Telegram Web Link
โœ Wanti hunduu guyyaa isaa eeggata waan taheef... hin jarjarin....!
ู„ูƒู„ ุดูŠุก ุฃูˆุงู† ูู„ุง ุชุณุชุนุฌู„.....!
๏ดฟููŽุชูŽูˆูŽูƒูŽู‘ู„ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุฅูู†ูŽู‘ูƒูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ุญูŽู‚ูู‘ ุงู„ู…ูุจูŠู†ู๏ดพ.
ุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ูƒุฑูŠู…
ุงู„ู‚ุงุฑุฆ: ุณุนูˆุฏ ุงู„ุดุฑูŠู…
- ๏ดฟูˆูŽุฅูู†ู‘ูŠ ู„ูŽุบูŽูู‘ุงุฑูŒ ู„ูู…ูŽู† ุชุงุจูŽ๏ดพ .
- ุณูˆุฑุฉ: ุทู‡ .
Nama gara kiyya deebi'eef ani isaaf araarama.... jedha Rabbiin...
ุงุณุชุบูุฑุงู„ู„ู‡
#Nagaa_jirtuu

โœWarri yoo imimmaan dhangala'u argitan namarraa haqxan,
โœ Warri gaarummaa namaa yoo gartan raabsaa, hammeenya namarraa yoo dhageessan namaaf dhoksitan...!
โœ Nama yaada keessa seene yoo gartan booharsaa, nama mucucaate yoo gartan ciqilchaa, kan laafe yoo gartan dhaabaa bira kuttan.
โœ Baga nagaa jiraattan... warri gammachuun namaa isa gammachiisu... warra gaddi namaa isa gaddisiisu.. anaa jiraatu, irra deebi'ee baga jiraattan isiniin jedha.
โœ Isaan bar... "karaan tokkochi jaalalatti nama geessu, dursitee nama jaalachuudha" warra jedhanii amananiidha.

Hiriyyoonni koo fi warroonni na jaalattan hunduu nagaan naaf jiraadhaa...!
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Eennus eennuun hin kasaaru... ๐Ÿ‘‡



kan si dhiisee deeme, isa biraa argata... atimmoo uf argatta...!

@tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#TikTok... irra hedduu nama dirree sana seenee karaa irraa maqsee jira....!
ุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ูƒุฑูŠู…
ุงู„ู‚ุงุฑุฆ: ุฃุญู…ุฏ ุงู„ู†ููŠุณ
- ๏ดฟูˆูŽุฅูุฐูŽุง ุณูŽุฃูŽู„ูŽูƒูŽ ุนูุจูŽุงุฏููŠ ุนูŽู†ู‘ููŠ ููŽุฅูู†ู‘ููŠ ู‚ูŽุฑููŠุจูŒ๏ดพ ุŒ
- ุณูˆุฑุฉ: ุงู„ุจู‚ุฑุฉ .

Yaa Allaah.....
https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Ibliis addunyaa tanarratti nama yeroo jalqabaatiif kijibee Rabbiin kakateedha. Nabiyyallaahi #Aadam(Aleyhissalaam) namni sobaan Rabbiin kakatu hin jira jedhee waan hin yaanneef... sobamee isa amanuu danda'e. Ibliisis waan hin yaadamne akka yaadamu gochuu danda'ee jira.
ยซ ูˆู‚ุงุณู…ู‡ู…ุง ุฅู†ูŠ ู„ูƒู…ุง ู„ู…ู† ุงู„ู†ุงุตุญูŠู†ยป
โœ Ammas ani isiniif yaadeeti jedhee... Akkuma gadaa teenya keessa maqaan wantoota hedduu jijjiiramaa jiru, maqaa mukattii Jannata keessaa san, muka badii kan jedhuunii qabu "#Shajaratul-Kuld"/Muka yoo namni isii nyaate zalaalam Jannata keessa jiraatuudha jedhee jijjiire.
โœ Karaa Ibliis kana irra... hardhaan tana Ibliisni ilma namaa hedduunis deemaatiin jira.
Akkuma isaa sobaan kakataa jiru, akkuma isaa maqaa waa hedduu jijjiiraa jiru. Maqaan dhala nyaachuu; maqaan qullaa deemuu; maqaan sagaagalummaa; maqaan haraqee dhuguu gara maqaa qaroominnaa fi badhaadhinnaatti jijjiiramee jira.
hanga fedhe maqaan jijjiiramus, ati ittiin hin sobamin.

๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/29 13:19:54
Back to Top
HTML Embed Code: