Telegram Web Link
‏ุซู…ูŽู‘ ุฅู†ูŽู‘ ุงู„ู„ู‡ูŽ ูŠุนู„ู…ู ู†ูˆูŽุงูŠูŽุงู†ูŽุง ุŒ ูˆู‡ุฐุง ูŠูŽูƒู’ูููŠ !โค๏ธ

- ู„ูŠุทู…ุฆู†ู‘ูŽ ู‚ู„ุจูŠ ๐Ÿ’™๐Ÿ‚
๏ทฝ ๏ดฟุฅูู†ูŽู‘ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ูŽ ูˆูŽู…ูŽู„ูŽุงุฆููƒูŽุชูŽู‡ู ูŠูุตูŽู„ูู‘ูˆู†ูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู†ูŽู‘ุจููŠูู‘ ูŠูŽุง ุฃูŽูŠูู‘ู‡ูŽุง ุงู„ูŽู‘ู€ุฐููŠู†ูŽ ุขูŽู…ูŽู†ูู€ูˆุง ุตูŽู„ูู‘ู€ูˆุง ุนู€ูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ูˆูŽุณูŽู„ูู‘ู…ููˆุง ุชูŽุณู’ู„ููŠู…ู‹ุง๏ดพ [ุงู„ุฃุญุฒุงุจ ูฅูฆ]

โ˜† ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ๏ทบ : " ู…ูŽู†ู’ ุตูŽู„ู‘ูŽู‰ ุนูŽู„ูŽูŠู‘ูŽ ุตูŽู„ูŽุงุฉู‹ ูˆูŽุงุญูุฏูŽุฉู‹ ุตูŽู„ู‘ูŽู‰ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู ุนูŽุดู’ุฑูŽ ุตูŽู„ูŽูˆูŽุงุชูุŒ ูˆูŽุญูุทู‘ูŽุชู’ ุนูŽู†ู’ู‡ู ุนูŽุดู’ุฑู ุฎูŽุทููŠุฆูŽุงุชูุŒ ูˆูŽุฑูููุนูŽุชู’ ู„ูŽู‡ู ุนูŽุดู’ุฑู ุฏูŽุฑูŽุฌูŽุงุชู ".
[ุตุญูŠุญ || ุงู„ู†ุณุงุฆูŠ]
ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€
โœจ ู…ู† ุงู„ุณู†ุฉ ุงู„ุฅูƒุซุงุฑ ู…ู† ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ ูˆู„ูŠู„ุชู‡ุง

โœจุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุตูŽู€ู„ูู‘ ูˆูŽุณูŽู€ู€ู€ู„ูู‘ู…ู’ ุนู„ู€ู‰ ู†ูŽุจููŠูู‘ู†ูŽู€ู€ู€ุง ู…ูุญู…ูŽู‘ุฏ ๏ทบโœจ

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Gammachuu bakka itti argatte hundattuu hatuu qabda.... ๐Ÿ˜


#Hubachiisa: hatii gammadii osoon taane gammachuu hatiidha, Akka na jalaa hin dogongorre...!!
ุณูˆุฑุฉ ุงู„ุฅู†ูุทุงุฑ
Mansoor Al-Salmi
ุชู„ุงูˆุฉ ุฎุงุดุนุฉ ู„ุณูˆุฑุฉ ุงู„ุงู†ูุทุงุฑ
ุจุตูˆุช ุงู„ู‚ุงุฑู‰ุก ู…ู†ุตูˆุฑ ุงู„ุณุงู„ู…ูŠ
ุงู„ู„ู‡ู… ุงู†ูุนู†ุง ูˆุงุฑูุนู†ุง ุจุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ุนุธูŠู…

Aaaaaaah boqonnaa qalbii kootii....
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Ashaaraa_Gaarii....

โœ Hordoftoota Chanala ykn Group kee hordofan keessaa, kan afaaniin hin dubbanne, garuu kan ergaan ati dabarsitu isaan jala hin dabarretu jira. Namoota ergaa kee yoo dubbisan onneerraa gammaddan heddutu jiru.
โœ Hordoftoota xiqqoo qaba jettee yookiin hordoftoonni koo hedduun hin fayyadaman jettee, keeyrii dalagaa jirtu irraa hin dhaabatin.
โœ Kuni dhugaa kophummaa islaamummaan qabdu/Gurbaa muldhisa... homa qabdu sana wajjiin haala gaariin jiraadhu...
Ergaan ati dabarsitu Kun qabeenya ani boru uf duubatti dhiisee deemaa jiru; dalagaa boru fuuldura Rabbiitti irraa gaafatamu jedhii sirritti itti yaaddahi.

Osoo abbaan addunyaa tanarraa fagaatellee...ashaaraan gaariin duuba isaatti hafa.
ูุงุฑุชู‚ู...... ูˆุงู†ุชู‚ู......ูˆุงุชู‚ู.....๐ŸŒฑ
@Ibro

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Hardha galgala
Bid'aan akkamitti akka eegale gudii dhageettanii koottaa....
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
#Iccitiin_dalaguu....
๐Ÿ‘‡
ูˆุงุณุชุนูŠู†ูˆุง ุนู„ู‰ ู‚ุถุงุก ุญูˆุงุฆุฌูƒู… ุจุงู„ูƒุชู…ุงู†...."

โœ Kaayyoon dhaamsa kanaa waanyoo fi ija namaa dheefaaf qofa, waan dhoksaadhaan dalagaa jedhamni sehee ture. yoo xiinxallee guyyaa keessa Hadiisa kana ilaalu, kaayyoon isaa kanarra guddaadha.

#Iccitiidhaan_dalagaa
Yaada keessan dirree baaftanii gaafa dalagdan, milkaahuu dhabuus dandeessu..., miidhamni isin achi booda miidhamtan, miidhama kaayyoo keessan kufuu sana caala waan taheef....
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Waa'ee abjuu keessanii fi karoora keessan fuulduraaf itti deemaa jirtan ol baastanii irraa dubbachuun, lubbuu keessan irraa waan guddaa wahii akka eegdan, bakka guddaa gahuu akka yaaddan isin godhร ... garuu yoo haasaha booda waan xiqqoo wahii milkooftan garuu, hamileen isin beeksisaa turtan sun addunyaa keessa faffaca'ee jira... hangam takka ufitti qaanfattu.
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Abjuun keetis akkuma qabeenya keetii si jalaa hatamuu danda'a waan ta'eef....
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Gammachuun kophaa keessanii fi dadhabbii keessan qofaan bakka yaaddan gahuudhaa... gammachuu mallaqaan hin tilmaamamne waan taheef...!
#Iccitiidhaan_dalagaa...
Dandeettii namoota hedduu hanga hujiidhaan hin geenye haasaa keessatti dhumata waan taheef....
@Ibro keessan...

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh.

โœ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san.
Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita.
yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita.
@Ibro

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Pireezidaantiin Iraan Ibrahim Raa'isii fi qoondaalonni biyyaatti ol'aanoon saddeet balaa helikooptaraan lubbuun isaanii darbuu miidiyaan biyyattii gabaasee jira.
ุงู„ุชู„ูุฒูŠูˆู† ุงู„ุฅูŠุฑุงู†ูŠ ุงู„ุฑุณู…ูŠ ูŠุนู„ู† ูˆูุงุฉ ุงู„ุฑุฆูŠุณ ุฅุจุฑุงู‡ูŠู… ุฑุฆูŠุณูŠ ูˆู…ุฑุงูู‚ูŠู‡ ุจุชุญุทู… ู…ุฑูˆุญูŠุชู‡ู….

odeeffannoo dabalataaf๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/24 12:30:18
Back to Top
HTML Embed Code: