhufa...?


Namni qabdan mee harka baasaa ? ๐Ÿ˜
#Lamaanuu_barbada...๐Ÿ˜

โœ Tokkotu xayyaara keessatti keessummeessituun ingiliffaan "beef ๐Ÿ– or chicken ๐Ÿ—"/ Foon moo lukkuu barbaadda jettee gaafatteen?
Achumaa "Monday" barbaada jedheen ? ๐Ÿ˜


Kan moggaa isaa xayyaara keessa jiru, hiika kenneefii "Lukkuudha moo Foon nyaatta?" siin jedhaa jirtii bar jedheen...!

Maal Ani hiika wallaale seetaa "Monday"/ุงู„ุฅุซู†ูŠู† jedhaanii jiraa bar jedheen... jedhama๐Ÿ˜


Guyyร an Monday afaan Arabiffaatiin maal jedhama ? yoo hiika isaa beektan dubbiin qaallichi sirrii jiraa beektan... ๐Ÿ˜

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Dadhabinna_kee....

1) Qeeqa ykn comment namaa irraa hafeen danda'u... ykn baay'ee dhiphata...
2) Yeroo haasahu ni hollata...
3) Fuulduratti bahee ykn afoo dhaabatee waa dubbachuu fi falmuus hin jaalatu...!
4) Yeroo hundaa fagaatee kophaa jiraata...!
5) Yoo isa xiqqeessan.... dafee adopt godhร .... ykn namni isa xiqqeessinaan isa ajjeese jedhee uf tilmaama...!
6) Teeda gaarii ilaallatee hin beeku... yeroo hundaa gaaritu na mudata jechuun inumaa isaaf hin dhufu...!
7) Nama jala deema malee uf danda'ee jiraachuu goonkumaa hin yaadu...!
8) Sagaleen isaa akka malee gadi bu'aadha...!
9) Bakka walgeettiiti ni hollata... ykn gammachuu hin qabu...!
10) Dandeettii qabutti hin amanu...!
Ykn dandeettii ni qaba jedheehuu uf hin yaadu...!
11) Waa yaali isaan jechuu mannaa... du'atu isaaf dhihaata...!
waan haaraa hin beekne wahii yaaluu ni sodaatan....!
@Ibro
Amaloonni akkanaa dadhabinna kee calaqiisiisu....!

Yoo jaalatte Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Kurnyan jalqabaa Zul-Hijjaa irraa... akka addunyaatti Irra caaltuu guyyootaa tahuudhaan beekkamti...!

Rabbiin warra irraa fayyadamu nu haa taasisu...!
2024/09/30 07:28:51
Back to Top
HTML Embed Code: