Telegram Web Link
โœ Hanga feete jabeenya qabaattus, waan siif barraahee ol inuma hin fudhanne...!

#Tasgabbiif...๐Ÿ‘‡

โ˜˜@tafak_orโ˜˜
โœ Harki Kara Rabbii ol diriirte, hoongoo deebitiin waan hin yaadamne....!

@Warwaannaa....!
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh

โœ Rabbiin waan ati barbaaddu hunda siif hin kennu. Wanti waan barbaaddu hunda siif hin kennineef, haqa godhachuu dhabdee osoo hin taane, waan sana caalu akka haqa godhattu waan beekuuf.
โœ Rabbiin akka keeyrii qabu waan beekuuf malee, akkanaaan galmee kee sana si jalaa hin tursiisu....!, keeyrii siif yaadee malee dhimma tokkos akkanaan siif milkeessuu hin dhabu..!

๐Ÿ‘‰ Kanaafuu itti hin gaddin.... wanti hunduu keeyrimaaf... Rabbiin keeyriidhaa keeyriidhaan malee hin dhufu.
ูุฑุจ ุงู„ุฎูŠุฑ ู„ุง ูŠุฃุชูŠ ุฅู„ุงู‘ ุจุงู„ุฎูŠุฑ

Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Dubartoota keessaa dubartiin badduun.... dhiira TikTok gubbatti dannastu/sirbitu..... ๐Ÿ˜

@tafak_or
#Isinumaaf......

โœ wal duuba teessanii wal hamataa, wal boccooraa hin oolinaa....!
Qalbiin ilma namaa Rabbiin biratti kabajaa qabdi... Rabbiin hunda keessanuu irraa isin gaafata.

Namaaf dawaa tahuu yoo hin dandeenyee... dhukkuba namatti hin tahinaa...!

@tafak_or
Rasuulli akkanatti raganiif....

1) Abuu Bakri... Ummata koo keessaa, ummata koof Rahmata godhuun kan irra beekkame Abuu Bakri Assiddiiq (Radiyallaahu anhu).
2) Umarlfaaruuq (Radiyallaahu anhu).... Amrii Rabbii keessatti jajjabaachuu fi jajjabeessuunis kan beekkamu Umar binu Kaxxaab.
3) Usmaan binu Affaan (Radiyallaahu anhu)... sahaabaa hunda keessaa dhugamatti saalfachuidhaan kan beekkamu Usmaan binu Affaan.
4) Mu'aaz binu Jabal... Sahaabaa hunda keessaa halaalaa fi Haraama sirritti adda baasee kan beeku Mu'aaz (Radiyallaahu anhu).
5) Zeydi binu Saabit.. (Radiyallaahu anhu), Ilmii faraa'idaa ykn qabeenya dhaalchisuu keessatti kan dandeettii guddaa qabu Zeydi jedhan.
6) Abuu Ubeeydaa... Ummata hunda keessa amanamaa namattu jira, Irra amanamaan ummata kiyyaa Abuu Ubeydata binu Jarraah (Radiyallaahu anhu).

Sahaabaa Rasuulaa.... Sallallaahu aleyhi wasallam โค๏ธ
Share๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Guyyaa hardhaa Kitaabaa haaraa ni eegalla
....


Inshallah
Hardha galgala Kitaaba akkaan bareedaa kana eegalla....

Wal argaan galgala sa'aatii 3:00
Kitaaba haaraa kanaan Wal baruuf.....




Isin qophiidhaa....
Hanga pdf erguuf page hardha barannu kana ilaalaa
Hardha Mee waa'ee maalii isiniif haa barreessu...



carraa isiniif kenne๐Ÿ‘‡
โœ Warroota yaada kee hubachuu dadhaban sana akkam goote sila___?!


Homa takkaan goone, akka waan isaan hin jirreetti fudhadheeti, bira kute...!
โœ Yeroo tokko tokko Facebook gubbaa yeroo seenu waan buufata fayyaa seene natti fakkaata dhugaa...!
Kun dhibame;
Kun madaahe;
Kun cabe;
Kun fannifame;
Kun Makiinaan dhahame;
Kun du'e waan jedhutu baay'ata... sila page kiyya qofa moo isin mudatee beeka....!!

Addunyaa miidiyaa keessaa Facebook fi TikTok akka malee jibba...
Rabbiin nu haa eegu
Haa'iyyaa Kutaa #2ffaa




sa'aatii 2 booda nu eegaa...
3:00-3:45
2024/09/29 07:26:10
Back to Top
HTML Embed Code: