Aa'ishaan haati mu'imintootaa ( Radiyallaahu anhumaa) waggaa meeqatti duute____?
Anonymous Quiz
72%
A) 66
14%
B) 80
14%
C) 85
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โ Rizqii halaalaa argachuun dugda nama cabsa, garuu akka mataa ol qabattee jiraattu si godhร ...!
Rizqii halaalaa Rabbiin isiniif haa hiru.
@tafak_or

โ Nama afaaniin caldhisee waa hunda bira dabru tahuun kee isaaniif hin galu. Suutumaan bira dabree.... bira dabree.... bira dabree....
.............., Hanga namni si argu kamuu wan guyyaa takka kufuu mitii mucucaatte sin seene takka.
Obsi kee simaafuu raajiidha...!
@tafak_or
https://www.tg-me.com/tafak_or

#Dhaloota_ammaa....
๐จโ๐ฆฑ Ilma: Abbaa koo, gaafii barsiisaan Daree keessatti nu gaafate, guyyaa hardhaa namni hunduu dadhabee ana qofatu deebisee bar...!!
๐งโโ Abbaa: Wow.....! baay'ee nama gammachiisa mucaa koo... gaafiin maal tureeyyu ?
๐จโ๐ฆฑ Ilma: Namni hardha hujii manaa osoon hojjatin dhufe eennu... ๐
Share ๐

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf

#An_siif_boohe....!
โ Intala booorsaa fi quumii kankee keessa uffata qarshii qaaliidhaan qofa bitameen guuttamee, garuu osoo akka tasaa ati duutee, Abaayaa ittiin si sattaran uffata sana keessaa dhabuun fafa... ๐ข
Share๐

#Hin_beeku....
โ "Hin beeku" jecha jettu tana uf haa barsiisnuu mee...
Hin beeku gaafa jette, hanga waa beektutti si barsiisan. hin beeka gaafa jette ammoo, hanga waan himtu dhabdu takka si gaafatan waan taateef...!
@Ibro
share๐

โ Hanga feete jabeenya qabaattus, waan siif barraahee ol inuma hin fudhanne...!
#Tasgabbiif...๐
โ@tafak_orโ
#Tasgabbiif...๐
โ@tafak_orโ
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh
โ Rabbiin waan ati barbaaddu hunda siif hin kennu. Wanti waan barbaaddu hunda siif hin kennineef, haqa godhachuu dhabdee osoo hin taane, waan sana caalu akka haqa godhattu waan beekuuf.
โ Rabbiin akka keeyrii qabu waan beekuuf malee, akkanaaan galmee kee sana si jalaa hin tursiisu....!, keeyrii siif yaadee malee dhimma tokkos akkanaan siif milkeessuu hin dhabu..!
๐ Kanaafuu itti hin gaddin.... wanti hunduu keeyrimaaf... Rabbiin keeyriidhaa keeyriidhaan malee hin dhufu.
ูุฑุจ ุงูุฎูุฑ ูุง ูุฃุชู ุฅูุงู ุจุงูุฎูุฑ
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
โ Rabbiin waan ati barbaaddu hunda siif hin kennu. Wanti waan barbaaddu hunda siif hin kennineef, haqa godhachuu dhabdee osoo hin taane, waan sana caalu akka haqa godhattu waan beekuuf.
โ Rabbiin akka keeyrii qabu waan beekuuf malee, akkanaaan galmee kee sana si jalaa hin tursiisu....!, keeyrii siif yaadee malee dhimma tokkos akkanaan siif milkeessuu hin dhabu..!
๐ Kanaafuu itti hin gaddin.... wanti hunduu keeyrimaaf... Rabbiin keeyriidhaa keeyriidhaan malee hin dhufu.
ูุฑุจ ุงูุฎูุฑ ูุง ูุฃุชู ุฅูุงู ุจุงูุฎูุฑ
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
โ Dubartoota keessaa dubartiin badduun.... dhiira TikTok gubbatti dannastu/sirbitu..... ๐
@tafak_or
@tafak_or
#Isinumaaf......
โ wal duuba teessanii wal hamataa, wal boccooraa hin oolinaa....!
Qalbiin ilma namaa Rabbiin biratti kabajaa qabdi... Rabbiin hunda keessanuu irraa isin gaafata.
Namaaf dawaa tahuu yoo hin dandeenyee... dhukkuba namatti hin tahinaa...!

Rasuulli akkanatti raganiif....
1) Abuu Bakri... Ummata koo keessaa, ummata koof Rahmata godhuun kan irra beekkame Abuu Bakri Assiddiiq (Radiyallaahu anhu).
2) Umarlfaaruuq (Radiyallaahu anhu).... Amrii Rabbii keessatti jajjabaachuu fi jajjabeessuunis kan beekkamu Umar binu Kaxxaab.
3) Usmaan binu Affaan (Radiyallaahu anhu)... sahaabaa hunda keessaa dhugamatti saalfachuidhaan kan beekkamu Usmaan binu Affaan.
4) Mu'aaz binu Jabal... Sahaabaa hunda keessaa halaalaa fi Haraama sirritti adda baasee kan beeku Mu'aaz (Radiyallaahu anhu).
5) Zeydi binu Saabit.. (Radiyallaahu anhu), Ilmii faraa'idaa ykn qabeenya dhaalchisuu keessatti kan dandeettii guddaa qabu Zeydi jedhan.
6) Abuu Ubeeydaa... Ummata hunda keessa amanamaa namattu jira, Irra amanamaan ummata kiyyaa Abuu Ubeydata binu Jarraah (Radiyallaahu anhu).
Sahaabaa Rasuulaa.... Sallallaahu aleyhi wasallam โค๏ธ
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
1) Abuu Bakri... Ummata koo keessaa, ummata koof Rahmata godhuun kan irra beekkame Abuu Bakri Assiddiiq (Radiyallaahu anhu).
2) Umarlfaaruuq (Radiyallaahu anhu).... Amrii Rabbii keessatti jajjabaachuu fi jajjabeessuunis kan beekkamu Umar binu Kaxxaab.
3) Usmaan binu Affaan (Radiyallaahu anhu)... sahaabaa hunda keessaa dhugamatti saalfachuidhaan kan beekkamu Usmaan binu Affaan.
4) Mu'aaz binu Jabal... Sahaabaa hunda keessaa halaalaa fi Haraama sirritti adda baasee kan beeku Mu'aaz (Radiyallaahu anhu).
5) Zeydi binu Saabit.. (Radiyallaahu anhu), Ilmii faraa'idaa ykn qabeenya dhaalchisuu keessatti kan dandeettii guddaa qabu Zeydi jedhan.
6) Abuu Ubeeydaa... Ummata hunda keessa amanamaa namattu jira, Irra amanamaan ummata kiyyaa Abuu Ubeydata binu Jarraah (Radiyallaahu anhu).
Sahaabaa Rasuulaa.... Sallallaahu aleyhi wasallam โค๏ธ
Share๐
https://www.tg-me.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tg-me.com/Ibrahim_92taf
Guyyaa hardhaa Kitaabaa haaraa ni eegalla
....
Inshallah
....
Inshallah
Hanga pdf erguuf page hardha barannu kana ilaalaa