Telegram Web Link
โœ๏ธ Yakka ajjeechaa gaala Nabiyyallaahi Saalih (Aleyhissalaam) keessatti namoota meeqatu hirmaate____?
Anonymous Poll
30%
A) Nama saddeet
60%
B) Nama sagal
19%
C) Nama kudhan
Magaalaa Hawaasaa Masjiida Hamzaa keessatti lafa masjidaa seera qabeessa tahe irratti charchii ijaarra sababaa namoota jedhaniitiin muddamni hamaan uumamuu ibsame.
#Haarun_Miidiyaaแฆ Caamsaa 3/2016

Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa naannawa Bunnaa Qimshaa jedhamuun beekkamu Masjiida Hamzaa keessatti lafa masjidaa seera qabeessa tahe irratti charchii ijaarra sababaa namoota jedhaniitiin muddamni hamaan uumamuu, barreessaan mana marii dhimmoota Islaamummaa magaalaa Hawaasaa Haarun Miidiyaa dame kibbaatti himaniiru.

Itti gaafatamaan kun akka jedhanitti, yeroo ammoo namoonni seeraan ala sochoโ€™an kunniin seensaa fi baha masjidichaa dallahaan nurratti cufaniiru jedhan. Masjiidni kun bara 2003 ALI seeraan kaartaa qabiyyee mirkaneessu argatee kan ijaarame tahus, namoonni amma jeequmsa uumaa jiran boodarra masjiidicha cinatti mana nama dhuunfaa kireeffatanii sharaa diriirsuun charchii bananii tajaajila masjidichaa danquuf yaalaa turuu ibsan.

Itti fufa...
@Xaliburidallaahi
https://www.tg-me.com/tafak_or
Akkamitti Rasuula keenyaaf tumsuu dandeenya ?
Sa'aatii tokko qofa booda....

https://www.tg-me.com/tafak_or
โœ Wanti hunduu guyyaa isaa eeggata waan taheef... hin jarjarin....!
ู„ูƒู„ ุดูŠุก ุฃูˆุงู† ูู„ุง ุชุณุชุนุฌู„.....!
๏ดฟููŽุชูŽูˆูŽูƒูŽู‘ู„ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุฅูู†ูŽู‘ูƒูŽ ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ุญูŽู‚ูู‘ ุงู„ู…ูุจูŠู†ู๏ดพ.
ุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ูƒุฑูŠู…
ุงู„ู‚ุงุฑุฆ: ุณุนูˆุฏ ุงู„ุดุฑูŠู…
- ๏ดฟูˆูŽุฅูู†ู‘ูŠ ู„ูŽุบูŽูู‘ุงุฑูŒ ู„ูู…ูŽู† ุชุงุจูŽ๏ดพ .
- ุณูˆุฑุฉ: ุทู‡ .
Nama gara kiyya deebi'eef ani isaaf araarama.... jedha Rabbiin...
ุงุณุชุบูุฑุงู„ู„ู‡
#Nagaa_jirtuu

โœWarri yoo imimmaan dhangala'u argitan namarraa haqxan,
โœ Warri gaarummaa namaa yoo gartan raabsaa, hammeenya namarraa yoo dhageessan namaaf dhoksitan...!
โœ Nama yaada keessa seene yoo gartan booharsaa, nama mucucaate yoo gartan ciqilchaa, kan laafe yoo gartan dhaabaa bira kuttan.
โœ Baga nagaa jiraattan... warri gammachuun namaa isa gammachiisu... warra gaddi namaa isa gaddisiisu.. anaa jiraatu, irra deebi'ee baga jiraattan isiniin jedha.
โœ Isaan bar... "karaan tokkochi jaalalatti nama geessu, dursitee nama jaalachuudha" warra jedhanii amananiidha.

Hiriyyoonni koo fi warroonni na jaalattan hunduu nagaan naaf jiraadhaa...!
๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/tafak_or
2024/09/25 15:12:12
Back to Top
HTML Embed Code: